Hidhni Haaromsaa Yeroo Xumuramu Humna Anniisaa Itoophiyaa Harka 130’n Akka Guddisu Himame

Ijaarsa hidha gud-
daa haaromsaa Itoophi-
yaa xumuruuf birrii

biliyoona 50 kan bar-
baachisu ta’uu guyyaa

yaadannoo kabaja wag-
gaa 13ffaa sababeeffa-
chuun haasawa taasi-
saniin hoj-gaggeessaan

pirojaktichaa Injinar

Kiflee Horroo himani-
iru. Guyyaan yaadan-
nichaas mata duree

“waliin dandeenyeerra”

jedhuun ture kan kaba-
jame. Hojiin konkiri-

Oduu

AMECO Hirkoo