{"id":5147,"date":"2025-06-07T18:54:41","date_gmt":"2025-06-07T18:54:41","guid":{"rendered":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/?p=5147"},"modified":"2025-06-07T18:54:41","modified_gmt":"2025-06-07T18:54:41","slug":"damee-fayyaa-foyyeessuuf-hojjetamaa-jira","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/2025\/06\/07\/damee-fayyaa-foyyeessuuf-hojjetamaa-jira\/","title":{"rendered":"\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0 Damee fayyaa foyyeessuuf hojjetamaa jira"},"content":{"rendered":"<p>\u2018\u2019Tajaajjilli fayyaa ogummaa qofa osoo hin taane,\u00a0 hojii hafuuraallee kan of keessatti hammatudha\u2019\u2019 jedhan itti aanaan bulchaa olaanaa naannoo Amaaraa Abduu Huseen(Dr) Biiroon fayyaa naannoo Amaaraa &#8220;gootummaan damee fayyaa guddina biyyaaf&#8221; mata duree jedhuun\u00a0 waltajjiin ogeessoota fayyaa sadarkaa naannootti gaggeeffameera.\u00a0 Itti aanaan bulchaa olaanaa naannoo Amaaraa Abduu Huseen(Dr) gotummaan damee hojii bobba&#8217;aani jiranitti hawaasaa tajaajiluudha jechuun himaniiru.\u00a0 Ogeessotni fayyaa waggoottan darban keessatti haala rakkisaa keessa ta&#8217;ani arsaa kafaluun,\u00a0 fayyaa hawaasaa isaanii eegsisuuf hojii guddaa hojjechuu isaani ibsaniiru.<\/p>\n<p>Tajaajjilli fayyaa ogummaa qofa osoo hin taane,\u00a0 hojii hafuuraallee kan of keessatti hammate ta&#8217;u kan kaasan,\u00a0 itti aanaan bulchaa olaanaa naannoo Amaaraa Abduu Huseen(Dr) kanaanis ogeessootni hawaasa isaaniif tajaajila malu kennuu qabu jedhaniiru. Rakkoo bulchinsa gaarii, bu&#8217;uuraalee misoomaafi rakkoolee galtee damee fayyaan mul&#8217;atan adda baasuun yeroodhaan akka hiikaman taasisuun akka barbaachisu himaniiru. Rakkoolee ka&#8217;an seeraafi sirna hordofuun dhiyeessuun akka barbaachisuu kaasaniiru.<\/p>\n<p>Yeroo itti aanuutti rakkoolee ogeessootaan ka&#8217;an adda baasuun, hanga danda&#8217;ame furuuf kan hojjetamu ta&#8217;u hubachisaniiru. Rakkoo nama dhunfaa hiikuuf osoo hin taane,\u00a0 rakkoolee gama fayyaan mul&#8217;atan hiikuuf yaaduun kan hojjetamuudha jedhaniiru. Ogeessoota rakkoo keessa ta&#8217;anii naamusa ogummaaa kabajuun, hawaasa isaanii tajaajilan galateffataniiru.<\/p>\n<p>Itti gaafatamaan biiroo fayyaa naannoo Amaaraa, Abduulkarim Mangistuu, imaammata fayyaa ittisuufi yaalani fayyisuu bu&#8217;uura godhachuun hojjetameen bu&#8217;aawwan hedduun galmaa&#8217;uu dubbataniiru. Hojiilee Damee fayyaa fooyyeessuufi galtee dhiyeessuu dandeessisan, meeshaalee yaalaa gurguddaafi ammayyaa ta&#8217;an guuttachuuf hojjetamaa jiraachuu ibsaniiru. Humna namaa naamusaafi dorgomaa ta&#8217;e uumuufis akka biyyaatti hojjetamaa jiraachuu dubbataniiru.<\/p>\n<p>&nbsp;<\/p>\n<p>&nbsp;<\/p>\n<p>&nbsp;<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>\u2018\u2019Tajaajjilli fayyaa ogummaa qofa osoo hin taane,\u00a0 hojii hafuuraallee kan of keessatti hammatudha\u2019\u2019 jedhan itti aanaan bulchaa olaanaa naannoo Amaaraa Abduu Huseen(Dr) Biiroon fayyaa naannoo Amaaraa &#8220;gootummaan damee fayyaa guddina biyyaaf&#8221; mata duree jedhuun\u00a0 waltajjiin ogeessoota fayyaa sadarkaa naannootti gaggeeffameera.\u00a0 Itti aanaan bulchaa olaanaa naannoo Amaaraa Abduu Huseen(Dr) gotummaan damee hojii bobba&#8217;aani jiranitti hawaasaa tajaajiluudha [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":8,"featured_media":5148,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[49],"tags":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5147"}],"collection":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/users\/8"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=5147"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5147\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":5149,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5147\/revisions\/5149"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media\/5148"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=5147"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=5147"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=5147"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}