- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

Biruk

12 POSTS
0 COMMENTS

Dhiibbaa Tiraamp Yukreen, Baha Giddu-Galeessaa, Chaayinaafi Afrikaarratti Fiduu Danda’an

Filannoo pirezdaantummaa Ameerikaa Onkololeessa 27/2017 taasifameen  Doonaald Tiraamp qabxii pirezdaantii biyyattii isaan taasisuu danda’u argachuu danda’aniiru.  Doonaald Tiraamp gara Waayit Hawsitti deebi’uun imaammata alaa...

Itoophiyaan Waancaa Afrikaa Bara 2029 Qopheessuuf Karoorsuu Ibsite

Itoophiyaan dorgommii Waancaa Afrikaa  hundeessuu keessatti qooda guddaa kan gumaachite ta'uun ni yaadatama. Biyyattiin seenaa keessatti Waancaa Afrikaa yeroo sadii kan qopheessite yoo ta'u,...

                                     Barbaachisummaafi Dhiibbaa Hirribni Fayyaa Namaaf Qabu

Fayyaa bultii dhabuun akkuma hirriba keenya jeequ, hirriba gahaa dhabuunis fayyaarratti dhiibbaa qaba. Hirribni jireenya namaaf murteessaadha. Qaamaafi sammuu boqochiisuufi dandamachiisuu bira darbee sammuu...

Siyaasa qarome jaarraa kanaaf ta’u kami?

Olaantummaa yaadaan amane dhugaa kannen biroo dhaggeeffachuurra,  ilaalchi kan  ani jedhe  ta'uu male jedhu  Itoophiyaa barootaaf gatii kaffalchiseera, kaffalchiisaa jiras.  Sababa kanaanis, rakkoolee mariifi...

Rakkoo Nageenyaa Sochii Turizmii Sakaale

Kennaa uumamni badhaase irratti seenaa akaakileeniifi abaabileen keenya hojjetan naannawaalee biyya keenyaa keessaa naannoo Amaaraatiif kennaafi bareedina guddaadha. Masaraaleen mootummoota duraanii, iddoowwaniifi manneen amantii...

Miidhaa Misooma Qonnaa Naannoo Amaaraarratti Gahaa Jiru Hambisuuf Kanneen Biroo Haala Kamiin Gargaaruu Qabu

Itoophiyaan haala qilleensaa mijataafi qabeenya bishaaniin badhaatuudha. Biyyattiin biyyee gabbataa midhaanota gosa hundaa misoomsuu danda'uufi dachee horsiisa beeyladotaaf mijatus ni qabdi. Qonni ammoo biyyattiif...

Birmadummaa Biyyaa Kabachisuuf Uummatni Waloon Dhaabbachuu Akka Qabu Hayyuuleen Dhaamsa Dabarsan

Itoophiyaan qabeenya ofii fayyadamtee pirojeektoota misooma lammiilee fayyadamaa taasisan hedduu hojjechaa jirti. Kanneen keessaa inni tokko hidha haroomsa guddicha laga Abbayyaa irratti hojjetamaa jirudha. ...

Qonnaan Bultoonni Kuma 488 Ol Misooma Bunaa Irratti Hirmaachaa Jiraachuu Biiroon Qonnaa Naannoo Amaaraa Beeksise

Buna Dhuguun fayyaa namaaf faayidaa hedduu akka qabu ogeeyyiin yaala fayyaa ni ibsu. Bu'aan qorannolee waggoota hedduuf namoota buna dhugan irratti gaggeeffaman akka muldhisanitti:...

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo