{"id":4057,"date":"2024-04-18T13:39:09","date_gmt":"2024-04-18T13:39:09","guid":{"rendered":"https:\/\/ameco.et\/bekur\/?p=4057"},"modified":"2024-05-07T12:32:36","modified_gmt":"2024-05-07T12:32:36","slug":"maalummaa-sirna-barreeffamaa-ajam","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/2024\/04\/18\/maalummaa-sirna-barreeffamaa-ajam\/","title":{"rendered":"Maalummaa Sirna Barreeffamaa Ajam"},"content":{"rendered":"<p>Addunyaan keenya har\u2019a<\/p>\n<p>keessa jiraannu bifa har\u2019a qa-<br \/>\nbattee jirtu kana uummachuuf<\/p>\n<p>taateewwan jaarraa hedduun<\/p>\n<p>lakkaawwaman akka itti fud-<br \/>\nhate wal nama hin gaafachi-<br \/>\nisu. Kana jechuun battalumaan<\/p>\n<p>boca ishee har\u2019aa hin gonfanne<br \/>\njechuudha. Ijaarsi daandii,<\/p>\n<p>gamoo, baballinni teekno-<br \/>\noloojii akkasumas ogummaan<\/p>\n<p>dhalli namaa uumeef qabu<\/p>\n<p>hundi adeemsa keessa kan uu-<br \/>\nmamedha. Maal kana qofaree,<\/p>\n<p>kalaqni afaaniifi qubeewwan<br \/>\nittin barreeffaman addunyaa<\/p>\n<p>keenya har\u2019a irra heddum-<br \/>\nmaatanii jiranis ogummaa<\/p>\n<p>kalaqa dhala namaa dhawata<br \/>\ndhawataan babalatedha.<\/p>\n<p>Kabajamtootaafi jaal-<br \/>\nlatamtoota dubbistoota barruu<\/p>\n<p>keenyaa, ogummaa kalaqaa ha-<br \/>\nwaasa bulchiinsa sab-lammii<\/p>\n<p>Oromoo kan ta\u2019e haala sirna<br \/>\nkataba qubee barreeffamaa<\/p>\n<p>Ajam irratti waan qindeef-<br \/>\nfanne qabna yeroo dubbisaa<\/p>\n<p>gaarii! Hawaasni bulchiinsa<br \/>\nsab-lammii Oromoo hawaasa<br \/>\naadaafi dudhaa, hedduu qabu,<br \/>\njiruuf jireenya isaa keessatti<br \/>\nsirnoota hiikaafi bu\u2019aa danuu<br \/>\nqaban lakkaawamanii hin<br \/>\ndhumneefi ogummaawwan<\/p>\n<p>kalaqa hawaasichaa mullisu-<br \/>\nun cinatti maddeen galii tur-<br \/>\nizimii ta\u2019uun faayidaa hedduu<\/p>\n<p>fiduu kan danda\u2019an masgiidota<br \/>\nseena qabeessa hedduutu jira.<\/p>\n<p>Ogummaan ijaarsa isaan jaar-<br \/>\nraa hedduun dura qabanis kan<\/p>\n<p>dinqisiifamuufi yoomiyyuu hin<\/p>\n<p>dagatamnedha. Ogummaa ha-<br \/>\nwaasa kana caalaatti ol baasee<\/p>\n<p>kan mullisu dhimmi biraan am-<br \/>\nmoo akkaataa kalaqa itti fayya-<br \/>\ndama sirna barreeffamaa Ajam<\/p>\n<p>isa adda dureedha.<br \/>\nSirni barreeffamaa Ajam<br \/>\njedhamu jaarraawwan hedduu<\/p>\n<p>dura hawaasni bulchiinsa sab-<br \/>\nlammii Oromoo haala gaariin<\/p>\n<p>itti fayyadamaa ture yoo tahu<br \/>\nyeroo ammaa akka duraatti<br \/>\nitti dhimma bahuu haa dhaban<\/p>\n<p>malee keessumaa ammoo ha-<br \/>\nwaasa baadiyyaa biratti ittiin<\/p>\n<p>barreessuufi dubbisuu irratti<br \/>\nargamu. Qubeen bareeffama<br \/>\nAjam, akkaataan barreeffama<br \/>\nqubee isaa Afaan Arabaan kan<br \/>\nwal fakkaatu yoo tahu, yeroo<\/p>\n<p>dubbifamu garuu Afaan Oro-<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Addunyaan keenya har\u2019a keessa jiraannu bifa har\u2019a qa- battee jirtu kana uummachuuf taateewwan jaarraa hedduun lakkaawwaman akka itti fud- hate wal nama hin gaafachi- isu. Kana jechuun battalumaan boca ishee har\u2019aa hin gonfanne jechuudha. Ijaarsi daandii, gamoo, baballinni teekno- oloojii akkasumas ogummaan dhalli namaa uumeef qabu hundi adeemsa keessa kan uu- mamedha. Maal kana qofaree, [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":2,"featured_media":4163,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[41],"tags":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4057"}],"collection":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/users\/2"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=4057"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4057\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":4192,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4057\/revisions\/4192"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media\/4163"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=4057"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=4057"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=4057"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}