{"id":4218,"date":"2024-05-07T13:31:50","date_gmt":"2024-05-07T13:31:50","guid":{"rendered":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/?p=4218"},"modified":"2024-05-07T13:31:50","modified_gmt":"2024-05-07T13:31:50","slug":"dubartii-afrikaa-galchii-rikardii-addunyaa-harkaa-qabdu","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/2024\/05\/07\/dubartii-afrikaa-galchii-rikardii-addunyaa-harkaa-qabdu\/","title":{"rendered":"Dubartii Afrikaa Galchii Rikardii Addunyaa Harkaa Qabdu"},"content":{"rendered":"<p>Temiwaa Chaawingaa jedhamti,<\/p>\n<p>taphattuu lammii Maalaawii seen-<br \/>\naa addaa qabdu dha. Yeroo ammaa<\/p>\n<p>kilaba Chaayinaa keessatti taphataa<br \/>\njirti. Kilabii ishee Wuhaan Jiyaanhan<\/p>\n<p>jedhamuuf galchii 51 galchite. Temi-<br \/>\nwaan jalqaba taphattoota ciccimoo<\/p>\n<p>addunyaa caaluu ishee yeroo itti hi-<br \/>\nmamu hin amanne ture. Garee biyy-<br \/>\naalessaa Maalaawiif immoo galchi-<br \/>\niwwan dabalataa 12 galchite. Kuni<\/p>\n<p>hundi Akka lakkoofsa Awurooppaatti<br \/>\nbara 2023 keessa kan ta\u2019edha.<br \/>\nWalumaagala bara 2023 keessa<\/p>\n<p>galchiiwwan 63 galchuun addun-<br \/>\nyaarraa taphattuu pirofeshinaalaa<\/p>\n<p>kubbaa miilaan hedduu galchite jed-<br \/>\nhamteetti. Galchii hammana galchun<\/p>\n<p>taphataan itti qixxaatu tokkollee hin<br \/>\njiru. Erliing Halaand, Kiristiyaanoo<br \/>\nRonaaldoo, Kiliyaan Imbaappee,<br \/>\nLiyoonel Meesis ta\u2019e Haarii Keen<br \/>\ngalchii hamma ishee hin galchine.<br \/>\nRonaaldoon bara 2023 galchii 54<br \/>\ngalche. Kana jechuun Temiwaan<br \/>\ngalchii sagaliin caalti. Haari Keenii<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Temiwaa Chaawingaa jedhamti, taphattuu lammii Maalaawii seen- aa addaa qabdu dha. Yeroo ammaa kilaba Chaayinaa keessatti taphataa jirti. Kilabii ishee Wuhaan Jiyaanhan jedhamuuf galchii 51 galchite. Temi- waan jalqaba taphattoota ciccimoo addunyaa caaluu ishee yeroo itti hi- mamu hin amanne ture. Garee biyy- aalessaa Maalaawiif immoo galchi- iwwan dabalataa 12 galchite. Kuni hundi Akka lakkoofsa [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":2,"featured_media":4219,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[47],"tags":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4218"}],"collection":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/users\/2"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=4218"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4218\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":4220,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4218\/revisions\/4220"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media\/4219"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=4218"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=4218"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=4218"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}