- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

ahmed

509 POSTS
0 COMMENTS

Illiinoon Afrikaatti Daa’imman Miliyoonaan Lakkaa’aman Sodaaf Saaxile

Illiinoon /El Nino/ jijjiiramuun qilleensaa bara 2026/2027 hongee, ho’a cimaafi lolaa hamaa uumuun naannawaa Afrikaa Bahafi Afrikaa Kibbaatti daa’imman miliyoona dhibba tokkoofi miliyoona jaatamii...

Godaansa Irraa Gara Biyyaatti

Itoophiyaan hundeessituu konfedereeshinii kubbaa miilaa afrikaa irra darbitee bara 1962 ALI tti waancaa afrikaa kaasuun ishee ni yaadatama . Gareen kubbaa Miilaa Itoophiyaa maqaa...

Bilisummaa Yaadaafi Daangaa Seeraa

Miidiyaaleen meeshaa tamsaasa odeeffannoofi walqunnamtii hawaasaa keessaa isa ijoodha. Miidiyaan odeeffannoo saffisaan dabarsuudhaan hawaasa walitti fiduu, hubannoo uumuufi sagalee uummataa dhageessisuu keessatti gahee olaanaa...

Dhukkuba Busaa Bahinsa Gannaatiin Walqabatee Mudatu Dursanii Ittisuu

Dhukkubni busaa irra caalaa waqtii roobaafi roobni wayita bahu baay'inaan mudata. Sababni isaa roobni bishaan akka kuufamu gochuun, bookeen busaa akka wal horuuf haala...

Simannaa Bara Haaraa, Calaqqee Aadaafi Tokkummaa Uummataan

Biyyi keenya Itoophiyaan, biyya uummanni ishee ayyaanota amantaa, ayyaanota jijjiirama baraafi ayyaanota aadaa garaagaraa itti kabajanidha. Ayyaanotni kunneen seenaa, aadaa, duudhaafi amantaa hawaasaa calaqqisiisuun...

Miidhaa Ilbiisotni Farra Midhaanii Dhaqqabsiisan Dursanii Ittisuu

Oomishaa fi oomishtummaa qonnaa irratti gufuu ta’an keessaa ilbiisotni isaan ijoodha. Ilbiisota oomisha qonnaa irratti miidhaa geessisan adda baasuun tarkaanfiiwwan ittisaa barbaachisan saffisaan fudhachuun,...

Haasaa Jibbinsaa Uummata Giddutti Walshakkiifi Walgaarreffannaa Uumu Adabbii Seeraan Sirreefamuu Qaba

Midiyaan hawaasaa tekinoolojii uummata addunyaa maraa walitti fiduuf faaydaa inni qabu guddaa dha. Namni bakka fedhe jiraatee hariiroofi walitti dhufeenya uummachuuf  kaayyoo godhachuun kan...

Moggaasaafi Kabaja Guyyoota Qaammee Bara 2018

Itoophiyaan biyoota Addunyaa dhaha mataa isaanii qaban muraasa keessaa tokko taatee kan ji’aata waggaa 13ffa qofaa isheen qabdudha. Sirni lakkoofsaa kun ji’ootni waggaa 12...

Sochii Waraanaa Garee Seeraan Alaa Adda Bilisa Baasaa Uummata Tigiraay

Gareen seeraan alaa ABUT kan hundeeffame baroota 1970’oota keessa yoo ta'u, bara 1983 aangoo biyya bulchuu argate. Gareen seeraan alaa kun hundeeffama isaa irraa...

“Uummanni Gareewwan Finxaaleyyii Hadheeffatee Balaaleffateera”

Waltajjiin gamaggama raawwii hojiiwwan paartiifi mootummaa bara baajataa 2018fi hubannoon karoora bara baajataa 2019 hoggantoota olaanoofi giddu-galeessaa Naannoo Amaaraan gaggeeffame. ‎ ‎Waltajjii kanarratti argamuun ergaa kan...

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo