Abbootiin amantaa ayyaana, Id
Al Fixir 1445ffaa sababeeffachuun
ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Sheeh Mahaammadsaanii Ahmad
jiraataa magaalaa Kamisee yoo
ta’an, barsiisaa amantaa Islaa-
maati. Baga ayyaana Id Al Fixir
bara Hijiraa 1445 ffaatiin nagaan
isin gahe, Id mubaarak jedhaniiru.
Guyyaan kun ayyaanota gurgud-
doo hawaasni Muslimaa namoota
harka qalleeyyii, firaafi ollaa wa-
jjin wal deggaruun gammachuun
waliin dabarsuu waan taheef, kun
dagatamuu hin qabu jedhaniiru.
Ayyaana Id Al Fixir Uumaan