HAQAA FI BULCHIINSAATIIN

Bilisummaa Yaadaafi Daangaa Seeraa

Miidiyaaleen meeshaa tamsaasa odeeffannoofi walqunnamtii hawaasaa keessaa isa ijoodha. Miidiyaan odeeffannoo saffisaan dabarsuudhaan hawaasa walitti fiduu, hubannoo uumuufi sagalee uummataa dhageessisuu keessatti gahee olaanaa...

Dhaddachii Kantiibaa Rakkoo Kenninsa Tajaajilaa Furaa Jira

Bulchiinsi gaariin kenninsa tajaajila mootummaafi mirga uummataa kabachiisuudha. Komiifi rakkoolee hawaasaa dhaggeeffachuun, rakkoo tajaajilaafi bulchiinsa gaarii fura. Yeroo amma kanas akka biyya keenyaatti dhaabbilee...

Hulaa Galaanaa Shiraan Fudhatame Deebisuu

Seenaan akka mul'isutti Itoophiyaan hanga bara 1985tti hulaa galaanaa mataa ishee qabaachaa turteetti. Haata’u malee Eertiraan bara 1985tti Itoophiyaa irraa foxxoquu  hordofee Itoophiyaan ulaa...

Gahee Jaarsoo Biyyaafi Abbootiin Amantaa Ijaarsa Nageenyaaf Qaban

Rakkoon nageenyaa hawaasa gidduutti yeroo uumamu jireenya uummataa qofa osoo hin taane hariiroo hawaasummaa, misoomaafi tasgabbii naannoo irratti dhiibbaa guddaa geessisa. Waldhabdeen yeroo dheeraaf...

Milkaa’ina Dippiloomaasii Itoophiyaa

Dippiloomaasiin hariiroo mootummaan tokko mootummaa biraafi dhaabbilee idil-addunyaa waliin faayidaa waloo irratti hundaa’uun ijaaruudha. Kaayyoon isaas wal-hubannaa cimsuu, nageenya mirkaneessuu, daldalaafi invastimantii guddisuu, akkasumas...

Marii: Faayidaa Nageenya Waaraa Argamsiisuuf

Itoophiyaan seenaa dheeraa, aadaa garaagaraafi qaamolee yaada siyaasaa adda addaa of keessaa qabduudha. Garaagarummaan kun yeroo hedduu miidhagina ta'ee tajaajilus yeroo tokko tokko walitti...

Biyya Ofiitti Hojjetanii Jijjiiramuu

Godaansi karaa seeraan alaa raawwatamu yeroo hedduu balaafi rakkoo cimaaf nama saaxila. Keessumaayyuu dargaggoonni hojiifi jireenya fooyya’aa barbaacha karaa seeraan alaa biyya isaanii irraa...

Guddina Adeemsa Filannoo Itoophiyaa

Filannoon sirna mootummaa dimokiraasii keessatti lammiileen biyya yookin naannoo tokko jiraatan fedhiifi mirga isaanii irratti hundaa’uun kaadhimamtoota yookin paartii siyaasaa mootummaa isaan bakka bu’un...

Hojaata Galii Diijitaalessuu

  ‎Galiin mootummaa utubaa misoomaati. Magaalaan tokko tajaajila bishaanii, ibsaa, daandiifi ijaarsa bu’uuraa kanneen biroo uummataaf dhiyeessuuf maddi ishee inni guddaan gibira irratti hirkata. Haqa...

Tattaaffii Uwwisa Ibsaa Fooyyessuuf Taasifamaa Jiru

  ‎Tajaajilli ibsaa bu’uuraalee misoomaa keessaa isa ijoo ta’uun guddina diinagdee, hawaasummaafi waligalaan fooyya’iinsa jireenya hawaasaa keessatti gahee olaanaa qaba. Keessattuu gandoota baadiyyaa keessatti gahumsi...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo