{"id":4672,"date":"2024-11-23T09:17:59","date_gmt":"2024-11-23T09:17:59","guid":{"rendered":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/?p=4672"},"modified":"2024-11-23T09:17:59","modified_gmt":"2024-11-23T09:17:59","slug":"naannoo-amaaraatti-nageenya-waaraa-fiduuf-keessoo-dhaabbilee-callisaa-cimsuuf-hojjetamaa-akka-jiru-biiroon-nageeenyaafi-callisaa-naannichaa-beeksise","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/2024\/11\/23\/naannoo-amaaraatti-nageenya-waaraa-fiduuf-keessoo-dhaabbilee-callisaa-cimsuuf-hojjetamaa-akka-jiru-biiroon-nageeenyaafi-callisaa-naannichaa-beeksise\/","title":{"rendered":"Naannoo Amaaraatti Nageenya Waaraa Fiduuf Keessoo Dhaabbilee Callisaa Cimsuuf Hojjetamaa Akka Jiru Biiroon Nageeenyaafi Callisaa Naannichaa Beeksise"},"content":{"rendered":"<p>Naannoo Amaaraatti nageenya amansisaafi itti fufinsa qabu fiduuf humna raawwachuu dhaabbiilee callisaa keessoo cimsuun barbaachisaa ta&#8217;u ibsameera. Biiroon nageenyaafi callisaa naannoo Amaaraa haala nageenya waqtaawaa irratti ibsa kenneera. Naannichatti nageenya amansisaafi itti fufinsa qabu ijaaruuf humna raawwachuu dhaabbiilee keessoo callisaa cimsuun akka barbaachisuu biriichi beeksiseera.<\/p>\n<p>Biirichi ibsa isaatiin, naannichatti rakkoo nageenyaa waggaa tokko ol mudate ture iddoo duraaniitti deebisuuf raayyaan ittisa biyyaafi caasaan siyaasaafi callisaa naannichaa uummata nagaa jaallatu waliin qindaa&#8217;uun, nageenya, foyya&#8217;aafi hojiilee misooma milkaa&#8217;aa ta&#8217;an amma argamaniif gumaacha olaanaa taasisuu ibseera. Naannichatti\u00a0 iddoolee hundatti nageenyi foyya&#8217;an waan jiruuf, oomishawwan qonnaafi\u00a0 ijaarsi bu&#8217;uuraalee misoomaa milkaa&#8217;aa jiraachuu eerameera.<\/p>\n<p>Hawaasni naannichas hojiilee nageenyaafi tasgabbii irratti xiyyeeffannoo addaa kennee hojjechuun, qaamolee callisaafi hoggantoota waliin hiriiruun sadarkaa sadarkaan hirmaannaa olaanaa taasisuu biriichi ibseera. Kunis cimee akka itti\u00a0 fufuu qabu eerera.\u00a0 Biiroon nageenyaafi callisaa naannoo Amaaraa dhaabbilee callisaa qindeessu waliin,\u00a0 kabajamuu mirgaafi itti fayyadamummaa uummata naannichaafi biyyattii,\u00a0 gidduu gala godhachuun nageenya waaraafi amansisaa mirkaneessuuf humna raawwachuu dhaabbilee callisaa keessoo, hojiilee\u00a0 ijaarsa ilaalchaafi yaada irratti xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta&#8217;uu biriichi beeksiseera.<\/p>\n<p>Bu&#8217;uuruma kanaanis milkaa&#8217;ina dhaabbileen nageenyaa qaban gamaaggamuun, kallattii ka&#8217;aameen ergama isaanii bahachaa jiraachuu ibsameera. Haata&#8217;u malee miidiyaan hawaasummaa finxaaleeyyii tokko tokko\u00a0 du&#8217;a uummata naannoo Amaaraatiin kaayyoo isaanii galmaan gahuuf, har&#8217;as hojjechaa jiraatanis, qaamoleen callisaafi uummatni waliin qindoomuun, naannichatti nageenya itti fufinsaafi amansisaa fiduuf hojjechaa jiraachuu biriichi jala muree ibseera.<\/p>\n<p>Alamuu Balaayiin<\/p>\n<p>&nbsp;<\/p>\n<p>&nbsp;<\/p>\n<p>&nbsp;<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Naannoo Amaaraatti nageenya amansisaafi itti fufinsa qabu fiduuf humna raawwachuu dhaabbiilee callisaa keessoo cimsuun barbaachisaa ta&#8217;u ibsameera. Biiroon nageenyaafi callisaa naannoo Amaaraa haala nageenya waqtaawaa irratti ibsa kenneera. Naannichatti nageenya amansisaafi itti fufinsa qabu ijaaruuf humna raawwachuu dhaabbiilee keessoo callisaa cimsuun akka barbaachisuu biriichi beeksiseera. Biirichi ibsa isaatiin, naannichatti rakkoo nageenyaa waggaa tokko ol mudate [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":8,"featured_media":4673,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[49],"tags":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4672"}],"collection":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/users\/8"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=4672"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4672\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":4674,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/4672\/revisions\/4674"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media\/4673"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=4672"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=4672"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=4672"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}