{"id":6372,"date":"2026-10-10T13:09:12","date_gmt":"2026-10-10T13:09:12","guid":{"rendered":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/?p=6372"},"modified":"2026-10-10T13:09:12","modified_gmt":"2026-10-10T13:09:12","slug":"kaabinoota-mootummaa-haaraatti-imaanaa-guddaan-kennamee-jira","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/2026\/10\/10\/kaabinoota-mootummaa-haaraatti-imaanaa-guddaan-kennamee-jira\/","title":{"rendered":"Kaabinoota mootummaa haaraatti  imaanaa guddaan kennamee jira"},"content":{"rendered":"<p>Muummee Ministiraa Abiyyii Ahimad (PhD), yeroo Mootummaa Ida\u2019amuun kaabinee isaanii hundeessan, dandeettii, amanamummaa uummataan itti kenname ba&#8217;achuu, malaammaltummaa jibbuufi\u00a0 garaagarummaa hunda kan hammatu hulaagaalee ijoo taasisuu isaanii beeksisaniiru. Muummee Ministiraa Abiyyii Ahimad(PhD) miseensota kaabinee isaaniif, \u201cMuudamni hojii gammachuu kennu osoo hin taane, qorumsaafi dadhabbiiti\u201d jechuun hubachiisaniiru.<br \/>\n\u200e<br \/>\n\u200eMuummeen Ministiraa yeroo miseensota kaabinee filataman Mana Maree Bakka Bu\u2019oota Uummataaf dhiyeessanitti haasaa taasisaniin, filannoo dhiheenya kana gaggeeffame irratti lammiileen miliyoona 54, qormaata hedduu keessa ta\u2019anii mootummaa cimsuuf imaanaa guddaa kennan baachuu kan danda\u2019an, hoggantoota\u00a0 gateettii qaban filachuun dirqama ta\u2019uu ibsaniiru.<br \/>\n\u200e<br \/>\n\u200eQindaa\u2019ina Kaabinee haaraa keessatti hulaagaalee irratti xiyyeeffannoon guddaan taasifame keessaa tokko, hafuura tajaajilummaa uummataa dha.<br \/>\n\u200eHoggantoonni malaammaltummaa jibban, ittisuuf carraaqan, tajaajila uummataa immoo akka carraa guddaatti ilaalan ta\u2019uu akka qaban cimsanii hubachiisaniiru.<br \/>\n\u200e<br \/>\n\u200e<br \/>\n\u200eHUlaagaan biraa filannoo kaabinee keessatti ijoo ta\u2019e, Itoophiyaan hanga bara 2050tti qopheessite \u201cTarsiimoo Guddicha Ida\u2019amuu (Medemer Grand Strategy)\u201d sirriitti hubatanii fi gara sammuu isaaniitti fudhatanii jiraachuu isaanii ta\u2019uu ibsaniiru.<br \/>\n\u200eUlaagaaleen ijoo biroon filannoo kaabinee kanaa, Itoophiyaan hanga bara 2050tti kan qopheessite \u201cTarsiimoo Guddina Ida\u2019amu\u00a0 sirriitti kan hubatanii ta\u2019uu isaaniiti. Keessattuu guddinni Itoophiyaa lammii tokkoon tokkoon isaa fayyadamaa ta\u2019uu isaa mirkaneessuu akka isaan irraa eegamu ibsanii, hoggantoonni adeemsa yookaan hamma bu\u2019aa qofa osoo hin taane, jijjiirama qabatamaa isaan fidan irratti kan madaalaman filatamuu isaanii beeksisaniiru. Kanaafis akka fakkeenyaatti, yeroo daandii hojjetamu, hiyyeessi miilaan ittiin deemuufi baayisikilii ittiin oofuuf daandiin jiraachuu isaa mirkaneessuun hojiiwwan fayyadamummaa lammiilee mirkaneessan keessaa tokko ta\u2019uu isaa fakkeenyaaf kaasaniiru.<br \/>\n\u200e<br \/>\n\u200e<br \/>\n\u200eDandeettiifi muuxannoo bira darbee, walmakamni kaabinee fuula Itoophiyaa sabootaafi sablammoota hedduu qabdu akka calaqqisiisuuf tattaaffiin guddaan taasifamuu isaa Muummee Ministiraa\u00a0 ibsaniiru. Haaluma kanaan, garaagarummaa saba, saalaafi amantii madaalawaan eeguudhaan kaabineen hundeeffamuu isaa agarsiisaniiru.<\/p>\n<p>\u200eDhuma irratti, Muummee Ministiraa Abiyyii Ahimad (PhD) muudamtootaaf akeekkachiisa kennuun, \u201cMuudamni bakka itti bashannannu, hirriba hedduufi jireenya mijataa itti argannu osoo hin taane, Itoophiyaa gara imala qaroominaatti ceesisuuf itti carraaqnu, dirree hojii ti\u201d jechuun itti gaafatamummaan kun ulfaataafi seena-qabeessa ta\u2019uu hubachiisaniiru.<\/p>\n<p>Odaa Likkiisaatiin<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Muummee Ministiraa Abiyyii Ahimad (PhD), yeroo Mootummaa Ida\u2019amuun kaabinee isaanii hundeessan, dandeettii, amanamummaa uummataan itti kenname ba&#8217;achuu, malaammaltummaa jibbuufi\u00a0 garaagarummaa hunda kan hammatu hulaagaalee ijoo taasisuu isaanii beeksisaniiru. Muummee Ministiraa Abiyyii Ahimad(PhD) miseensota kaabinee isaaniif, \u201cMuudamni hojii gammachuu kennu osoo hin taane, qorumsaafi dadhabbiiti\u201d jechuun hubachiisaniiru. \u200e \u200eMuummeen Ministiraa yeroo miseensota kaabinee filataman Mana Maree [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":8,"featured_media":6373,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[49],"tags":[],"class_list":["post-6372","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","category-oduu"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6372","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/users\/8"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=6372"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6372\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":6374,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/6372\/revisions\/6374"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media\/6373"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=6372"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=6372"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ameco.et\/hirkoo\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=6372"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}