{"id":6317,"date":"2026-09-25T13:19:38","date_gmt":"2026-09-25T13:19:38","guid":{"rendered":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/?p=6317"},"modified":"2026-09-25T13:19:38","modified_gmt":"2026-09-25T13:19:38","slug":"hidhattoonni-waamicha-nageenya-fudhatan","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/2026\/09\/25\/hidhattoonni-waamicha-nageenya-fudhatan\/","title":{"rendered":"Hidhattoonni Waamicha Nageenya Fudhatan"},"content":{"rendered":"<p><strong>Waamichi Nageenyaa Fudhatama Argachaa Dhufeera; Aanaa Faarxaa Keessatti Hidhattoonni Nageenya Filataniiru<\/strong><\/p>\n<p>Naannoo Amaaraa keessatti dhiyeenya kana hidhattoonni hedduun \u00a0filannoo nageenyaa fudhachaa jiru. Tibbana Godina \u00a0Goondar Kibbaa Aanaa Faarxaa keessatti hidhattoonni bosona keessa socho&#8217;aa turan filannoo nageenyaa fudhatan.<\/p>\n<p>Itti Aanaan Hoogganaa Waajjira Nageenyaafi Callisaa Aanaa Faarxaa Ajajaa \u00a0Shantamaa Maaruu Admaas hojii qunnamtii ummataa cimsuunifi waamicha nageenyaa hidhate kanaaf dhihaachuun mariisisuudhaan hidhattoonni filannoo nageenyaa akka fudhatan gochuun danda&#8217;ameera jedhaniiru.<\/p>\n<p>Tibbana guyyoota lama keessatti \u00a0hidhattoonni 32 filannoo nageenyaa fudhachuu isaaniis ibsanii jiru. Fuulduraas hidhattoonni bosona keessatti argaman filannoo nageenyaa akka fudhatan xiyyeeffannoon hojjetamaa akka jiru kaasaniiru.<\/p>\n<p>Hidhattoonni filannoo nageenyaa fudhatan diina seenaa uummata Amaaraa ta&#8217;e waliin hojjechuudhaan lammata uummata hin miidhu jedhanii filannoo nageenyaa fudhachuu isaaniis dubbataniiru.<\/p>\n<p>Hawaasnis nageenya mirkaneessuuf gahee isaa bahaa akka jiru ibsan.<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Waamichi Nageenyaa Fudhatama Argachaa Dhufeera; Aanaa Faarxaa Keessatti Hidhattoonni Nageenya Filataniiru Naannoo Amaaraa keessatti dhiyeenya kana hidhattoonni hedduun \u00a0filannoo nageenyaa fudhachaa jiru. Tibbana Godina \u00a0Goondar Kibbaa Aanaa Faarxaa keessatti hidhattoonni bosona keessa socho&#8217;aa turan filannoo nageenyaa fudhatan. Itti Aanaan Hoogganaa Waajjira Nageenyaafi Callisaa Aanaa Faarxaa Ajajaa \u00a0Shantamaa Maaruu Admaas hojii qunnamtii ummataa cimsuunifi waamicha nageenyaa [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":8,"featured_media":6318,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[49],"tags":[],"class_list":["post-6317","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","category-oduu"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6317","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/users\/8"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=6317"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6317\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":6319,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6317\/revisions\/6319"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media\/6318"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=6317"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=6317"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=6317"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}