MISOOMA

Qophii nyaata beelladaa fooyya’aa

Horsiisni beelladaa jireenya horsiisee bultootaafi qonnaan bultootaa fooyyeessuu, galii maatii dabaluufi diinagdee biyyaa guddisuu keessatti gahee olaanaa qaba. Keessumaa, nyaata gahaa, qulqulluufi madaalawaa beeyladootaaf...

Dhiibbaa Jijjiiramni Qilleensaa Omishtummaa Irratti Qabu

Hanqinni roobaafi ho’i aduu dabalaa dhufuun guddinaafi oomisha midhaanii irratti dhiibbaa uumuun, ilbiisotaafi dhukkuboota midhaanii babal’achuuf haala mijataa uuma. Aanaa Jiilee Dhummugaattis haalli qilleensaa  guddinaafi...

Miidhaa Ilbiisotni Farra Midhaanii Dhaqqabsiisan Dursanii Ittisuu

Oomishaa fi oomishtummaa qonnaa irratti gufuu ta’an keessaa ilbiisotni isaan ijoodha. Ilbiisota oomisha qonnaa irratti miidhaa geessisan adda baasuun tarkaanfiiwwan ittisaa barbaachisan saffisaan fudhachuun,...

Teekinooloojii Kalaqaa Oomishaafi Oomishtummaa Dabale

Jiruufi jireenya lammiilee biyya keenyaa dhibbeentaa 85 qonna irratti kan hundaa’edha. Guddina diinagdee gama qonnaan mirkaneessuuf qonna ammayyeessuun barbaachisaadha. Mootummaan qonna ammayyeessuuf paakeejii qonnaa...

Hojii Ashaaraa Magariisaan Biqiltuuwwan Faayidaa Diinagdee Kennaa Jiran

Ashaaraan magariisaa guddina diinagdee itti fufiinsa qabu mirkaneessuu, qabeenya uumamaa eeguu, harama biyyee ittisuufi wabii nyaataa mirkaneessuuf gahee olaanaa qaba. Biqiltuuwwan nyaataaf oolan kanneen...

Galchoo Qonnaa Yeroodhaan Dhiyaate

Diinagdeen biyya keenyaa dhibbeentaa 85ol kan ta’u qonna irratti hirkataadha. Qonnaa duddisuun diinagdee biyyaatti guddisuu irra darbee wabii midhaan nyaataan of danda’uuf murteessadha. Oomisha...

Hojii Ashaaraa Magariisaa Uwwisa Bosonaa guddisaa Jira

Uwwisni bosonaa Itoophiyaa dhuma jaarraa 19ffaa keessaa dhibbeentaa 30 kan ta’u lafa biyyattii keessaa bosonaan uwwifamee kan ture yoo ta’u, sababa babal’ina qonnaan bosonni...

Sararaan Facaasuu: Hojmaata Oomishtummaa Guddisu

Qonni utubaa dinagdee ta'uu isaan walqabatee oomishtummaa guddisuuf teeknooloojiifi mala qonnaa ammayyaa fayyadamuun dhimma filannoof hin dhihaanedha. Maloota qonna ammayyaa oomishtummaa dabalan keessaa tokko...

Tattaaffii Naannawa Magariisaa Uumuuf Taasifamaa Jiru

Waggoota darbanitti akka bulchiinsa sablammii Oromootti sagantaa ashaaraa magariisaan biqiltuu dhaabamanin dhiiqamni biyyee hir’ateera; uwwisni bosonaas dabaleera. Faalama qilleensaa qolachuun walqabatee jijjiiramni fooyye qabu dhufeera....

Gumaacha Bulchiinsichi Oomisha Qamadiin Taasisaa Jiru

Aanaan Dawaa Caffaa misooma qamadiif haala mijaawaa qaba. Haalli qilleensaafi teessumni lafaa aanichaa mijaawaa ta'uu bira darbee laggeen akka Borkannaa, Batoofi Dirmaa aanicha keessatti...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo