Ispoortii

Liyoonel Meesiin kabaja maluuf argachuun gaggeeffame

Liyoonel Meesiin waggoota 21 booda garee Biyyaalessaa Arjeentinaa keessaa bahuu hordofee tapha michoomaa qophaa'e irratti Arjeentinaan Beeniin 3 fi 0n mo’atteetti. ‎ ‎Federeeshiniin kubbaa miilaa Arjeentinaa...

Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Fiigicha Daandiirraa Addunyaa Milkiin Xumurte

Shaampiyoonaa fiigicha daandiirraa addunyaa Deenmaarki Magaalaa Koppenhasgenitti gaggeeffameen Itoophiyaan sadarkaa lammaffaa qabachuun xumurte. Shaampiyoonaa guyyoota lamaaf geggeeffamaa ture , atileetotni biyyoota 86 irraa walitti baba’an...

Godaansa Irraa Gara Biyyaatti

Itoophiyaan hundeessituu konfedereeshinii kubbaa miilaa afrikaa irra darbitee bara 1962 ALI tti waancaa afrikaa kaasuun ishee ni yaadatama . Gareen kubbaa Miilaa Itoophiyaa maqaa...

Istaadiyeemiin Baahir Daar Taphoota Addunyaa Keessummeessuuf Eeyyama Argate

Istaadiyeemii Idil-Addunyaa Baahir Daar, Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa (CAF) irraa yeroo dhiyoo asitti hayyama yeroo rammadii 3ffaa argachuun isaa ni yaadatama. Hayyamicha kan argate...

Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Gimbii Seenaa Hojjete

Taphni Shaampiyoonaa Kilaboota Itiyoophiyaa morkii ijibbaataa Waancaaf Dilbata darbe Gimbii fi Waltaan Poolisii Tigiraay waliin taphataniin injifannoo Gimbiin  goolabame. Taphni Shaampiyoonaa Kilaboota Itiyoophiyaa Kilaboota 44...

Ispeen Shaampiyoonaa Waancaa Addunyaa 23ffaa Taate

Tapha xumuraa waancaa addunyaa 23ffaa Ispeen galchii 1 fi 0’n Arjentiinaa injifachuun Shaampiyoonaa taate. Tapha kanaanis Sa’aatiin idilee galchii malee qixa xumuramuun Ispeen sa’aatii dabalataa...

Raajiifi Taatee Addaa Tapha Waancaa Addunyaa 23ffaa

Waancaan Addunyaa (FIFA World Cup) dorgommii kubbaa miilaa addunyaa irratti kabajaafi beekamtii olaanaa qabu keessaa isa guddaadha. Yeroo jalqabaaf bara 1930 biyya Uruguwaay keessatti...

I staadiyeemiin Idil Addunyaa Baahir Daar Tapha Gulaallii Waancaa Afrikaa Keessummeessuuf

Itoophiyaan istaadiyeemii ulaagaa ‘CAF’ guutu dhabuu irraa kan ka'e gareen biyyaalessaa Itoophiyaa tapha biyya keessatti taphachuu qabu biyya alaatti  taphachuuf dirqameera. Tapha garee biyyaalessaa...

Seerota Haaraa Waancaa Addunyaa 2026 (A.L.A) Hojiirra Oolfamuuf Yaadaman

Waldaan bulchaa kubbaa miilaa idil-addunyaa (FIFA)'n taphoota irratti harkifannaa hambisuufi naamusa ispoortii mirkaneessuuf murtee abbaa murtii haqa qabeessa gochuuf jijjiirraa seeraa hedduu qorachaa akka...

Garee Kubbaa Miilaa Turtii Waggoota 22 Boodatti Bakka Hawwe Gahe

Arsenaal yeroo jalqabaaf dorgommii Shaampiyoonsi Liigii irratti kan hirmaate bara 1971 ture. Kan baranaa waliin yeroo 23 hirmaateera. Arsenaal A.L..A. bara 2003/4 ture yeroo...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo