Birmadummaa midhaan nyaataa, birmadummaa biyyaaf

Guddinni diinagdee biyya tokkoo bu’uura jireenya uummataa fooyyeessuuf gargaara;kana malees, dandeettii biyyi sun ofiin dhaabbachuu, fedhiiwwan bu’uuraa uummata ishee guutuufi abbaa biyyummaa ishee cimsachuu keessatti gahee olaanaa qaba. Biyyoota...
spot_img

Ameerikaan Waraana Afrikaa Keessaa Dhaabsisuuf Gamtaa Afrikaafi Gamtaa Mootummootaa malaqaan gargaaruu kan cimsitu ta’uu beeksifte

Ameerikaan Waraana Afrikaa keessatti deebitee deeggarsa Cimaa Gamtaa Afrikaafi Gamtaa Mootummootaaf kan taasiftu ta’uu ibsite. Deeggarsichi Maallaqaa kan dabalatu...

Ugaandaa Keessatti Hongee Hamaan Mudachuun Ji’a Tokko Keessatti Loon Gara Kuma Tokkoo Du’an

Hongee dheeraa mudateen margaafi bishaan dhabamuu hordofee, ji'a darbe keessa kutaa biyya Ugaandaa Niyakaatonzii, Aanaa Kasesee keessatti loon gara...

Liyoonel Meesiin kabaja maluuf argachuun gaggeeffame

Liyoonel Meesiin waggoota 21 booda garee Biyyaalessaa Arjeentinaa keessaa bahuu hordofee tapha michoomaa qophaa'e irratti Arjeentinaan Beeniin 3 fi...

Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Fiigicha Daandiirraa Addunyaa Milkiin Xumurte

Shaampiyoonaa fiigicha daandiirraa addunyaa Deenmaarki Magaalaa Koppenhasgenitti gaggeeffameen Itoophiyaan sadarkaa lammaffaa qabachuun xumurte. Shaampiyoonaa guyyoota lamaaf geggeeffamaa ture , atileetotni...
AMECO Hirkoo