{"id":6252,"date":"2026-08-21T11:05:29","date_gmt":"2026-08-21T11:05:29","guid":{"rendered":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/?p=6252"},"modified":"2026-08-21T11:05:29","modified_gmt":"2026-08-21T11:05:29","slug":"istaadiyeemiin-baahir-daar-taphoota-addunyaa-keessummeessuuf-eeyyama-argate","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/2026\/08\/21\/istaadiyeemiin-baahir-daar-taphoota-addunyaa-keessummeessuuf-eeyyama-argate\/","title":{"rendered":"Istaadiyeemiin Baahir Daar Taphoota Addunyaa Keessummeessuuf Eeyyama Argate"},"content":{"rendered":"<p>Istaadiyeemii Idil-Addunyaa Baahir Daar, Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa (CAF) irraa yeroo dhiyoo asitti hayyama yeroo rammadii 3ffaa argachuun isaa ni yaadatama. Hayyamicha kan argate Hulaagaalee kanaan dura akka guutuuf itti kennamee ture guutuu isaan ta\u2019uu, Biiroon Aadaa, Turizimiifi Ispoortii Naannoo Amaaraa ibseera. Itti Aanaan itti Gaafatamaa Biiroo Obbo Gaashaw Taqqabaa miidiyaa dijitaalaa AMECO\u2019f akka ibsanitti, istaadiyeemichi ulaagaalee CAF\u2019n gaafate sirnaan guuteera jedhan.<br \/>\n\u200e<br \/>\n\u200e Kutaa uffannaa afuriifi meeshaalee tajaajilaa barbaachisoo waliin guutamee qophaa\u2019eera. kutaa keessummoota addaafi keessummota baay\u2019ee murteessoo ta\u2019anii (VIP fi VVIP) akkasumas kaafteeriyaawwan qophaa\u2019aniiru. Miidiyaaleef kan oolu, jechuunis konfiransii miidiyaa, waraabbiifi tamsaasa kallattii gaggeessuuf mijataa ta\u2019an kutaafi bu\u2019uuraalee misoomaa barbaachisoo waliin guutamaniiru.<br \/>\n\u200e<br \/>\n\u200eTaphoota hordofuuf kan gargaaran kaameeraawwan 116fi iskiriiniiwwan 9 hiidhameera. Hulaagicha bu&#8217;uura godhachuun balbaloonni ijoo seensaa istaadiyeemichaa lama irraa gara shanitti akka dabalan taasifameeras jedhan. Dirreen istaadiyeemichaa hulaagaalee CAF qofa osoo hin taane, ragaa mirkaneessaa FIFA illee argatee sadarkaa barbaadamuun qophaa\u2019eera. Dabalataanis guyyaafi halkan taphoota gaggeessuuf kan dandeessisan ibsawwan 20 diriirfamuu isaanii ibsaniiruu<br \/>\n\u200e<br \/>\n\u200eIstaadiyeemichi hulaagaalee sadarkaa 3ffaaf kan gaafatamanii oliitti hulaagaalee sadarkaa 4ffaa yookiin hayyama guutuu argachuuf gargaaran ilaalcha keessa galchuun guutamuu barbaachisan guutamaniiru jedhan. Hojiiwwan guutamuu qaban kanneen akka hojii utubafi kallattii agarsiiftuu muraasni biroo xumuramaa akka jiranis ibsaniiru.<\/p>\n<p>\u200e Gamaaggamtoonni yeroo taphaa dhufan, beekamtii guutuu yookiin mirkaneessa sadarkaa 4ffaa akka kennan abdii qabaachuu isaaniis itti aanaan itti gaafatamaa ibsaniiru.<br \/>\n\u200e<br \/>\n\u200eHayyamni istaadiyeemichi argate kan kana duraa biyya alaatti biyyi keenya taphataa turte, amma immoo gareen biyyaalessaa Itoophiyaa biyya ofii keessatti iddoo inni itti taphatu argachuun gammachuu Itoophiyaanota maraa ta\u2019uu ibsan.\u200e<br \/>\n\u200eGama biraan immoo sochii turizimii ispoortii Naannoo Amaaraa akka kakaasu dubbataniiru. Taphaan ala hoteelotaafi tajaajiloota biroof carraa bal\u2019aa kan uumu ;sochii turizimii naannichaatiif faayidaa olaanaa akka qabaatus ibsaniiru.<br \/>\n\u200e<br \/>\n\u200eYeroo dorgommii keessatti, taphattoota biyya keessaa dabalataan taphattoonni biyya alaa gara Magaalaa Baahir Daaritti yeroo dhufan doolaara qabatanii waan dhufaniif, naannichaa qofaa osoo hin taane, sadarkaa biyyaattis sharafa alaa argamsiisuuf faayidaa olaanaa akka qabu ibsaniiru.<br \/>\nGeexee Gizaawutiin<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Istaadiyeemii Idil-Addunyaa Baahir Daar, Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa (CAF) irraa yeroo dhiyoo asitti hayyama yeroo rammadii 3ffaa argachuun isaa ni yaadatama. Hayyamicha kan argate Hulaagaalee kanaan dura akka guutuuf itti kennamee ture guutuu isaan ta\u2019uu, Biiroon Aadaa, Turizimiifi Ispoortii Naannoo Amaaraa ibseera. Itti Aanaan itti Gaafatamaa Biiroo Obbo Gaashaw Taqqabaa miidiyaa dijitaalaa AMECO\u2019f akka ibsanitti, [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":8,"featured_media":6253,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[47],"tags":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6252"}],"collection":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/users\/8"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=6252"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6252\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":6254,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6252\/revisions\/6254"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media\/6253"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=6252"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=6252"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=6252"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}