{"id":5193,"date":"2025-06-22T12:48:39","date_gmt":"2025-06-22T12:48:39","guid":{"rendered":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/?p=5193"},"modified":"2025-06-22T12:48:39","modified_gmt":"2025-06-22T12:48:39","slug":"naannichi-akka-tasgabaauu-taasisuu-keessatti-gaheen-hoggansi-dubartootaa-olaanaa-ture","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/2025\/06\/22\/naannichi-akka-tasgabaauu-taasisuu-keessatti-gaheen-hoggansi-dubartootaa-olaanaa-ture\/","title":{"rendered":"Naannichi Akka Tasgabaa&#8217;uu Taasisuu Keessatti Gaheen Hoggansi\u00a0 Dubartootaa Olaanaa Ture"},"content":{"rendered":"<p>&nbsp;<\/p>\n<p>Naannichi gara haala tasgaba&#8217;aatti akka dhufuu taasisuu keessatti gahee hoggansi dubartootaa olaanaa ture jedhan itti gaafatamaan paartii Badhaadhina damee naannoo Amaaraa obbo Yirgaa Sisaay.\u00a0 Leenjiin hoggantootaa dubartoota naannoo Amaaraa\u00a0 rakkoorraa bayyaanachuufi leenji hoggansa yeroo rakkoo jedhuun magaalaa\u00a0 Baahir Daaritti adeemsifameera.\u00a0 Hirmaattootni leenjichaas hoggantoota dubartoota 230 ta&#8217;an\u00a0 godinoota Liixa Amaaraa irraa kan walitti babbahanidha.<\/p>\n<p>Itti gaafatamaan paartii Badhaadhina damee naannoo Amaaraa obbo Yirgaa Sisaay,\u00a0 haalli tasgabba&#8217;aa naannicha keessa amma jiruu akka dhufuu gaheen hoggansa dubartootaa olaanaa akka ta&#8217;e himaniiru. Dubarootni beektoota, abshaalaafi qulqulluu ta&#8217;ani hojjechuufi rakkoolee jiran ittisuuf gahee guddaa qabaachuu eeraniiru. Yeroo itti aanutti walitti bu&#8217;insaan booda haala naannichi ittiin hogganamu,\u00a0 dhiibbaa dubartootniifi kutaaleen hawaasaa biroo irratti dhaqqabe hir&#8217;isuuf hojjechuu keessatti carraa guddaan argameera jedhaniiru.<\/p>\n<p>Hoggantoota dubartootarraa hojiilee hedduun kan eegamu ta&#8217;uu kan kaasan obbo Yirgaan, hoggantootni carraa argatanitti fayyadamuun, itti gaafatamummaa irraa eegamu bahachuun, dhaloota itti aanuuf \u00a0biyya nageenyi ishee eegame dhaalchisuuf hojjechuutu irraa eegama jedhaniiru. Rakkoo naannoo keenya mudaterraa barachuun,\u00a0 yeroo itti aanuutti guddachuufi jijjiiramuuf hirmaannaan hunda galeessa dubartootaa murteessaa ta&#8217;uu hubachisaniiru.<\/p>\n<p>&nbsp;<\/p>\n<p>Sadarkaa itti aanaa bulchaa olaanaatti\u00a0 qindeessituun damee hawaasummaafi itti gaafatamtuun biiroo barnootaa naannoo Amaaraa Muluneesh Dassee (Dr)\u00a0 yeroo walitti bu&#8217;insi uumamu dubartootni caalmaatti miidhamoo ta&#8217;uu himanii,\u00a0 qaama furmaataas akka ta&#8217;an dubbataniiru. Walitti bu&#8217;insaan yeroo dhaabbileen barnootaafi fayyaan miidhaman, irra caalaatti kan rakkoof saaxilaman dubartoota akka ta&#8217;an ibsaniiru. Haata&#8217;u malee yeroo walitti bu&#8217;insi uumamuu dubartoota qaama furmaataa gochuun yoo danda&#8217;ame, biyya nagaafi naannawa nagaa uumuuf bakka guddaa qaba jedhaniiru.<\/p>\n<p>Itti gaafatamtuun biiroo dhimma dubartootaa, daa&#8217;immaniifi hawaasummaa Naannoo Amaaraa, Birtuukaan Sisaay gama isaaniin, kutaalee hawaasaa biyyattii keessaa walkkaa ol kan ta&#8217;an dubartoota yoo ta&#8217;an, hirmaannaa siyaasaafi hoggansa keessatti qaban garuu gadii aanaa ta&#8217;uu kaasaniiru. Hojiileen\u00a0 Itti fayyadamummaa dubartoota naannichaa mirkaneessuuf hojjetaman akkuma jiranitti ta&#8217;ee, rakkooleen hedduu jiraachuus hubachisaniiru.<\/p>\n<p>&nbsp;<\/p>\n<p>&nbsp;<\/p>\n<p>&nbsp;<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>&nbsp; Naannichi gara haala tasgaba&#8217;aatti akka dhufuu taasisuu keessatti gahee hoggansi dubartootaa olaanaa ture jedhan itti gaafatamaan paartii Badhaadhina damee naannoo Amaaraa obbo Yirgaa Sisaay.\u00a0 Leenjiin hoggantootaa dubartoota naannoo Amaaraa\u00a0 rakkoorraa bayyaanachuufi leenji hoggansa yeroo rakkoo jedhuun magaalaa\u00a0 Baahir Daaritti adeemsifameera.\u00a0 Hirmaattootni leenjichaas hoggantoota dubartoota 230 ta&#8217;an\u00a0 godinoota Liixa Amaaraa irraa kan walitti babbahanidha. Itti [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":8,"featured_media":5194,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[49],"tags":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5193"}],"collection":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/users\/8"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=5193"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5193\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":5195,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5193\/revisions\/5195"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media\/5194"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=5193"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=5193"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=5193"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}