{"id":6075,"date":"2026-06-23T06:37:22","date_gmt":"2026-06-23T06:37:22","guid":{"rendered":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/?p=6075"},"modified":"2026-06-23T06:42:49","modified_gmt":"2026-06-23T06:42:49","slug":"filannoon-waliigalaa-marsaa-7ffaa-hirmaachiisaafi-milkaaaa-ture-boordii-filannoo-biyyaalessaa-itoophiyaa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/2026\/06\/23\/filannoon-waliigalaa-marsaa-7ffaa-hirmaachiisaafi-milkaaaa-ture-boordii-filannoo-biyyaalessaa-itoophiyaa\/","title":{"rendered":"Ameerikaan Hoggantoota  ABUT Duraanii  fi Maatii Isaanii Irra Qoqqobbii Viizaa Keesse"},"content":{"rendered":"<p>Ministeerri Dhimma Alaa Amerikaa ABUT fi miseensota dhaabbatichaa nageenya Itoophiyaa booressan irratti labsii qoqqobbii Viizaa dabarseera. Ministeerri Dhimma Alaa Ameerikaa miseensota Adda Bilisa Baasaa Uummata Tigraay (ABUT) \u201cejjennoo hin fooyyofne qaban\u201d jedhe irratti uggura viizaa kaa\u2019uu isaa beeksiseera. Tarkaanfiin kun muddama yeroo ammaa hammaachaa jiruufi waraana Kaaba Itoophiyaa keessatti duumeensaa\u2019aa jiru akka sababaatti eereera. Akka dubbi himaan Waajjira Ministeera Dhimma Alaa Yunaayitid Isteetis, Toomaas Piigoot ibsanitti, uggurri viizaa kun namoota dhuunfaa rakkoo naannoo Tigraay karaa nagaa furuuf tattaaffii taasifamu gufachiisaa jiraniifi badii kana keessatti hirmaatan irratti kan xiyyeeffatedha.<\/p>\n<p>Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Maarkoo Ruubiyoon aangoo Seera Immigireeshinii Ameerikaan kennameef bu&#8217;uureffachuun murtoo kana ifoomsuu Ministeerichi beeksiseera.<\/p>\n<p>Sababa farreen nageenyaa kanaan waraanni deebi\u2019ee jalqabuu danda\u2019a sodaa jedhu irraan kan ka\u2019e lammiileen kuma dhibbaan lakkaa\u2019aman qe\u2019ee isaanii irraa buqqa\u2019uu isaanii eeraniiru. Qoqqobbiin Viizaa kun miseensota ABUT fi maatii isaanii guutumaatti akka ilaallatu ibsameera. \u201cSochiin ABUT naannicha gara rakkoo hanqina nyaataa hammaataatti kan geessise\u201d\u00a0 jechuun Mootummaan Ameerikaan yaadachiiseera. Hoggantoonni ABUT badii raawwatame hundaaf itti gaafatamummaa akka fudhatan filmaatilee jiran hunda fayyadamuun akka hojjetu Ministeerri Dhimma Alaa Ameerikaa ibseera.<\/p>\n<p>&nbsp;<\/p>\n<p>Tarkaanfiiwwan dhihoo kana ABUT fi mootummaa federaalaa Itoophiyaa gidduutti mudatan \u201ckaaba Itoophiyaatti waraana deebise kaasuu dhiibbaa kan uumaniifi tasgabbii naannichaa kan booressan\u201d ta\u2019uu isaanii ibseera. Ibsichi dabalataan, \u201clammiileen kuma dhibbaan lakkaa\u2019aman Kaaba Itoophiyaa keessatti qe&#8217;ee isaanii irraa sodaa waraanni deebi&#8217;ee ka&#8217;u mala jedhanii yaadda&#8217;uun baqachaa jiru\u201d jechuun haalli nageenyaa daran hammaachaa jiraachuu akeekkachiiseera.<\/p>\n<p>Dhuma irratti Ministeerri Dhimma Alaa Ejjennoo isaa irra deebi\u2019ee ifoomsuun, Yuunaayitid Isteetis \u201cuummata Itoophiyaa, uummata Tigraay dabalatee kanneen nagaafi tasgabbii kabajanii jiraachuu barbaadan cinaa dhaabbachuu ishee\u00a0 itti fufti\u201d akkasumas \u201caangoofi humna jiru hundatti fayyadamtee qondaaltota ABUT fi dhimmoota nagaafi tasgabbii naannichaa booressan biroo irratti hojii itti-gaafatamummaa akka jiraatu mirkaneessuufi murtii laachuu ni hojjetti.\u201d jedheera.<\/p>\n<p>&nbsp;<\/p>\n<p>Buruuk Tashoomaatiin<\/p>\n<p>&nbsp;<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Ministeerri Dhimma Alaa Amerikaa ABUT fi miseensota dhaabbatichaa nageenya Itoophiyaa booressan irratti labsii qoqqobbii Viizaa dabarseera. Ministeerri Dhimma Alaa Ameerikaa miseensota Adda Bilisa Baasaa Uummata Tigraay (ABUT) \u201cejjennoo hin fooyyofne qaban\u201d jedhe irratti uggura viizaa kaa\u2019uu isaa beeksiseera. Tarkaanfiin kun muddama yeroo ammaa hammaachaa jiruufi waraana Kaaba Itoophiyaa keessatti duumeensaa\u2019aa jiru akka sababaatti eereera. Akka [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":8,"featured_media":6080,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[49],"tags":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6075"}],"collection":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/users\/8"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=6075"}],"version-history":[{"count":3,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6075\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":6081,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6075\/revisions\/6081"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media\/6080"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=6075"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=6075"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=6075"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}