BALBALLOOMII ODUU

Sochii Waraanaa Garee Seeraan Alaa Adda Bilisa Baasaa Uummata Tigiraay

Gareen seeraan alaa ABUT kan hundeeffame baroota 1970’oota keessa yoo ta'u, bara 1983 aangoo biyya bulchuu argate. Gareen seeraan alaa kun hundeeffama isaa irraa...

Hayyoonni Nageenya Biyyaa Miirkaneessuu Keessatti Ga’ee Guddaa qabu

Biyya tokkoof nageenyi bu'uura waan hundaati. Nageenyi yoo jiraate, hawaasni nagaan jiraata, qabeenya balaaf saaxilamuu irraa eega, misoomaafi diinagdee saffisiisaa, barnootaafi fayyaa cimsa, akkasumas...

Duulli Dhaabbii Biqiltuu Guyyaa Tokkoon Miiliyoona 800 Milkaa’e

Maqaan Itoophiyaa jedhu yeroo hedduu tokkummaa, obsaafi danda'uu uummata ishee waliin walqabatee ibsama. Seenaa waraanaa garaa garaa irratti Itiyoophiyaan tokkummaan beekkamti. Bara Saddeetii as...

Marii Biyyaalessaa Tokkummaa Uumuuf

Mariin biyyaalessaa tokkummaa uummattootaa cimsuuf bu’uura guddaa ta’uu kan himan immoo jiraataa magaalaa Addis Ababaa kutaa magaalaa Qaallittii Obbo Dhaabaa Fufaati. “Nuti sabootafi ummattoota...

Meeshaaleen Qonnaa Ammayyaa Oomishtummaa Qonnaa Guddisuuf Ga’ee Qaban

Qonni utubaa diinagdee Itoophiyaa isa ijoodha. Jireenyi lammiilee Itiyoohiyaa harki caalaan qonna irratti hirkata. Haa ta’u malee, yeroo dheeraaf hojiin qonnaa meeshaalee aadaa irratti...

Ragaan Taajjabdoonni Alaa Kennan Guddina Filannoo Biyya Keenyaatiif Gahee Olaanaa Qaba

Filannoon waliigalaa marsaa 7ffaan Caamsaa 24 bara 2018 gaggeeffame, hirmaannaa lammiilee, paartilee siyaasaafi qaamolee nageenyaa tumsa taasisanii karaa nagaa, diimokiraasiifi iftoomina qabuun gaggeeffameera. Keessumaa...

Yuuniyeeniin Borkannaa Galteewwan Qonnaa Dhiheessaa Jira

Qonni keessumayyuu bu’uura diinagdee jireenyaa biyyoota guddachaa jiraniiti. Dinagdeen qonna biyya keenyaa harka caalaan qonna irratti kan hundaa’edha. Irra caalaan qophiin qonna gannaaf taasifamu yeroo...

Filannoo Waliigalaaf Gahee Sagalee Qonnaan Bultootaa

Filannoon sirna dimokiraasii keessatti mootummaa sagalee uummataan hundeessuu keessatti gahee guddaa qaba. Keessattuu biyya keenya keessatti baayyinni uummataa harki caalaan qonnaan bultoota waan ta’aniif,...

Mallattoo Gootummaafi Fakkeenya Birmadummaa Uummata Afrikaa

  ‎ Itoophiyaan seenaa keessatti biyyoota Afrikaa keessaa biyya kolonii jala hin galleefi birmadummaa ishee eeggattedha. Xumura jarraa 19 keessa weerara biyyoonni Awurooppaa biyyoota Afrikaa akka...

Waajjirri Daldalaafi Misooma Gabaa Aanaa Baatee Raabsaa Boba’aa Sirnaan Hogganaa Jira

  Walitti bu’iinsi giddu-gala Bahaatti hammaachaa dhufuun dhiyeessii boba’aa addunyaa irratti gufuu uumeera. Itoophiyaanis dhiibbaa kanaaf saaxilamtuu taateetti. Haalli kun gabaa keessatti rakkoolee adda addaa...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo