{"id":6047,"date":"2026-06-07T12:59:24","date_gmt":"2026-06-07T12:59:24","guid":{"rendered":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/?p=6047"},"modified":"2026-06-07T12:59:24","modified_gmt":"2026-06-07T12:59:24","slug":"yuuniyeeniin-borkannaa-galteewwan-qonnaa-dhiheessaa-jira","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/2026\/06\/07\/yuuniyeeniin-borkannaa-galteewwan-qonnaa-dhiheessaa-jira\/","title":{"rendered":"Yuuniyeeniin Borkannaa Galteewwan Qonnaa Dhiheessaa Jira"},"content":{"rendered":"<p>Qonni keessumayyuu bu\u2019uura diinagdee jireenyaa biyyoota guddachaa jiraniiti. Dinagdeen\u00a0qonna biyya keenyaa harka caalaan qonna irratti kan hundaa\u2019edha. Irra caalaan qophiin qonna gannaaf taasifamu yeroo murteessaafi xiyyeeffannoo guddaa barbaadu keessaa isa tokkodha.\u00a0 Hojii qonnaan bultootaa gargaaruu irratti waldaaleen hojii gamtaa shoora olaanaa qabu. Haaluma kanaan Waldaan Hojii Gamtaa Qonnaan Bultoota Borkannaa Bulchiinsa Sablammii Oromoo, qonnaan bultootaaf galteewwan qonnaa yeroo isaanii eeggate dhiyeessuun diinagdee hawaasaa guddisuuf hojjechaa jira.<br \/>\n\u200e<br \/>\n\u200eJiraataan aanaa Baatee ganda Saalmanee Mahaammad Indiriis, qonna gannaatiif qophii gahaa taasisaa jiraachuu ibsuun, Waldaan Hojii Gamtaa Qoonnan Bultoota Borkannaa\u00a0yeroo ammaa qonna gannaatif sanyii filatamaa, xaa\u2019oo, qorichaafi galteewwan qonnaa biroo nuuf dhiyeessaa jira jedhaniiru. Galteewwan qonnaa yeroo isaanii eeggatanii argachuun isaanii hojii qonnaa isaanii salphaa taasisuufi oomisha isaanii guddisaa jiraachuu isaanii himaniiru. Kanaan dura galteewwan qonnaa dafee isaan dhaqqabuu dhiisuu irraan kan ka&#8217;e hojii ooomisha isaanitti gufuu ta&#8217;aa turuu kaasaniiru. &#8220;Waldaan kunis dhiyeessi amma nuuf taasisaa jiruun fayyadamaa ta&#8217;aa jirra&#8221; jedhaniiru<br \/>\n\u200e<br \/>\n\u200eGatiin galteewwanii madaalawaa ta\u2019uun isaa fayyadamummaa isaanii dabalaa jiraachuus ibsaniiru. Hanqinni dhiyeessaa yeroo tokko tokko mul&#8217;achuu kaasun, sirni dhiyeessii kana caalaatti nuuf cimuu barbaadna jedhaniiru. Qonnaan bulaan aanaa Baatee ganda Kophaafoo, obbo Abduu Huseen, yeroo ammaa qophii qonna gannaatiif qophii taasisaa jiraachuu eeraniiru. Yeroo ammaa qonna gannaatiif galteewwan qonnaa akka sanyii filatamaa, xaa&#8217;oo, qorichaafi meeshaalee qonnaa Waldaan Hojii Gamtaa Qonnaan Bultoota Borkannaa dhiyeessun haala mijataa nuuf uumaa jira jedhaniiru. Galteewwan yeroo isaanii eeggatanii yoo ga&#8217;an hojiin qonnaa isaanii sirnaan raawwachuu akka danda&#8217;aniifi oomishtummaa isaanii akka dabalu eeraniiru. Keessumaa kanaan dura gatii madaalawaa hin taanen gabaa irraa bitaa turuu ibsuun, waldaan kun gatii madaalawaa ta&#8217;een galteewwan qonnaa nuuf dhiyeessun isaa fayyadamaa nu taasisa jira jedhaniiru.<\/p>\n<p>Kanaan dura hanqina geejjibaafi saboobota garagaraatin dhiyeessin galtee harkifataa turuu kaasun, amma dhiyeessi waldaa kanaatin rakkoo geejjibaaf osoo hin saaxilamin haala salphaan dhiyeessi kana argachaa akka jiran dubbataniiru. Hojiin waldaan kun hojjechaa jiruun fayyadamaa ta&#8217;uun isaanifis\u00a0 galateeffataniiru. &#8220;Qonnaan bulaan yeroo argateen qonna isaa qopheeffatee yoo hojjetu, maatii isaa qofa osoo hin taane wabii nyaataa hawaasa bal&#8217;aafis gumaacha guddaa qaba&#8221; jedhaniiru. Gara fuulduraattis galteewwan barbaachisaa ta&#8217;an yeroo argatan haala gaariin oomishaafi oomishtummaa isaanii dabaluu akka danda&#8217;an ibsaniiru. &#8220;Nutis nyaataan of danda&#8217;uurra dabarree gabaaf dhiyeessuf haala mijataa nuuf uumaa jira&#8221; jedhamiiru. Qonnaan bultoonni galteewwan barbaachisan bakka tokko irraa argachuun isaanii yeroo, baasiifi rakkoo geejjibaa kan hir\u2019isu yoo ta&#8217;u, Kunis hojii qonnaa saffisiisuufi qonna ammayyaatti akka ce&#8217;aniif kan gargaaru ta&#8217;uu kaasaniiru.<br \/>\n\u200e<br \/>\n\u200e<\/p>\n<p>Itti gaafatamaan Waldaa Hojii Gamtaa Qonnaan Bultoota Borkannaa, obbo Xohaa Hasan, waldichi yeroo ammaa hojii isaa babal\u2019isuun qonnaan bultootaaf tajaajila fooyya\u2019aa kennaa jiraachuu isaanii kaasaniiru. Akkasumas hanqina galteewwan qonnaa duraan ture furuuf tattaaffiin taasifamaa jiraachuu ibsaniiru. Galteewwan qonnaa akka sanyii filatamaa, xaa\u2019oofi qoricha ilbiisota ittisuu yeroo isaa eeggateen dhiyeessuun oomishtummaa dabaluuf shoora guddaa taphachaa jiraachuu isaanii eeraniiru. Akka obbo Xohaan jedhanitti,qonnaan bulaan yeroo barbaachisaa ta\u2019etti galteewwan yoo argate, oomisha gaarii argachuuf carraa bal\u2019aa qaba.<\/p>\n<p>&nbsp;<\/p>\n<p>Dhiyeessiin galteewwan qonnaa karaa waldaalee hojii gamtaatin diriiree, mootummaafi dhaabbilee deeggarsaa waliin qindaa\u2019uun raabsamaa\u00a0jira jedhaniiru. Kunis qonnaan bultoonni qonna gannaatiif galteewwan barbaachisan akka argataniif faayidaa guddaa qabaachuu kaasaniiru. Hanqina yeroo tokko tokko mudatu hiri&#8217;isuuf dhiyeessii galteewwan qonnaa ammayyaa\u2019aa diriirsuun waldaan kun ciminaan hojjechaa jiraachuu ibsaniiru. Bara kanas qonna gannaa milkeessuuf akka bulchiinsichaatti hanga ammaatti xaa&#8217;oo kuntaala kuma 4 fi 500 ol dhiyeessee kan jiru yoo ta&#8217;u, dhibbantaa 50 kan ta&#8217;u rabsuudhaan qonnaan bulaa dhaqqabsiisuu ibsaniiru. Kana malees, meeshaalee qonnaa kanneen akka Tiraaktaroota qonnaa duran jiru irratti dabalataan galchuuf ajajanii akka jiran ibsaniiru. &#8220;Hanqina yeroo tokko tokko mul\u2019atu furuuf sirni dhiyeessii caalaatti cimee itti fufuu qaba&#8221; Kan jedhan itti gaafatamichi qonna ammayyaafi dinagdee hawaasaa itti fufiinsa qabu ijaaruuf bu\u2019uura cimaadha jedhaniiru.<br \/>\n\u200e<\/p>\n<p>Moosisaa Fufaatiin<\/p>\n<p>&nbsp;<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Qonni keessumayyuu bu\u2019uura diinagdee jireenyaa biyyoota guddachaa jiraniiti. Dinagdeen\u00a0qonna biyya keenyaa harka caalaan qonna irratti kan hundaa\u2019edha. Irra caalaan qophiin qonna gannaaf taasifamu yeroo murteessaafi xiyyeeffannoo guddaa barbaadu keessaa isa tokkodha.\u00a0 Hojii qonnaan bultootaa gargaaruu irratti waldaaleen hojii gamtaa shoora olaanaa qabu. Haaluma kanaan Waldaan Hojii Gamtaa Qonnaan Bultoota Borkannaa Bulchiinsa Sablammii Oromoo, qonnaan bultootaaf [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":8,"featured_media":6048,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[43],"tags":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6047"}],"collection":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/users\/8"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=6047"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6047\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":6049,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6047\/revisions\/6049"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media\/6048"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=6047"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=6047"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=6047"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}