{"id":5505,"date":"2025-11-10T16:15:25","date_gmt":"2025-11-10T16:15:25","guid":{"rendered":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/?p=5505"},"modified":"2025-11-10T16:15:25","modified_gmt":"2025-11-10T16:15:25","slug":"amecon-dhaqqabummaa-isaa-balisuuf-hojjechaa-jira","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/2025\/11\/10\/amecon-dhaqqabummaa-isaa-balisuuf-hojjechaa-jira\/","title":{"rendered":"AMECO&#8217;n Dhaqqabummaa Isaa Bal&#8217;isuuf Hojjechaa Jira"},"content":{"rendered":"<p>AMECO Hibir raawwii hojii waggoottan 20 darbaniifi\u00a0 hojiiwwan fuula duratti raawwataman ilaalchisee \u00a0waltajjii marii gahe qabeessoota waliin magaalaa Addis Ababaatti adeemsiseera. Hirmaattootni waltajjicharratti argaman Amaaraa Miidiyaa Korporeeshiin (AMECO)&#8217;n qabeenyawwan kufama, aadaawwaniifi duudhaalee bulchiinsa sablammoota sadan keessatti beeksisuu keessatti hojiileen waggoottan 20 darban hojjette kan dinqisifamu ta&#8217;u kaasaniiru.<\/p>\n<p>Hariiroo uummataa cimsuu keessattis AMECO&#8217;n hojiilee gurguddoo hojjechaa jiraachuu himaniiru. Bulchiinsoota sadan keessatti AMECO&#8217;n hanqina madda odeeffannoo hiikuuf sadarkaa gadiirraa kaasee osoo hojjette, qaamolee deeggartoota waliin walitti dhiyaate osoo hojjeteefi bulchiinsa sablammoota sadan keessatti buufataalee dabalataa osoo ijaare yaadoleen jedhan waltajjicharratti ka&#8217;aniiru.<\/p>\n<p>Waltajjichi galtee guddaan kan itti argame ta&#8217;u kan kaasan gorsaan hojii raawwachisaa olaanaa AMECO, \u00a0obbo Gizaachaw Mulunah, AMECO&#8217;n dhaabbata uummatni naannoo Amaaraa akka qaroo ija isaatti ilaaluu qabudha jedhaniiru.<\/p>\n<p>AMECO&#8217;n waliin gahuumsa isaa bal&#8217;isuuf hojjechaa jiraachuus himaniiru. Dhimmootni waltajjicharratti ka&#8217;an\u00a0 hojiilee itti aanuuf galchoo ta&#8217;u kan himan immoo itti aanaan hojii raawwachisaa AMECO Saxxanyi Abbuhaayidha. \u00a0Obbo Saxxanyi AMECO&#8217;n\u00a0 mallattoo uummata naannoo Amaaraadha jechuun himaniiru. Amaaraa miidiyaa korporeeshiniin afaanoota naannicha keessaa dabalatee, afaanoota naannichaan alaa jiraniin\u00a0 odeeffannoo dhaqqabsiisuun miidiyaa biyyaalessaa ta&#8217;u isaa kan mirkaneessedha jechuun obbo Saxxanyi himaniiru. Yeroo itti aanuttis jijjiiramoota waggoottan 20&#8217;n darban mul&#8217;atan itti fufsisuufi kana caalaa hojjechuuf waloon dhaabbachuun akka barbaachisu waltajjicharratti ka&#8217;eera. Manneen maree bulchinsa sablammootaa sadaniifi qajeelcha kominiikeeshiinii waggoottan darbaniif dhaabbaticha waliin hojjetaniif waraqaan ragaa hojii raawwachisaa olaanaa AMECO Muluuqan Saxxiyyeerraa fudhataniiru.<\/p>\n<p>&nbsp;<\/p>\n<p>&nbsp;<\/p>\n<p>&nbsp;<\/p>\n<p>&nbsp;<\/p>\n<p>&nbsp;<\/p>\n<p>&nbsp;<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMECO Hibir raawwii hojii waggoottan 20 darbaniifi\u00a0 hojiiwwan fuula duratti raawwataman ilaalchisee \u00a0waltajjii marii gahe qabeessoota waliin magaalaa Addis Ababaatti adeemsiseera. Hirmaattootni waltajjicharratti argaman Amaaraa Miidiyaa Korporeeshiin (AMECO)&#8217;n qabeenyawwan kufama, aadaawwaniifi duudhaalee bulchiinsa sablammoota sadan keessatti beeksisuu keessatti hojiileen waggoottan 20 darban hojjette kan dinqisifamu ta&#8217;u kaasaniiru. Hariiroo uummataa cimsuu keessattis AMECO&#8217;n hojiilee gurguddoo hojjechaa [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":8,"featured_media":5506,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[49],"tags":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5505"}],"collection":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/users\/8"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=5505"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5505\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":5507,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5505\/revisions\/5507"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media\/5506"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=5505"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=5505"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=5505"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}