{"id":4324,"date":"2024-06-03T08:26:41","date_gmt":"2024-06-03T08:26:41","guid":{"rendered":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/?p=4324"},"modified":"2024-06-03T08:26:49","modified_gmt":"2024-06-03T08:26:49","slug":"hawwattummaa-fuullee-magaalaa-kamisee-dabaluuf-sochii-taasifamaa-jiru","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/2024\/06\/03\/hawwattummaa-fuullee-magaalaa-kamisee-dabaluuf-sochii-taasifamaa-jiru\/","title":{"rendered":"Hawwattummaa Fuullee Magaalaa Kamisee  Dabaluuf Sochii Taasifamaa Jiru"},"content":{"rendered":"<p>Bulchiinsi magaalaa Kamisee<\/p>\n<p>wiirtuu bulchiinsa sablammii Oro-<br \/>\nmoo yoo taatu, akkuma magaalota<\/p>\n<p>biroo yeroodhaa yerootti saffisaan<br \/>\nbabal\u2019achuutti argamti. Magaalattiin<br \/>\njireenya ilma namaaf haala qilleensaa<\/p>\n<p>mijaawaa kan qabdu akka taate kan-<br \/>\nneen keessa jiraatanii beekan ragaa<\/p>\n<p>ba\u2019u. Magaalaa qulqulluu qilleensa<br \/>\nmijataa fayyummaa jiruufi jireenya<br \/>\ndhala namaaf mijattuu taate keessa<br \/>\njiraachuun kan danda\u2019amu ammoo<br \/>\nqulqullinaa magaalattii eeguun yoo<\/p>\n<p>danda\u2019amedha. Akkasumas, magaa-<br \/>\nlaan tokko miidhagduufi hawwat-<br \/>\ntuu ta\u2019uu kan dandeessu deggersa<\/p>\n<p>mootummaan cinaatti hirmaannaan<br \/>\nhawaasa magaalattii keessa jiraatuu<br \/>\nbarbaachisaa akka ta\u2019e ni beekama.<\/p>\n<p>Magaalaan Kamisee miidhagi-<br \/>\nnaafi qulqullina guddina ishee<\/p>\n<p>madaalu akka qabaattu gochuuf so-<br \/>\nchiin taasifamaa jiru abdachiisaa-<br \/>\ndha. Bara baajataa kanatti hawwat-<br \/>\ntummaafi miidhagina magaalattii<\/p>\n<p>guddisuuf bu\u2019uuraalee misoomaa<br \/>\ngaraagaraa birrii miiliyoona 128<br \/>\noliin hojjetamaa jiraachuu ragaan<\/p>\n<p>Waajjira Bu\u2019uura Misoomaa Bulchi-<br \/>\ninsa magaalaa Kamisee irraa argame<\/p>\n<p>ni addeessa.<\/p>\n<p>Dhiheenyaan asitti duulli qulqul-<br \/>\nlina magaalaa jiraattota hirmaachise<\/p>\n<p>sadarkaa mootummaatti labsamuu<br \/>\nhordofee jiraattonni magaalattii<br \/>\nduula qulqullina magaalaa irratti<\/p>\n<p>hirmaachaa jiraachuufi magaalat-<br \/>\ntiitti jijjiiramni mul\u2019achaa dhufuu<\/p>\n<p>jiraattonni dubbisne tokko tokko ni<\/p>\n<p>dubbatu. Obbo Ahmad Bashir ji-<br \/>\nraataa magaalaa Kamisee ganda 05<\/p>\n<p>yoo ta\u2019an, bulchiinsi magaalaa Ka-<br \/>\nmisee wiirtuu bulchiinsa sablammii<\/p>\n<p>Oromoo taatee osoo jirtuu guddin-<br \/>\nniifi hawwattummaan ishee gahaa<\/p>\n<p>miti jedhaniiru.<\/p>\n<p>Haata\u2019u malee, hojiin wag-<br \/>\ngoota lamaa asitti qulqullinaafi<\/p>\n<p>hawwattummaa magaalattii dabal-<br \/>\nuuf hojjetamaa jiru kan baroota<\/p>\n<p>darbanii waliin wal bira qabamee<br \/>\nyoo ilaalamu fooyyee qabaachuu<br \/>\najaa\u2019ibsiifatanii dubbatu. Yeroo<br \/>\nammaa kana daandiiwwan keessoo<br \/>\nkeessoofi bakkeewwan magariisaa<\/p>\n<p>magaalaa keenya keessatti hojj-<br \/>\netamaa jiran sadarkaa gaarii irratti<\/p>\n<p>argamu kan jedhan jiraataan kun,<br \/>\nhojiin bu\u2019uuraalee misoomaa adda<br \/>\naddaa kunneen yeroo xumuramanitti<br \/>\nhawwattummaa fuullee magaalattii<br \/>\nkan dabalan ta\u2019uu himaniiru.<\/p>\n<p>Magaalaa qulqullina ishee ee-<br \/>\ngee kan bareechatu jiraataadhuma<\/p>\n<p>magaalattii malee qaamni biroon hin<\/p>\n<p>jiru kan jedhan obbo Ahmad, hoji-<br \/>\nilee misoomaa magaalaa Kamisee<\/p>\n<p>keessatti taasifamaa jirurratti dam-<br \/>\nmaqinaan hirmaachaa akka jiraniifi<\/p>\n<p>fuulduraafis cimanii kan itti fufan<br \/>\nta\u2019uu addeessaniiru.<br \/>\n\u201cNutis akka jiraataatti torban<\/p>\n<p>keessaa guyyaa lama duulaan baa-<br \/>\nnee magaalaa ni qulqulleessina; balfa<\/p>\n<p>dhangala\u2019aafi gogaarraas magaala<\/p>\n<p>keenya bilisa gochuu keessatti ga-<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Bulchiinsi magaalaa Kamisee wiirtuu bulchiinsa sablammii Oro- moo yoo taatu, akkuma magaalota biroo yeroodhaa yerootti saffisaan babal\u2019achuutti argamti. Magaalattiin jireenya ilma namaaf haala qilleensaa mijaawaa kan qabdu akka taate kan- neen keessa jiraatanii beekan ragaa ba\u2019u. Magaalaa qulqulluu qilleensa mijataa fayyummaa jiruufi jireenya dhala namaaf mijattuu taate keessa jiraachuun kan danda\u2019amu ammoo qulqullinaa magaalattii eeguun [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":2,"featured_media":4325,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[48],"tags":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4324"}],"collection":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/users\/2"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=4324"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4324\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":4326,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4324\/revisions\/4326"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media\/4325"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=4324"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=4324"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=4324"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}