{"id":5547,"date":"2025-11-25T08:35:50","date_gmt":"2025-11-25T08:35:50","guid":{"rendered":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/?p=5547"},"modified":"2025-11-25T08:35:50","modified_gmt":"2025-11-25T08:35:50","slug":"waajjirri-geejjibaa-magaalaa-baatee-sirna-tajaajila-tikeetii-elektirooniksii-buufata-konkolaataa-jalqabsise","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/2025\/11\/25\/waajjirri-geejjibaa-magaalaa-baatee-sirna-tajaajila-tikeetii-elektirooniksii-buufata-konkolaataa-jalqabsise\/","title":{"rendered":"Waajjirri Geejjibaa Magaalaa Baatee Sirna Tajaajila Tikeetii Elektirooniksii Buufata Konkolaataa\u00a0 Jalqabsise"},"content":{"rendered":"<p>Sirni tajaajila tikeetii elektirooniksii hojmaata kan ammayyeessudha.\u00a0 Waajjirri Geejjibaa bulchiinsa magaalaa Baateetis kana hubachuun tajaajila geejjibaa ammayyessuuf hojjechaa jira. Bulchiinsa sablammii Oromoo magaalaa Baateetti sagantaan eebba tajaajila tikeetii elektiroonsii buufata konkolaataa\u00a0\u00a0 gaggeeffameera.\u00a0 Kantiibaan bulchiinsa magaalaa Baatee Obbo Mahammad Indiriis, tajaajilli tikeettii elektirooniksii faayidaa hedduu\u00a0 kanneen akka gatii caalmaa kaffaluu, kaffaltii dabalataa kaffaluu, karaa ramadameen ala kaffaltii kaffaluufi rakkoolee kenniinsa tajaajilaa geejjibaa birootis kan hanbisu\u00a0 ta&#8217;u dubbataniiru.<\/p>\n<p>Tajaajila konkolaataa saffisaa, mijataafi bu\u2019a qabeessa akka ta\u2019uuf sirna\u00a0 tikeettii elektirooniksii hojiirra oolchuun barbaachisaa ta\u2019uu kan himan itti gaafatamaan Tajaajila Tikeetti Obbo Kaalid Ahmad, teeknooloojiin kun kutaalee dijitaalaa Itoophiyaa keessaa tokko ta\u2019uu ibsaniiru.<\/p>\n<p>Bakka bu\u2019aan Waajjira Geejjibaa Bulchiinsa Magaalaa Baatee Obbo Abduu Umar akka jedhanitti, tikeettiin elektirooniksii kun rakkoo kenniinsa tajaajila konkolaataa keessattuu sarara raabsaa gatiin ala ta\u2019e ni fura. Sagantaa eebbaa tajaajila tikeetii elektirooniksii kanarratti kana irratti hogganaan garee raawwii kenniinsa Tajaajila Geejjibaa Bulchiinsa Sablammii Oromoo Obbo Mohaammad Saayid, Kantiibaan bakka bu\u2019aa Bulchiinsa Magaalaa Baatee Obbo Mahaammad Indiriis, itti gaafatamaan Hojii gaggeessaa tajaajila tikeetii obbo Kaalid Ahmad , bakka bu\u2019aan waajjira Geejjibaa \u00a0bulchiinsa magaalaa Baatee Obbo Abduu Umar, hoggantoonni bulchinsichaafi keessummoonni biroo hirmaataniiru.<\/p>\n<p>&nbsp;<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Sirni tajaajila tikeetii elektirooniksii hojmaata kan ammayyeessudha.\u00a0 Waajjirri Geejjibaa bulchiinsa magaalaa Baateetis kana hubachuun tajaajila geejjibaa ammayyessuuf hojjechaa jira. Bulchiinsa sablammii Oromoo magaalaa Baateetti sagantaan eebba tajaajila tikeetii elektiroonsii buufata konkolaataa\u00a0\u00a0 gaggeeffameera.\u00a0 Kantiibaan bulchiinsa magaalaa Baatee Obbo Mahammad Indiriis, tajaajilli tikeettii elektirooniksii faayidaa hedduu\u00a0 kanneen akka gatii caalmaa kaffaluu, kaffaltii dabalataa kaffaluu, karaa ramadameen ala [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":8,"featured_media":5548,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[49],"tags":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5547"}],"collection":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/users\/8"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=5547"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5547\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":5549,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5547\/revisions\/5549"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media\/5548"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=5547"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=5547"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=5547"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}