HAWAASUMMAA

Dhukkuba Busaa Bahinsa Gannaatiin Walqabatee Mudatu Dursanii Ittisuu

Dhukkubni busaa irra caalaa waqtii roobaafi roobni wayita bahu baay'inaan mudata. Sababni isaa roobni bishaan akka kuufamu gochuun, bookeen busaa akka wal horuuf haala...

Galmee Barattootaa Baruufi Barsiisuu Milkeessuuf

Adeemsa baruu fi barsiisuu bu’a qabeessa, qulqulluu fi sirnaan gaggeessuuf galmeen barattootaa gahee olaanaa qaba. Bara barnootaa haaraa keessatti galmee barattootaa yeroo isaa eeggate,...

Hirmaannaa Hawaasaan Manneen Barnootaa Suphamaa Jiru

Misooma yaadame galmaan ga’uuf hirmaannaan hawaasaa murteessaadha. Biyya keenya Itoophiyaa keessatti hojii dhuunfaa irraa ka’ee kan hawaasa bal’aa kan hojjetamu walgargaaruunidha. Dhaabbileen hawaasaa hedduun...

Dhiyeessii Galchoo Buufata Fayyaa Magaala Kamisee

Dhaabbileen fayyaa dhimma ijoo dhalli namaa jireenya isaa itti fufsiisuuf hundeessee ogeessota ogummaa yaalaa fayyaa qaban achirratti qacaruun ittiin tajaajilamudha. Sadarkaa Addunyaatti fayyaa uummata...

Tola Ooltummaa Waldeeggarsa Hawaasummaa Cimsaa Jiru

Tola ooltummaan gocha namni tokko yookiin gareen tokko fedhii fi jaalalaan, faayidaa tokko malee nama, hawaasa yookiin garee hawaasaa beekumsa,humna isaafi mallaqa isaan itti...

Ittisa Balaa Lolaa

Waqtii gannaan walqabatee balaa lolaa sababa rooba cimaatiin qaqqabuu danda'u dursanii ittisuufi miidhaa hawaasa irra gahu malu hir'isuuf xiyyeeffannoo addaan hojjechuun barbaachisaadha. Bulchiinsa magaalaa...

Keemikaalota Balaafamoo Fayyaa Miidhan

Giddu galeessaan aarri shiishaa saʼaatii tokko keessatti hamma aara tamboo 100 keessaa bahu waliin wal qixa jedhama. Shiishaan baay'ee summaa'aafi araada guddaaf kan nama...

Karoora Maatii: Jireenya Miidhagaaf

Karoora maatii fayyadamuun haadholiifi daa'imman fayyaa ta'an qabaachuufi jireenya maatii fooyyessuuf bu'aa guddaa qaba. Barruu keenya har’aatiin dhimma kanarratti haati karoora maatii fayyadaman tokko...

Hojii Ittisa Busaarratti Bu’aa Galmaa’e

  Waqtiin bonaa yoo dhufu haalli qilleensaa waan ho’uuf wal hormaata bookee busaaf haala mijataa uuma. Yeroo baay’ee waqtii kanatti dhukkubicha ittisuuf durfamee kan irratti...

Talaallii Daa’immaniifi Barbaachisummaa Isaa

       Akka Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa jedhutti talaalliin waggaatti du’a daa'immanii miliyoona lamaa hanga sadii kan hambisudha. Talaallii talaalchisuun dhaloota dhufu dhukkuba daddarboo irraa...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo