{"id":4211,"date":"2024-05-07T13:12:51","date_gmt":"2024-05-07T13:12:51","guid":{"rendered":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/?p=4211"},"modified":"2024-05-07T13:12:51","modified_gmt":"2024-05-07T13:12:51","slug":"aljaziiraan-neetaaniyaahuu-cimsee-balaaleffate","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/2024\/05\/07\/aljaziiraan-neetaaniyaahuu-cimsee-balaaleffate\/","title":{"rendered":"Aljaziiraan Neetaaniyaahuu Cimsee Balaaleffate"},"content":{"rendered":"<p>Muddamni miidiyaa biyya Kaata-<br \/>\nar Aljaziiraafi Israa\u2019eel gidduu jiru<\/p>\n<p>yeroo kamuu caalaa hammaateera.<br \/>\nMiidiyaan kun waggaa 17 dura yeroo<br \/>\nhundeeffamerraa kaasee bifa adda<br \/>\nta\u2019een sagalee ummata Filisxeem<br \/>\nta\u2019uun gocha Israa\u2019eel raawwattu<br \/>\nsaaxilaa tureera. Keessumaa waraana<br \/>\nIsraa\u2019eel Gaazaa irratti gaggeessaa<br \/>\njirtuun dhimmichaaf xiyyeeffannaa<br \/>\naddaa kennuun gabaasaa jira. Amma<br \/>\ngaruu ministeerri muummee Israa\u2019eel<br \/>\nBenjaamin Netaaniyaahuu miidiyaa<br \/>\nshororkeessummaa walitti bu\u2019iinsa<br \/>\nbabal\u2019isu jedhanii himachuun akka<br \/>\ncufan dhaadataniiru. Paarlaamaan<br \/>\nbiyyattiis seera haaraa miidiyaan<\/p>\n<p>kun biyyattii keessatti akka hin so-<br \/>\nchooneef dandeessisu baaseera. Kun<\/p>\n<p>immoo hariiroo Aljaziiraafi Israa\u2019eel<\/p>\n<p>qofa osoo hin taane, abbaa midiy-<br \/>\nichaa kan taate Kaataarii fi Tel-aviiv<\/p>\n<p>gidduu jirullee akka hammeessu ib-<br \/>\nsamaa jira. Kaataar immoo waliigal-<br \/>\nteen dhukaasa dhaabuu Israa\u2019eeliifi<\/p>\n<p>Hamaas gidduutti akka taasifamuuf<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Muddamni miidiyaa biyya Kaata- ar Aljaziiraafi Israa\u2019eel gidduu jiru yeroo kamuu caalaa hammaateera. Miidiyaan kun waggaa 17 dura yeroo hundeeffamerraa kaasee bifa adda ta\u2019een sagalee ummata Filisxeem ta\u2019uun gocha Israa\u2019eel raawwattu saaxilaa tureera. Keessumaa waraana Israa\u2019eel Gaazaa irratti gaggeessaa jirtuun dhimmichaaf xiyyeeffannaa addaa kennuun gabaasaa jira. Amma garuu ministeerri muummee Israa\u2019eel Benjaamin Netaaniyaahuu miidiyaa shororkeessummaa [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":2,"featured_media":4212,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[42],"tags":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4211"}],"collection":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/users\/2"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=4211"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4211\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":4213,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4211\/revisions\/4213"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media\/4212"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=4211"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=4211"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=4211"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}