AADAAFI OGUMMAA

Irreecha walooma uummataaf

Irreechi ayyaana galateeffannaa, araaraa, nagaa, waloomaafi tokkummaa kan uummata Oromoo biratti bakka olaanaa qabudha. Ayyaanni Irreechaa Uummatni Oromoo haala aadaa, safuufi dhuudhaa isaa eeggateen...

Mootii Ayyaanotaa

Ayyaanni Masqalaa ayyaanota aadaafi amantii Itoophiyaa keessatti bakka olaanaa qaban keessaa isa tokkodha. Ayyaanni kunis waggaadhaan Fulbaana 17 haala hoo’aan kabajama. Ayyaanichi seenaa, aadaa,...

Simannaa Bara Haaraa, Calaqqee Aadaafi Tokkummaa Uummataan

Biyyi keenya Itoophiyaan, biyya uummanni ishee ayyaanota amantaa, ayyaanota jijjiirama baraafi ayyaanota aadaa garaagaraa itti kabajanidha. Ayyaanotni kunneen seenaa, aadaa, duudhaafi amantaa hawaasaa calaqqisiisuun...

Ashandiyyeefi Shamarran

Uummanni Itiyoophiyaa uummata duudhaa, aadaafi Seenaa baroota hedduu qabaachuun beekamudha. Aadaaleefi duudhaaleen kunneenis haala garagaraatiin kabajamu. Keessumaa immoo ji'a Hagayyaa keessa Ayyaanni Shadey/Ashandiyyee shamarraniin...

Duudhaa Hawaasaan Olaantummaa Seeraa Kabajuu

Olaantummaan seeraa bu'uura mootummaa cimaa, nageenya waaraafi misooma biyyaati. Seenaan akka mul'isutti, heerri mootummaa barreeffamaan osoo hin diriiriin durayyuu uummanni Itiyoophiyaa aadaa, duudhaa, safuufi...

Aadaan Marii Itoophiyaanotaa, Marii Biyyaalessaa Milkeessuuf Ga’ee Qabu

Itoophiyaan biyyoota Afrikaa seenaa dheeraafi aadaa bal’aa qaban keessaa ishee tokkodha. Osoo biyyoonni addunyaa hedduun sirna dimokiraasii ammayyaa hin diriirsin dura Uummatni Itoophiyaa rakkoolee...

Ga’ee Afoolli Aadaa Wal Gargaarsaa Keessatti Qabu

Aadaan wal gargaarsaa eenyummaa, tokkummaafi hariiroo hawaasaa afoolaan ibsuufi onnachiisuun dhalootaa dhalootatti daddarbaa dhufeera. Keessumaa hawaasa biyya keenyaa biratti namni rakkoo keessa jiru keessatti...

Gumaachi Misooma Koriidarii Guddina Turizimiitiif Qabu

Itoophiyaan qabeenya uumamaa, seenaa dheeraa, hambaa aadaafi amantii addunyaan beekaman hedduu qabdi. Yeroo dheeraaf garuu qabeenyi kun sadarkaa barbaadamuun misoomfamee fayyadamaa hin turre. Haala...

Sirna Rakaboot: Duudhaa Wal-dhabdee Hiikuufi Nagaa Buusuu

Wal-diddaafi walitti bu’iinsi wantoota uumamaan jiran keessaa tokkodha. Qaama hawaasaa kamiyyuu keessatti gareewwan, maatiiwwaniifi namoota dhuunfaa gidduutti walitti bu’iinsi uumamuu ni danda’a. Hawaasnis walitti...

Qusquwaam Maariyaam:  Calaqqee Aadaa Itoophiyaa

Qusquwaam Maariyaam:  Calaqqee Aadaa Itoophiyaa ‎ ‎Itoophiyaan biyya seenaa dheeraa qabdu yoo taatu, iddoowwan seena qabeessa hedduu kanneen akka masaraa mootummoota durii, manneen amantaa, bosona, holqaawwan,...

Godambaa Dasee: Masaraa Seenaafi Riqicha Dhalootaa

  Obbo Isxifaanos Huseen waajjira Aadaa Turizimiifi ispoortii Bulchiinsa magaalaa Daseetti, ogeessa kunuunsaafi Eegumsa Bobbocaati. Magaalan Dasee iddoolee aadaafi seena qabeessa turizimiif oolan hedduu qabaachuu...
AMECO Hirkoo