{"id":4322,"date":"2024-06-03T08:22:09","date_gmt":"2024-06-03T08:22:09","guid":{"rendered":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/?p=4322"},"modified":"2024-07-01T08:36:18","modified_gmt":"2024-07-01T08:36:18","slug":"hundi-milkaaina-mariichaaf-hojjehuu-qaba","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/2024\/06\/03\/hundi-milkaaina-mariichaaf-hojjehuu-qaba\/","title":{"rendered":"Hundi Milkaa\u2019ina Mariichaaf Hojjehuu  Qaba"},"content":{"rendered":"<p>Rakkoolee adda addaa Itoophiyaa keessatti mullatan furuun<br \/>\nkan danda\u2019amu walitti dhufanii yoo marii taasisan qofaattidha.<br \/>\nMariin, rakkoolee furuun mallattoo qaroominaati.<br \/>\nMarii biyyaalessaa taasifamuurratti uummanni hundi qaama<\/p>\n<p>bakka bu\u2019uu danda\u2019u filachuun irraa eegama. Qaamoleen uum-<br \/>\nmata bakka bu\u2019an kun gaaffii uummatichaa hunda qindeessuun<\/p>\n<p>mariif dhihessuun irraa eegama. Haala kanaan yoo mariin taasi-<br \/>\nfame garaagarummaa jiran xiqqessuu yookiin dhabamsisuun ni<\/p>\n<p>danda\u2019ama. Adeemsa marii taasisurratti waldhagahuun baay\u2019ee<br \/>\nmurtessaadha.<br \/>\nWaan kana ta\u2019eef rakkoolee adda addaa biyya keenya keessatti<br \/>\nmullatan furmaata kan argatan karaa mariidhaani malee karaa<br \/>\nqabsoo hidhannootiin ta\u2019uu akka hin qabne hubatamuu qaba.<br \/>\nGaraagarummaa jiran afaan qawweetiin hiikuuf yaaluun firiin<br \/>\nisaa wal fixuufi dinagdee biyyaa laamshessuu qofadha. Walitti<br \/>\ndhufanii rakkoolee jiran irratti marii taasisuun, fullee biyyattii<br \/>\nsadarkaa addunyaarratti qabdu guddisuurrattis faayidaa olaanaa<br \/>\nqaba. Waan kana ta\u2019eef carraaqaii rakkoolee jiran mariin hiikuun<br \/>\ntaasifamuurratti shoora qaama tokko qofa osoo hin taane, hundi<br \/>\nmilkaa\u2019ina mariichaaf hojjehuu qaba kan jedhu ejjannoo keenya.<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Rakkoolee adda addaa Itoophiyaa keessatti mullatan furuun kan danda\u2019amu walitti dhufanii yoo marii taasisan qofaattidha. Mariin, rakkoolee furuun mallattoo qaroominaati. Marii biyyaalessaa taasifamuurratti uummanni hundi qaama bakka bu\u2019uu danda\u2019u filachuun irraa eegama. Qaamoleen uum- mata bakka bu\u2019an kun gaaffii uummatichaa hunda qindeessuun mariif dhihessuun irraa eegama. Haala kanaan yoo mariin taasi- fame garaagarummaa jiran xiqqessuu [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":2,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[46],"tags":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4322"}],"collection":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/users\/2"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=4322"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4322\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":4323,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4322\/revisions\/4323"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=4322"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=4322"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=4322"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}