- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

ahmed

333 POSTS
0 COMMENTS

Tiraamp Biyyoota Sadii Irratti Daballii Taarifaa Taasise

Tiraamp Kanaadaa, Meeksikoofi Chaayinaa irratti daballii taarifaa taasiseera. Biyyoota taarifni itti dabalameef Biriitaaniyaafi biyyoonni Eeshiyaa bakka gabaa filannoo ta’u jedhameera. Daballiin taarifaa kun maatii...

Sirna Ulfoo: Ruufoo Marabbaa

Jiruuf jireenya hawaasummaa keessatti sirnootni adda addaa yoomessaafi adeemsa mataa isaanii qaban hedduutu jiru. Yeroo baayyee dhimmootni kunneen damee aadaafi duudhaa hawaasaa  jalatti kan...

Seerri Haaraa Karra Eegdotaaf Bahe

Karra eegdonni kubba qabatanii hanga garee isaaniif kennanii tapha jalqabsiisanitti sekondii saddet qofti kan  eeyyamamuuf ta'uu ajaja. Seerrichi karra eegdonni kubba qabatanii yeroo qisaasessuuf...

  Barattoonni Gara Manneen Barnootaatti Deebi’aa Jiru

Biyyi tokko lammiilee gama hawaasummaafi diinagdeen ofdanda'oo ta'an kan ittiin horattu barnootani. Gama kanaan milkaa'uuf ammoo daa'imman gara manneen barnootaatti geessuu feesisa. Akkuma beekamu...

Faayidaa Qabeenya Galmeessisuun Argame

Malaammaltummaan faayidaa dhuunfaa argachuufi karaa qaxamuraan duroomuuf, dhugaa, murtiifi haqa jallisuu akkasumas duudhaalee bu’uura hawaasa  ykn qajeeltoowwan naamusa bu’uura ta’an cabsuun gocha raawwatamudha. Ittigaafatamummaa...

Gahee Ogeessota Misooma Qonnaa

Biyyoota yeroo duraaf jiruu adamsuurraa gara qotanii buluutti addunyaa tarkaanfachiisan keessaa Itoophiyaan tokko ta'uun eeramti. Biyyoonni yeroo biyyattiin hojii qonnaa jalqabdu hin hundaa'iin baay'een...

Itoophiyaan Injifannoo Waraanaa Yeroo Garaaga raa Galmeessifte Tiksuuf Jijjiirama Siyaas-Diinagdee Fiduufi Tokkummaa Kees soo Cimsuu Barbaada

Itoophiyaan jaarraa hedduuf aggaammiifi weerara garaagaraa ishee mudateera.Yeroo kamiyyu waraana irratti baname injifannoon qolachaa as geesseetti. Injifannoo ji’a guraandhalaa tibbana kabajne Adwaafi karra-maarraan kannneen...

            Adwaa: Injifannoo Uummattoota Gurraachaa Biyyootni gurguddoo Awurooppaa akka lakkoofsa farnjootaa bara 1885 magaalaa guddoo biyya Jarman Barliin keessatti waliigaltee tokko walii mallatteessanii turan....

Hirmaannaa Dubartootaaf Xiyyeeffannoon Kenname

Hirmaannaa hunda galeessa dubartootaan jijjiirama saffisaafi itti fufinsa qabu fiduuf xiyyeeffannaan akka hojjetamu qabu ibsame.Guyyaan dubartoota idil addunyaa(march 8) jijjiirama saffisaafi itti fufinsa qabu...

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo