{"id":5544,"date":"2025-11-25T08:34:22","date_gmt":"2025-11-25T08:34:22","guid":{"rendered":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/?p=5544"},"modified":"2025-11-25T08:34:22","modified_gmt":"2025-11-25T08:34:22","slug":"biiroon-hojiifi-ogummaa-naannoo-amaaraa-lammiilee-kuma-260f-carraan-hojii-uumamuu-beeksise","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/2025\/11\/25\/biiroon-hojiifi-ogummaa-naannoo-amaaraa-lammiilee-kuma-260f-carraan-hojii-uumamuu-beeksise\/","title":{"rendered":"Biiroon Hojiifi Ogummaa Naannoo Amaaraa Lammiilee Kuma 260&#8217;f Carraan Hojii Uumamuu Beeksise"},"content":{"rendered":"<p>Naannichatti bara baajataa kanatti lammiilee miiliyoona 1 fi kuma 96&#8217;f carraa hojii uumuuf hojjetamaa jira. Qaama naannoo Amaaraa kan ta\u2019e Bulchiinsi Sablammii Oromootis dargaggoota hojii dhabeeyyii ta\u2019an gara hojiitti galchuuf carraaqqii guddaa taasisaa jira. Itti aanaan Itti gaafatamaa Qajeelcha Hojiifi Ogummaa Bulchiinsa Sablammii Oromoo obbo Sa&#8217;id\u00a0 Indiris, \u00a0bara baajata 2017tti\u00a0akka bulchiinsichaatti dameelee hojii sagaliin, hojii dhabdoota 29672tiif carraa hojii uumuuf karoorfame hojii dhabdoota kuma 28fi 994f\u00a0 yookiin dhibbentaa 97 carraan hojii uumuun danda&#8217;amu himaniiru.<\/p>\n<p>Namoota carraan hojii uumameef keessaa dhibbentaan 75.25 \u00a0dargaggoota ta&#8217;u isaanii obbo Sa&#8217;id himaniiru. Kana keessaa dubartoonni dhibbentaa 41.6 \u00a0ta&#8217;an\u00a0 fayyadamoo taasisuun danda&#8217;amuu dubbataniiru. Qaama miidhamtoota 45 ta&#8217;aniif\u00a0carraa hojii uumuun fayyadamtoota taasisuun danda&#8217;amu dubbataniiru. Akka obbo Sa&#8217;id jedhanitti, bara baajata 2018 tti namoota kuma 29 ta&#8217;aniif carraa hojii uumuuf karoorfameera. Kurmaana tokkoffaa bara baajata kana keessattis namoota kuma tokkoofi 276 ta&#8217;aniif carraa hojii dhaabbataa uumuun fayyadamoo taasisneerra jedhaniiru. Interpiraayzoota garaagaraa kanneen akka hojii mukaafi sibiilaa, horsiisa beeyladootaafi kkf irratti balinaan xiyyeeffannoon itti kennamee hojjetamaa jiraachuu\u00a0himaniiru.<\/p>\n<p>Ji&#8217;oota afran darbanitti, lammiilee kuma 260&#8217;f carraan hojii uumamuu itti aanaan Itti gaafatamaa Biiroo Hojiifi Ogummaa naannoo Amaaraa Awwaqee Zammanaa ibsaniiru. Kana keessaa lammiileen kumni 187 carraa hojii dhaabbiin kan argatanidha jedhaniiru. Itti aanaan itti gaafatamaa kun lammiilee carraan hojii uumameef kanaaf dhiheessiin lafaa, sheediifi liqaa akkasumas deggarsi walitti hidhamiinsa gabaa taasifamuuf eeraniiru. Akkasumas intarpiraayizoonni kuma 16 oliifi itti fayyadamtoonni liqaa kuma 41 ol fayyadamoo ta\u2019uu eeraniiru. Akkasaan jedhanitti, mootummaan lammiileef walitti hidhamiinsa gabaa uumuun carraa hojii uumuun fayyadamummaa isaanii mirkaneessuuf baajata birrii biiliyoona 4 tuqaa 9 ramadeera. Ji\u2019oota afran darbanitti Interpiraayzoonni gara kuma 39 ta\u2019an carraa kanaan fayyadamoo ta\u2019uu isaanii kaasaniiru. Obbo Awwaqeen walitti hidhamiinsa gabaaf birriin biiliyoona 1 tuqaa 3 ol hojii irra ooluu dubbataniiru. Lammiilee kuma 100 bobbii hojii biyyaa alaan fayyadamoo taasisuuf karoorfamee, kurmaana jalqabaa qofa keessatti lammiileen kuma jahatti dhihaatan fayyadamoo ta&#8217;uu isaanii itti aanaan Itti gaafatamaa biirichaa eeraniiru<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Naannichatti bara baajataa kanatti lammiilee miiliyoona 1 fi kuma 96&#8217;f carraa hojii uumuuf hojjetamaa jira. Qaama naannoo Amaaraa kan ta\u2019e Bulchiinsi Sablammii Oromootis dargaggoota hojii dhabeeyyii ta\u2019an gara hojiitti galchuuf carraaqqii guddaa taasisaa jira. Itti aanaan Itti gaafatamaa Qajeelcha Hojiifi Ogummaa Bulchiinsa Sablammii Oromoo obbo Sa&#8217;id\u00a0 Indiris, \u00a0bara baajata 2017tti\u00a0akka bulchiinsichaatti dameelee hojii sagaliin, hojii [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":8,"featured_media":5545,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[49],"tags":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5544"}],"collection":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/users\/8"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=5544"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5544\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":5546,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5544\/revisions\/5546"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media\/5545"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=5544"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=5544"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=5544"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}