{"id":5190,"date":"2025-06-22T12:46:51","date_gmt":"2025-06-22T12:46:51","guid":{"rendered":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/?p=5190"},"modified":"2025-06-22T12:46:51","modified_gmt":"2025-06-22T12:46:51","slug":"dhaabbilee-hawaasummaa-mancaasuun-uummataaf-yaaduu-dhaabuu-kan-mirkaneessudha","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/2025\/06\/22\/dhaabbilee-hawaasummaa-mancaasuun-uummataaf-yaaduu-dhaabuu-kan-mirkaneessudha\/","title":{"rendered":"Dhaabbilee Hawaasummaa Mancaasuun Uummataaf Yaaduu Dhaabuu Kan Mirkaneessudha"},"content":{"rendered":"<p>&nbsp;<\/p>\n<p>Aanaa Arxummaa Fursiitti jiraattota kilaastara Fursii waliin mariin geggeeffameera. Gandoonni kilaastarichaa hidhattoota seeraan alaan rakkoof saaxilamaa turan hedduun yeroo ammaa hojii qindoominaa raayyaa ittisa biyyaafi caasaalee nageenyaa waliin ta&#8217;uun hojjetaniin naannichatti nageenyi waaraa dhufuu danda&#8217;eera. Dhimmoota nageenya argame itti fufsiisuun danda&#8217;amu irratti hoggantoota bulchiinsa sab-lammichaafi qondaaltota raayyaa ittisa biyyaa gidduutti mariin taasifameera.<\/p>\n<p>Waltajjicha irratti jiraattonni kilaastara Arxummaa qaamoleen hidhannoo seeraan alaan socho&#8217;an dhaabbileen fayyaafi barnootaa tajaajila akka hin kennine taasisuun uummaticha qoraa turuu ibsaniiru. Aanichatti jiiraataan ganda Qiciicoo obbo Ahimad Hajii &#8221;qaamni lammii koofin qabsaa\u2019a jedhu kamuu dhaabbata bishaan dhugaatii hawaasni itti fayyadamu mancaasuu hin qabu&#8221; jedhaniiru. Jiraatichi gochi ta&#8217;e faallaa kanaa ta&#8217;uu himuun, hawaasni tajaajila bishaan dhugaatii qulqulluu akka hin arganneef wanti raawwatame gaarii ta&#8217;uu dhabuu isaa yaadachisaniiru.<\/p>\n<p>Haaluma kanaan, bulchaan aanaa Arxummaa Fursii, obbo Ibiraahim Alii, &#8221;hojii olaantummaa seeraa kabachiisuu bifa qindoomina qabuun hojjetameen haala qabatamaa amma jiruun naannawichi gara nageenya idilee isaa duraaniitti deebi&#8217;eera&#8221; jedhaniiru. Kanaan duratti dhaabbanni tajaajila bishaanii dhugaatii hawaasaaf tajaajila kennu qaamolee kanaan manca&#8217;ee ture baajata mootummaa birrii kuma 600 oliin suphamee gara tajaajilaatti deebi&#8217;ee jiraachuu ibsaniiru.<\/p>\n<p>Bulchaan olaanaa Bulchiinsa sablammii Oromoo, Ahimad Alii, &#8221;dhaabbilee hawaasummaa mancaasuun fayyadamummaa uummataaf yaaduu dhaabuu kan mirkaneessudha&#8221; jedhaniiru. Nageenya waaraa argame itti fufsiisuuf uummanni aanichaa mootummaa cinaa hiriiruun nageenyaaf dursa kennuu akka qabu waamicha dhiheessaniiru. Naannawichatti nageenya itti fufinsa qabu mirkaneessuuf qaamolee hidhannoo seeraa alaa hidhatanii socho&#8217;an irratti uummata hirmaachisuun hojiin olaantummaa seeraa kabachiisuu qindoominaan hojjetame jijjiirama gaarii argamsiisee jiraachuu kan himan bulchaan olaanaa kun, ammas gara fuulduratti cimee kan itti fufu ta&#8217;uu isaa hubachiisaniiru.<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>&nbsp; Aanaa Arxummaa Fursiitti jiraattota kilaastara Fursii waliin mariin geggeeffameera. Gandoonni kilaastarichaa hidhattoota seeraan alaan rakkoof saaxilamaa turan hedduun yeroo ammaa hojii qindoominaa raayyaa ittisa biyyaafi caasaalee nageenyaa waliin ta&#8217;uun hojjetaniin naannichatti nageenyi waaraa dhufuu danda&#8217;eera. Dhimmoota nageenya argame itti fufsiisuun danda&#8217;amu irratti hoggantoota bulchiinsa sab-lammichaafi qondaaltota raayyaa ittisa biyyaa gidduutti mariin taasifameera. Waltajjicha irratti [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":8,"featured_media":5191,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[49],"tags":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5190"}],"collection":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/users\/8"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=5190"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5190\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":5192,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5190\/revisions\/5192"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media\/5191"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=5190"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=5190"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=5190"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}