{"id":4066,"date":"2024-04-18T13:55:42","date_gmt":"2024-04-18T13:55:42","guid":{"rendered":"https:\/\/ameco.et\/bekur\/?p=4066"},"modified":"2024-05-07T12:33:30","modified_gmt":"2024-05-07T12:33:30","slug":"komii-hawaasichaa-dhawaataan-furmaata-argataa-jirusuura","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/2024\/04\/18\/komii-hawaasichaa-dhawaataan-furmaata-argataa-jirusuura\/","title":{"rendered":"Komii Hawaasichaa Dhawaataan  Furmaata Argataa jirusuura:"},"content":{"rendered":"<p>Guddinni biyya tokkoo aman-<br \/>\nsiisaafi itti fufinsa akka qabaatu<\/p>\n<p>gochuu keessatti humni elektirikaa<br \/>\ngahee olaanaa qooddata. Ragaan<\/p>\n<p>arganne akka agarsiisutti, hundeef-<br \/>\nfamni dhaabbata tajaajila humna<\/p>\n<p>elektirikaa Itoophiyaa waggoota 50<\/p>\n<p>ol lakkoofsiseera. Akka biyyaales-<br \/>\nsatti tattaaffii gama dhaabbatichaan<\/p>\n<p>hanga ammaati taasifameen kutaa-<br \/>\nleen hawaasaa dhibbantaa 45 ol<\/p>\n<p>fayyadamtoota elektirikii ta\u2019uutu<\/p>\n<p>himama. Gariin hafan tajaajila ele-<br \/>\nktirikii ala madda anniisaa boo-<br \/>\ndatti hafaatti fayyadamuun jireenya<\/p>\n<p>guyyuu gaggeeffachaa jiru.<\/p>\n<p>Kunis jireenya hawaasa naanna-<br \/>\nwa baadiyyaafi magaalota xixiqqaa<\/p>\n<p>keessa jiraatan irra dhiibbaa guddaa<\/p>\n<p>dhaqqabsiiseera. Kanaan walqa-<br \/>\nbatees, hawaasni komii isaa yeroo<\/p>\n<p>dhiheeffatu ni mul\u2019ata. Keessattuu,<\/p>\n<p>naannoolee baadiyyaatti sarara ib-<br \/>\nsaa haaraa diriirsuufi suphaa yer-<br \/>\noon gaggeessuu dhabuun, komiiw-<br \/>\nwan akka ijootti hawaasni bal\u2019aan<\/p>\n<p>hadheeffatee kaasaa tureef, kaasaa<br \/>\njirudha.<br \/>\nBara darbe tajaajila humna ibsaa<\/p>\n<p>Itoophiyaatti daayrektarri bulchiin-<br \/>\nsa gaariifi jijjiiramaa yaada tajaajila<\/p>\n<p>oduu Itoophiyaaf kenneen tajaa-<br \/>\njilichi A.L.I bara 2017tti lammiilee<\/p>\n<p>baadiyyaatti jiraatan harka caalaaf<br \/>\ntajaajila humna ibsaa dhiheessuuf<br \/>\nciminaan kan hojjetamu ta\u2019uusaa<br \/>\nibsee ture. Akkasuma, waggoota<br \/>\nlamaan dhufanitti maammiltoota<\/p>\n<p>miiliyoona 3.6 dabalataan fayy-<br \/>\nadamtoota tajaajila humna ibsaa<\/p>\n<p>taasisuuf kan hojjetamu ta\u2019uu ib-<br \/>\nsichaan hubachiiseera. Bu\u2019uuruma<\/p>\n<p>kanaan, karooricha milkeessuuf<br \/>\nbaadiyyaaleefi magaalota biyyattii<br \/>\nkeessatti waliin gahinsa tajaajila<br \/>\nhumna elektirikaa irratti raawwiin<\/p>\n<p>jiru quubsaa ta\u2019uu baatu abdachi-<br \/>\nisaadha.<\/p>\n<p>Aanalee bulchiinsi sablam-<br \/>\nmii Oromoo qabu keessaa aanaan<\/p>\n<p>Baatee ishee tokkodha. Aanichatti<br \/>\ngandoota baadiyyaa digdamii jaha<br \/>\nta\u2019antu keessatti argama. Bara<br \/>\ndarbe gandoota aanichaa keessaa<\/p>\n<p>gadoonni lama qofti tajaajila hum-<br \/>\nna elektirikaa argachaa jiraachuu<\/p>\n<p>gabaasuun keenya ni yaadatama.<\/p>\n<p>Aanichatti rakkoolee waliin gahin-<br \/>\nsa humna elektirikaarratti mul\u2019atan<\/p>\n<p>qaama dhimmisaa ilaaluun hubata-<br \/>\nmee bara baajataa kanatti gandoota<\/p>\n<p>aanichaa afuriif baajanni birrii mi-<br \/>\niliyoona 41 qabamee ijaarsi jalqa-<br \/>\nbameera. Haala qabatamaa amma<\/p>\n<p>jiruun gariin tajaajilaaf kan ga\u2019an<br \/>\nyoo ta\u2019u, kaan ammoo xumuramaa<\/p>\n<p>jiraachuu ragaan arganne ni agar-<br \/>\nsiisa. Bara kana jiraattonni ganda<\/p>\n<p>Fallaanaafi Mahaammad tajaajila<br \/>\nibsaa argachuu eegalaniiru.<br \/>\nObbo Hamzaa Ahmad jiraataa<br \/>\naanaa Baatee ganda Fallaanaa yoo<br \/>\nta\u2019an, tajaajila ibsaa argachuuf<br \/>\ngaaffii waggoota dheeraaf kaasaa<br \/>\nturan waan ta\u2019eef amma tajaajila<\/p>\n<p>kana argachuutti gammachuu gud-<br \/>\ndaa qabaachuu himaniiru. Kanaan<\/p>\n<p>dura tajaajilota ibsaan walqabata-<br \/>\nnii jiran argachuuf deemsa mii-<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Guddinni biyya tokkoo aman- siisaafi itti fufinsa akka qabaatu gochuu keessatti humni elektirikaa gahee olaanaa qooddata. Ragaan arganne akka agarsiisutti, hundeef- famni dhaabbata tajaajila humna elektirikaa Itoophiyaa waggoota 50 ol lakkoofsiseera. Akka biyyaales- satti tattaaffii gama dhaabbatichaan hanga ammaati taasifameen kutaa- leen hawaasaa dhibbantaa 45 ol fayyadamtoota elektirikii ta\u2019uutu himama. Gariin hafan tajaajila ele- ktirikii [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":2,"featured_media":4162,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[45],"tags":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4066"}],"collection":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/users\/2"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=4066"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4066\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":4194,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4066\/revisions\/4194"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media\/4162"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=4066"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=4066"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=4066"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}