ODUU

Moggaasaafi Kabaja Guyyoota Qaammee Bara 2018

Itoophiyaan biyoota Addunyaa dhaha mataa isaanii qaban muraasa keessaa tokko taatee kan ji’aata waggaa 13ffa qofaa isheen qabdudha. Sirni lakkoofsaa kun ji’ootni waggaa 12...

“Uummanni Gareewwan Finxaaleyyii Hadheeffatee Balaaleffateera”

Waltajjiin gamaggama raawwii hojiiwwan paartiifi mootummaa bara baajataa 2018fi hubannoon karoora bara baajataa 2019 hoggantoota olaanoofi giddu-galeessaa Naannoo Amaaraan gaggeeffame. ‎ ‎Waltajjii kanarratti argamuun ergaa kan...

Naannoon Amaaraa Ragaa Hojjettoota Mootummaa Dijitaalessuu Xumuruuf

Biiroon sivil sarviisiifi misooma humna namaa Naannoo Amaaraa ragaa hojjettoota mootummaa gara hojii mirkaneessuufi  dijitaalayizeeshinii galuu ilaalchisee ibsa kenne. Itti Aanaan Itti Gaafatamaa Biiroo...

Gootummaa Dhugaan Mariin Garaagarummaa Yaadaa Furuudha

Qabsoon hidhannoo kamiyyuu, ka’umsi isaa hammam haqaafi dhugaa ta’us, yeroo dheeraa fudhatee bifas yoo jijjiirrate, hawaasa inni qabsoo jalqabeef sanaaf dhibee hamaadha. Walitti bu’iinsi...

Hariiroo Uummata Amaaraafi Oromoo qormaataan Hin Gufanne

Itoophiyaan biyya sabaafi sablammoota 85 oliifi amantaa garaa garaa qaban of keessatti kan qabattee ijaaramtedha. Ijaarsa biyya kanaa keessatti sabootni hunduu ga'ee kan qaban...

Manni Maree Naannoo Amaaraa Raawwii Hojji Bara Baajataa 2018 Gamaggamuun, Karooraafi Baajata Bara 2019 Raggaasise

Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii idilee 12ffaa marsaa 6ffaa bara hojii 5ffaa gaggeesseen raawwii hojii bara baajataa 2018 gamaaggamuun, baajata raawwii hojii bara 2019...

Yaa’iin Mana Maree Hojii Milkaa’aan Hojjetamuu Mirkaneesse

Manni maree Bulchinsa Sablammii Oromoo Yaa’ii Idilee 28ffaa Marsaa 5ffaa isaa gaggeesseen gabaasa raawwii kan bara 2018 dhaggeeffachuun ciminoota jiran itti fufsiisuufi banaa jiran...

Ukkaamsaafi Gaaga’amni Dargaggoota Tigiraay Irra Ga’aa Jiru Mormii Addabaabaayii Kaase

Gareen seeraan alaa ABUT Tigiraay keessatti dhalatee xannacha uummata Tigiraayitti ta’uun hadholii Tigiraay boossisaa dargaggoo Tigiraay dhiiga dhangalaasaa jiraateera. Kan lammiileen Itoophiyaa biro hin...

“Hojiileen Koriidarii Baadiyyaa Agarsiiftuu Itoophiyaa Gara Olka’iinsa Nuti Yaadnutti Ceesisudha” Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

Misoomni koriidarii baadiyyaa Itoophiyaa keessatti bal’inaan hojiirra oolaa jiru, waggoota muraasa keessatti bifa baadiyyaa jijjiiruu qofa osoo hin taane, haala jireenyaa qonnaan bultootaafi horsiisee...

Aanaan Jiillee Dhummuugaa Aanaalee Bulchinsa Sablammii Oromoo keessatti argaman keessaa tokko taatee uummata Amaaraafi Affaar waliin jiruufi jireenyi isaanii walirratti hirkataadha. Aanaan Jiillee Dhummuugaa gandoota...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo