Ijoo Dubbii

Haasaa Jibbinsaa Uummata Giddutti Walshakkiifi Walgaarreffannaa Uumu Adabbii Seeraan Sirreefamuu Qaba

Midiyaan hawaasaa tekinoolojii uummata addunyaa maraa walitti fiduuf faaydaa inni qabu guddaa dha. Namni bakka fedhe jiraatee hariiroofi walitti dhufeenya uummachuuf  kaayyoo godhachuun kan...

Waldhabdeen Mariin Furamuu Qaba

Dhalli namaa bineensota biroo irraa kan adda ta’u afaan ittiin walii galuufi mari’atee rakkoo yookiin wal dhabdee gidduu isaa jiru furachuunidha. Namummaa dhugaanis miidhaa...

Hariiroon Uummataa Amaaraafi Oromoo Gidduu Seentumma Siyaasaa Irraa Bilisa Ta’u Qaba

Uummatni Amaaraafi Oromoo Itoophiyaa keessatti baay'ina uummataa guddaa kan qabani dha. Uummata  ollaa walii ta'anii,  hariiroo jaarraa hedduu lakkoofsiseefi kan seenaa baroota dheeraa waliin...

Mariin Biyyyaalessaa Itoophiyaa Aadaa Siyaasaa Haaraa Kan Banu Dha

Itoophiyaan biyyoota sirna mootummaa jabaafi seenaa dheeraa qaban keessa ishee tokko dha.Biyyoota addunyaa irratti qaroomina durii qaban arfan keessaas ishee tokko dha.Uummata gurraacha gita...

Jruuf Jireenya Jiraataa Baadiyaa Fooyyeessuun Uummata Bal’aa Biyyattii Hundeerraa Jijjiiruu Dha

Uummatni Itoophiyaa dhibbeentaa 80 caalu baadiyyaa keessa jiraata;irra caalaan  qoote bulaafi horsiisee bulaa dha.Qooteefi horsiisee biyya kan soorudha.Uummatni kun diinagdee biyyaattif hundeedha.Qootee bulaas ta’e...

Sagaleen Uummataa Yeroo Kamuu Moo’ataafi Kabajamaa Ta’uu Qaba

‎ ‎Sagaleen uummataa filannoo waliigalaa 7ffaa Waxabajjii 14/2018 ifoomee jira. Boordiin filannoo biyyaalessaa paartilee siyaasaafi morkattoota dhunfaa teessoo mana maree bakka bu'ootaafi caffee naannoolee argatan...

Filannoon Waliigalaa Itoophiyaa Cichoomina Uummatni Ijaarsa Sirna Dimookiraasii Kan Itti Agarsiiseedha

‎ ‎Fiilannoo waliigala biyya tokkof sirna dimookiraasifi mootumma fudhatamumaa qabu ijaaruf kan dandeessisu dha.Itoophiyaan dhibbaa nageenya rakkolee keessoofi aalaa keessa taatus filannoo waligalaa taasftetti.Kun cichoomina...

Abbaantummaan Fillannoo Waliigalaa Kan Uummataati

Barbaachisummaan filannoo waliigalaa biyya tokkoo mootummaa fudhatamummaa qabu ijaarudha. Biyyi tokko birmadummaanshe eegameefi dhageeti idil-addunyaa qabaattee jiraachuuf barbaachisan keessaa tokko mootummaa fudhatammummaa argate qabaachudha....

Yaadannoo Guyyaa Goototaa Yeroo Kabajnu Hojii Gootummaarratti Argamuu Barbaada

  Hojiin gootummaa dhimmoota adda addaan ibsamuu danda’a. Barataan barumsa isaatti xiyyaffatee bu’aa qabeessa ta’e gootadha. Qonnaan bulaan cimee qotuun maatiisa sooruufi hirkattummaa jalaa bahe...

Nageenya Waarreessun Misooma Saffisisuu Keessatti Deeggarsa Biyya Keessaafi Biyya Alaa Barbaada ‎

‎ Naannoon Amaaraa biyyattii keessatti carraa misooma guddaa qaban keessaa isa tokkodha. Naannichi qabeenya uumamaafi nam-toolcheen kan badhadhedha. Akka qorannoon oomiisha naannoleen biyyattiif gumaachan mulisutti...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo