- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

ahmed

363 POSTS
0 COMMENTS

                        Faayidaa Buufata Fayyaatti Da’uun Qabu

  Buufata fayyaatti da’uun fayyaa haadholiifi daa’immaniif faayidaa guddaa qaba. Ogeessota deessistootaan kunuunsa hatattamaa argachuufi naannoo qulqullina qabutti waan da'aniif deggarsi buufata fayyaatti taasifaman kun rakkoolee...

  Hoggansi Cimaa Itti Fayyadama Hawaasaaf

                                                        Hoggansi dandeettiifi gahumsa qabu kenninsa tajaajila hawaasummaa keessatti gahee olaanaa taphata. Hoggansi gaariin hojmaata eegsisuun qulqullina tajaajilaa ni fooyyessa. Rakkoolee...

                                       Ogeessa Harka Warqee

Uummanni Oromoo akkuma uummata birootti qabeenya dilbii uumamaafi namtolchee qor-qalbii namaa hawwatan hedduu qaba. Meeshaaleen faaya aadaa agarsiistuu uummata Oromoo keessaa isa tokkodha. Meeshaaleen...

             Qonna Ammayyessuun Jireenya Qonnaan Bulaa Fooyyessuu

  Malli qonnaa ammayyaa dameewwan qonnaa guddisuun jireenya qonnaan bultootaa jijjiiraa jira. Sanyii fooyya’aa, misooma jallisii, qonna kalaqaan deggaruun jiruufi jireenya qonnaan bulaa jijjiiraa jiraachuu...

    Hirmaannaan Hawaasaa Hojiilee Hojjetaman Hundaaf Furtuudha 

           Hojiin misoomaa hundi kan milkaa’u yeroo hawaasichi hirmaatedha. Hojiileen hawaasicha hin hirmaachifne bu’aa qabeessa ta’uu hin danda’u. ‎Karoora hojiilee misooma...

  Hojiin Hawaasa Hirmaachise Milkii Olaanaa Qaba

                                     ‎Karoora hojiilee misooma mootummaa milkeessuf hirmaannan hawaasaa...

Tajaajilli Iddoo Tokkoo Lammiileen Tajaajila Qulqullina Qabu Akka Argataniif Haala Mijjeessa

  ‎Itti aanaan komishinara Komishinii Siivil Sarvisii Federaalaa, Almaaz Massala, Giddu galli kenniinsa tajaajila iddoo tokkoo lammiileen fedhii tajaajila mootummaa qulqullina qabu sirnaan akka argataniif...

Filannoo Biyyaalessaaf Qooda Fudhattoonni Gahee Murteessaa Bahachuu Qabu

  Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa Filannoon biyyaalessaa 7ffaa bilisa, haqa qabeessaafi loogii kan hin qabne akka ta’u taasisuu keessatti qooda fudhattoonni gahee murteessaa bahachuu akka...

Maxxansa Gaazexaa Hirkoo: Amajjii 30/05/2018

https://drive.google.com/file/d/1jI0Utf9VrDnMzRXqJsAO1e_D0NAphP7Y/view?usp=drive_link

Ameerikaan Biyyoota 75 Irratti Uggura Viizaa Godaantotaa Labsite

  Ameerikaan lammiilee biyyoota 75'f kenniinsa viizaa godaantotaa yeroo hin murtoofneef dhaabuu ifoomsiteetti. Biyyoota kanneen keessa Itoophiyaa, Eertiraa, Misrii, Somaaliyaa, Sudaaniifi Sudaan Kibbaa biyyoota uggura...

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo