{"id":4062,"date":"2024-04-18T13:46:09","date_gmt":"2024-04-18T13:46:09","guid":{"rendered":"https:\/\/ameco.et\/bekur\/?p=4062"},"modified":"2024-05-07T12:33:04","modified_gmt":"2024-05-07T12:33:04","slug":"furmaata-waaraa-rakkoo-nageenyaa-naannoo-amaaraatiif","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/2024\/04\/18\/furmaata-waaraa-rakkoo-nageenyaa-naannoo-amaaraatiif\/","title":{"rendered":"Furmaata Waaraa Rakkoo Nageenyaa Naannoo Amaaraatiif"},"content":{"rendered":"<p>Rakkoon nageenyaa naan-<br \/>\nnoo Amaaraatti muudate miidhaa,<\/p>\n<p>namoomaa, diinagdeefi hawaas-<br \/>\nummaa cimaa dhaqqabsisaa jira.<\/p>\n<p>Naannichatti waraanaa Kaabaa<br \/>\nwaliin taasifame irrattis qabeenyaafi<br \/>\nnamoomaa irratti miidhaan guddaa<br \/>\nirra gahuun isaatis ni yaadatama.<br \/>\nMiidhaa waraanaa kaabaa irratti<br \/>\ndhaqqabe irraa osoo hin bayyanatiin<br \/>\ngara waraanaa biraatti galuun isaa<br \/>\nimmoo, naannicha diingdeedhaan<br \/>\ncaalaatti akka miidhamuu taasiseera.<\/p>\n<p>Sochii lammiilee guyyuu irrattis dhi-<br \/>\nibbaa uume jiraachuu jiraattootni<\/p>\n<p>naannicha AMECO\u2019n dubbise dub-<br \/>\nbataniiru.<\/p>\n<p>Jiraataan magaalaa Dabra Maar-<br \/>\nqoos dargaggoo Girmaa Addunyaa,<\/p>\n<p>sababa rakkoo nageenyaan naannoo<br \/>\nOromiyaa irraa buqqaa\u2019e magaalaa<\/p>\n<p>Dabra Maarqoos keessatti hojii dal-<br \/>\ndalaa eegaluus haalli jiru ulfaataa<\/p>\n<p>ta\u2019u dubbateera. sababa rakkoo na-<br \/>\ngeenyaan daandileen yeroo hedduu<\/p>\n<p>waan cuufamaniif hojjechuu akka<br \/>\nhin dandeenya ibseera. \u201cQaamonni<br \/>\nhidhatan nageenyaaf akka qopha\u2019an;<\/p>\n<p>mootummaanis, rakkoo jiru itti gaaf-<br \/>\natamummaa fudhate mariifi araaraan<\/p>\n<p>osoo nuuf hiike gaariidha\u2019\u2019 jechuun<br \/>\nhawwii qabu kaaseera. Jiraataan<br \/>\nbulchiinsa sablammii Oromoo aanaa<br \/>\nJillee Dhummugaa ganda Luugoo<br \/>\nBurqaa Bunaa, obbo Aliyyii Ahimad,<\/p>\n<p>sababa nageenyi dhabamuutiin rak-<br \/>\nkoo adda addaatiif saaxilamu hima-<br \/>\nniiru.Keessattu daandiin naannawa<\/p>\n<p>sana ji\u2019a tokko oliif cufamuu isaa-<br \/>\ntiin jireenyi qaala\u2019uu dubbataniiru.<\/p>\n<p>Uummatni akka uummataatti rak-<br \/>\nkoo tokkoyyuu hin qabu, haata\u2019u<\/p>\n<p>malee qaamolee uummata walitti<\/p>\n<p>buusuuf hojjetan ammas taanaan rak-<br \/>\nkoo uumaa jiraachuu dubbataniiru.<\/p>\n<p>Mootummaan rakkoo uumame kana<\/p>\n<p>akka furuufi daandiin ji\u2019a oliif cu-<br \/>\nfame akka banamuuf jiraataan kun<\/p>\n<p>gaafataniiru.<br \/>\nRakkoon nageenyaa naanno<br \/>\nAmaaraatti uumame, dhaabbilee<br \/>\nhiyyuummaa xiqqeessuuf gahee<\/p>\n<p>guddaa qaban kanneen akka dhaab-<br \/>\nbilee barnootaa, fayyaafi qonnaa<\/p>\n<p>irratti miidhaan cimaa dhaqqabuu<br \/>\nnaannichi yeroo garaagaraatti ibsa<br \/>\nbaaseen beeksiseera. Dhaabbilee<br \/>\nkunneen akka fakkeenyatti kaasne<\/p>\n<p>malee, dhaabbilee misoomaa naan-<br \/>\nnichatti argaman hunda irratti dhiib-<br \/>\nbaa uumuu kaaseera.<\/p>\n<p>Naannoo Amaaraatti dhaabbii-<br \/>\nleen barnoota 298 ta\u2019an irratti mi-<br \/>\nidhaan gahu, sadarkaa itti aantuu<\/p>\n<p>bulchaa olaanaa naannichatti itti<\/p>\n<p>gaafatamtuun biiroo barnootaa naan-<br \/>\nnoo Amaaraa, Mulunash Dasee (Dr.)<\/p>\n<p>himaniiru. Naannichatti bara bar-<br \/>\nnootaa 2016tti barattoota miliyoona<\/p>\n<p>6.2 barsiisuuf karoorfame, hanga<br \/>\nammaatti barattootni miliyoona 2.6<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Rakkoon nageenyaa naan- noo Amaaraatti muudate miidhaa, namoomaa, diinagdeefi hawaas- ummaa cimaa dhaqqabsisaa jira. Naannichatti waraanaa Kaabaa waliin taasifame irrattis qabeenyaafi namoomaa irratti miidhaan guddaa irra gahuun isaatis ni yaadatama. Miidhaa waraanaa kaabaa irratti dhaqqabe irraa osoo hin bayyanatiin gara waraanaa biraatti galuun isaa immoo, naannicha diingdeedhaan caalaatti akka miidhamuu taasiseera. Sochii lammiilee guyyuu irrattis [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":2,"featured_media":4161,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[44],"tags":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4062"}],"collection":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/users\/2"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=4062"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4062\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":4193,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4062\/revisions\/4193"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media\/4161"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=4062"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=4062"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=4062"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}