{"id":4309,"date":"2024-06-03T07:57:32","date_gmt":"2024-06-03T07:57:32","guid":{"rendered":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/?p=4309"},"modified":"2024-06-03T07:57:32","modified_gmt":"2024-06-03T07:57:32","slug":"iraan-pireezidaantii-ishee-balaa-tasaan-dhabde","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/2024\/06\/03\/iraan-pireezidaantii-ishee-balaa-tasaan-dhabde\/","title":{"rendered":"Iraan, Pireezidaantii Ishee Balaa  Tasaan Dhabde"},"content":{"rendered":"<p>Pireezidaant Ibraahim Ra\u2019iisii<\/p>\n<p>kaaba biyyattiitti hidhoota bishaa-<br \/>\nnii annisaa maddisiisan lama<\/p>\n<p>yeroo eebbisiisanitti michuun<\/p>\n<p>isaanii pireezidaantiin Azarbeey-<br \/>\njaan Ilhaam Aliyeev argamanii<\/p>\n<p>turan. Kanaan boodatti pireezi-<br \/>\ndaant Ra\u2019iisii imala isaanii gara<\/p>\n<p>magaalaa Tabrizitti ture kan taasi-<br \/>\nsan. Yeroo kanatti garuu helikoo-<br \/>\npatarri isaan feetee turte kuftee<\/p>\n<p>caccabuu isheetiin bakka yaadan<\/p>\n<p>sana gahuu hin dandeenye. Lub-<br \/>\nbuun isaaniis dabarte. Ministira<\/p>\n<p>dhimma alaa biyyattii fi namoon-<br \/>\nni 8 biroon helikooptaricha keessa<\/p>\n<p>turan hundi balaa kanaan lubbuu<br \/>\nisaanii dhabaniiru.<\/p>\n<p>Du\u2019aatii isaanii hordofee mi-<br \/>\nchoonni Iraan gadda itti dhaga-<br \/>\nhame yeroo ibsan masaanuun<\/p>\n<p>ishee immoo callisuu filataniiru.<\/p>\n<p>Ministeerri Muummee Hin-<br \/>\ndii Naarediraa Moodii, Piree-<br \/>\nzidaantiin Raashiyaa Vilaadmir<\/p>\n<p>Puutiin, pireezidaantiin Turkii<\/p>\n<p>Rasip Tayyib Erdogaan, Pireezi-<br \/>\ndaantiin Chaayinaa Shijinpiingiifi<\/p>\n<p>kanneen biroos gadda cimaa itti<br \/>\ndhagahame ibsaniiru. Ministeerri<br \/>\nMuummee Itoophiyaa dooktar<\/p>\n<p>Abiyyi Ahmadis dursitoota bi-<br \/>\nyyaa gadda du\u2019aatii Pireezi-<br \/>\ndaatichaan itti dhagahame ibsan<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Pireezidaant Ibraahim Ra\u2019iisii kaaba biyyattiitti hidhoota bishaa- nii annisaa maddisiisan lama yeroo eebbisiisanitti michuun isaanii pireezidaantiin Azarbeey- jaan Ilhaam Aliyeev argamanii turan. Kanaan boodatti pireezi- daant Ra\u2019iisii imala isaanii gara magaalaa Tabrizitti ture kan taasi- san. Yeroo kanatti garuu helikoo- patarri isaan feetee turte kuftee caccabuu isheetiin bakka yaadan sana gahuu hin dandeenye. Lub- buun [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":2,"featured_media":4310,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[42],"tags":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4309"}],"collection":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/users\/2"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=4309"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4309\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":4311,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4309\/revisions\/4311"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media\/4310"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=4309"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=4309"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=4309"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}