{"id":4052,"date":"2024-04-18T13:29:39","date_gmt":"2024-04-18T13:29:39","guid":{"rendered":"https:\/\/ameco.et\/bekur\/?p=4052"},"modified":"2024-05-07T12:31:50","modified_gmt":"2024-05-07T12:31:50","slug":"horsiisa-kannisaa-sirnaawaa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/2024\/04\/18\/horsiisa-kannisaa-sirnaawaa\/","title":{"rendered":"Horsiisa Kannisaa Sirnaawaa"},"content":{"rendered":"<p>Biyyoota hiyyummaan maqaa<br \/>\ndhahaman keessaa Itoophiyaan ishee<br \/>\ntokkodha. Biyyattii hiyyummaarraa<br \/>\ngara badhaadhummaatti ceesisuuf<\/p>\n<p>yeroo dhihoon asitti gama moo-<br \/>\ntummaan sochiileen misoomaa ab-<br \/>\ndachiisoo dameewwan garaagaraan<\/p>\n<p>taasifamaa jiran. Kana mirkanees-<br \/>\nsuuf lafee dugdaa biyyattii kan ta\u2019e<\/p>\n<p>kaka\u2019uumsa qonnaa adda addaaf xi-<br \/>\nyyeeffannoon kennamee sirnaan itti<\/p>\n<p>deemamaa kan jirudha. Kaka\u2019uumsa<\/p>\n<p>kanneen keessaa tuuteffamni dam-<br \/>\nmaa bifa ammayyaawaa hordofe isa<\/p>\n<p>tokkodha.<br \/>\nDhiheenyaan asitti, misooma<br \/>\ngama kanaan jiru lafa qabsiisuuf<\/p>\n<p>kutaalee biyyattii adda addaa kees-<br \/>\nsatti warraaqsaaleen taasifaman ni<\/p>\n<p>mul\u2019atu . Sadarkaa bulchiinsa sa-<br \/>\nblammii Oromoottis horsiisa kan-<br \/>\nnisaafi oomisha dammaa haala<\/p>\n<p>aadaan baratame gara ammayyaatti<\/p>\n<p>madaqsuun irraa fayyadamuuf car-<br \/>\nraaqqiin taasifamaa jiru gahaa ta\u2019uu<\/p>\n<p>baatus jalqabbiin jiru laayyoo miti.<\/p>\n<p>Bulchiinsa sablamichaa keessaa aa-<br \/>\nnaan Arxummaa Fursii gama hor-<br \/>\nsiisaafi oomisha dammaan maqaa<\/p>\n<p>gaariifi haala mijaawaa qabaachuun<br \/>\neeramti. Aanicha keessaa oomisha<br \/>\ndammaan adda durummaan akka<br \/>\nbeekamtu kan taasise tokko ganda<br \/>\nGolboo Arbaati.<\/p>\n<p>Obbo Huseen Muftii jiraataa aa-<br \/>\nnaa Arxummaa Fursii ganda Golboo<\/p>\n<p>Arbaa yoo ta\u2019an, damee horsiisaafi<br \/>\nmisooma dammaarratti bobba\u2019uun<\/p>\n<p>fayyadamoo ta\u2019aa jiraachuu hima-<br \/>\nniiru. Duraan bifa aadaan baroota<\/p>\n<p>dheeraaf horsiisa kannisaafi oomisha<br \/>\ndammaarraa galii argataniin jiruufi<\/p>\n<p>jireenya maatii isaanii gaggees-<br \/>\nsaa turuu kan himan jiraataan kun,<\/p>\n<p>yeroo ammaa fayyadamummaa isaa-<br \/>\nnii dabaluuf carraa argataniin hojii<\/p>\n<p>kana bifa ammayyaawaan waldaan<br \/>\ngurmaa\u2019anii hojjechaa akka jiran<br \/>\nibsaniiru. Oomisha dammaarraa galii<\/p>\n<p>gaarii argachuuf bu\u2019uuruma ogees-<br \/>\nsi damichaa ajajuun bakka jiruufi<\/p>\n<p>jireenya kannisaa mijaawaa ta\u2019e<br \/>\nqopheessaa turre kan jedhan obbo<br \/>\nHuseen, kannisni gaagura keessa jiru<br \/>\nilbsoota garaagaraafi summiiwwan<br \/>\nfarra aramaaf biifamaniin akka hin<br \/>\nmiidhaamneef eeggannoo guddaa<\/p>\n<p>taasisaa akka jiran kaasaniiru. Naan-<br \/>\nnawa damma oomishanitti biqiloota<\/p>\n<p>daraaroo kannisni xuuxee irraa dam-<br \/>\nmeessuu danda\u2019u dhaabaa akka turan<\/p>\n<p>caqasaniiru. Akka jiraataan kun jed-<br \/>\nhanitti, horsiisniifi oomishni dam-<br \/>\nmaa kan gaagura aadaarraa inni bifa<\/p>\n<p>ammayyaawaan faayida guddaa ar-<br \/>\ngamsiisa.<\/p>\n<p>\u201cAkka jalqabbiitti bu\u2019aan oom-<br \/>\nisha dammaarraa arganne kana<\/p>\n<p>caalaatti yoo hojjenne dingadee<br \/>\nkeenya jabeessuun ofirra darbinee<br \/>\nhojii dhabdoota biroof carraa hojii<\/p>\n<p>uumuu akka dandeenyu kan na hu-<br \/>\nbachiisedha\u201d jedhaniiru . Yoo roobni<\/p>\n<p>ga\u2019aan jiraate waggaatti damma<\/p>\n<p>yeroo lama muruun irraa fayyad-<br \/>\namuu akka danda\u2019anis ibsaniiru.<\/p>\n<p>\u201cOomishni dammaa haala salphaan<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Biyyoota hiyyummaan maqaa dhahaman keessaa Itoophiyaan ishee tokkodha. Biyyattii hiyyummaarraa gara badhaadhummaatti ceesisuuf yeroo dhihoon asitti gama moo- tummaan sochiileen misoomaa ab- dachiisoo dameewwan garaagaraan taasifamaa jiran. Kana mirkanees- suuf lafee dugdaa biyyattii kan ta\u2019e kaka\u2019uumsa qonnaa adda addaaf xi- yyeeffannoon kennamee sirnaan itti deemamaa kan jirudha. Kaka\u2019uumsa kanneen keessaa tuuteffamni dam- maa bifa ammayyaawaa [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":2,"featured_media":4158,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[48],"tags":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4052"}],"collection":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/users\/2"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=4052"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4052\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":4191,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4052\/revisions\/4191"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media\/4158"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=4052"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=4052"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=4052"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}