- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

admin

16 POSTS
0 COMMENTS

Hawwattummaa Fuullee Magaalaa Kamisee Dabaluuf Sochii Taasifamaa Jiru

Bulchiinsi magaalaa Kamisee wiirtuu bulchiinsa sablammii Oro- moo yoo taatu, akkuma magaalota biroo yeroodhaa yerootti saffisaan babal’achuutti argamti. Magaalattiin jireenya ilma namaaf haala qilleensaa mijaawaa kan qabdu akka taate kan- neen...

Hundi Milkaa’ina Mariichaaf Hojjehuu Qaba

Rakkoolee adda addaa Itoophiyaa keessatti mullatan furuun kan danda’amu walitti dhufanii yoo marii taasisan qofaattidha. Mariin, rakkoolee furuun mallattoo qaroominaati. Marii biyyaalessaa taasifamuurratti uummanni hundi qaama bakka bu’uu...

Maanchistar Siitiin Barana Seenaa Hojjete

Tapha xumuraa Piriimer Liigii Ingiliziitti Maanchister Siitiin West Haamiin 3-1’n injifachuun shaampi- yoonaa Piriimer Liigii Ingilizii tahuu mirkaneesseera. Hawwiin eegamaa kan ture dorgommiin Piriimer Ligii Ingilizii torban 38ffaa kan xumurame yoo...

Iraan, Pireezidaantii Ishee Balaa Tasaan Dhabde

Pireezidaant Ibraahim Ra’iisii kaaba biyyattiitti hidhoota bishaa- nii annisaa maddisiisan lama yeroo eebbisiisanitti michuun isaanii pireezidaantiin Azarbeey- jaan Ilhaam Aliyeev argamanii turan. Kanaan boodatti pireezi- daant Ra’iisii imala isaanii gara magaalaa Tabrizitti...

Dubartii Afrikaa Galchii Rikardii Addunyaa Harkaa Qabdu

Temiwaa Chaawingaa jedhamti, taphattuu lammii Maalaawii seen- aa addaa qabdu dha. Yeroo ammaa kilaba Chaayinaa keessatti taphataa jirti. Kilabii ishee Wuhaan Jiyaanhan jedhamuuf galchii 51 galchite. Temi- waan jalqaba taphattoota...

Aljaziiraan Neetaaniyaahuu Cimsee Balaaleffate

Muddamni miidiyaa biyya Kaata- ar Aljaziiraafi Israa’eel gidduu jiru yeroo kamuu caalaa hammaateera. Miidiyaan kun waggaa 17 dura yeroo hundeeffamerraa kaasee bifa adda ta’een sagalee ummata Filisxeem ta’uun gocha Israa’eel...

Bulchiinsi Sablammii Oromoo, Misooma Arfaasaa Irraa Oomisha Kuntaala Kuma 112 Ol Sassaabuuf Hojjechaa Akka Jiru Beeksise

Hojiiwwan qaala’insi jireenyaa akka hir’atan taasisan keessaa tokko, oomishaafi oomishitummaan akka dabaluu taasisuudha. Oomishaafi oomishitummaan akka dabluu ta- asisuudhaaf immoo galteewwaan qonnaa ta’an, kanneen akka, xaa’oo, sanyii filatamaafi meeshaalee qonnaa ammayyaa ta’an...

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo