Uncategorized

“Uummanni Gareewwan Finxaaleyyii Hadheeffatee Balaaleffateera”

Waltajjiin gamaggama raawwii hojiiwwan paartiifi mootummaa bara baajataa 2018fi hubannoon karoora bara baajataa 2019 hoggantoota olaanoofi giddu-galeessaa Naannoo Amaaraan gaggeeffame. ‎ ‎Waltajjii kanarratti argamuun ergaa kan...

Dawdrive.google.com/…Tq39ldaCnzTJMZMCMy/viewnload https://drive.google.com/file/d/19PYamzCuqPXdOQTq39ldaCnzTJMZMCMy/view?usp=drive_link

Tajaajila Geejjibaa Hirkattummaa Boba’aarraa Baasuuf Hojjetamaa Jira

Itoophiyaan bu’uuraalee misoomaa  Geejjibaafi Loojistiksii, geejjiba Magaalaafi Teeknooloojii Magariisaa irratti xiyyeeffannoo taasisuun sirni geejjibaa itti fufinsa qabu diriirsuuf hojjechaa jirti. Kana deggaruuf tajaajila konkolaataa...

AMECO’n Falmii Paartilee Qopheessuun Filannoo Waliigalaa 7ffaaf Gahee Isaa Bahachaa Jira

‎Filannoon waliigalaa marsaa 7ffaa diimokiraatawaafi hirmaachisaa akka ta’uuf Amaaraa Miidiyaa Korporeeshin (AMECO) gahee isaa bahachaa jira. Keessattuu falmii paartilee siyaasaa qopheessuun, paartileen imaammataafi karoora...

Filannoo Biyyaalessaaf Qooda Fudhattoonni Gahee Murteessaa Bahachuu Qabu

  Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa Filannoon biyyaalessaa 7ffaa bilisa, haqa qabeessaafi loogii kan hin qabne akka ta’u taasisuu keessatti qooda fudhattoonni gahee murteessaa bahachuu akka...

Hariiroo Obbolummaa Cimsuun Nageenya Waaraa Fiduuf Murteessaadha

  Hariiroo uummataa cimsuun nageenya waaraa, misoomaafi sirna dimookiraasii mirkaneessuu keessatti gahee olaanaa qaba.  Hariiroo uummata cimsuun obbolummaa dagaagsuu;  firooma jabeessuu, jaalalaafi walqixxummaan jiraachuudha. Miira...

Duudhaa Araaraa: Furmaata Waldhabdee Dhala Namaa

                                     Arrabaaf ilkaan iyyuu walitti bu’aa jiraata. Dhagaafi...

“Sagantaa Ashaaraa Magariisaa Eegalame Sirnaan Hojiirra oolchuun Diinagdee Naannoo Keenyaa Guddisuu Qabna” Bulchaa Olaanaa Naannoo Amaaraa

Bulchaa olaanaa naannoo Amaaraa, obbo Araggaa Kabbadaa sagantaa ashaaraa magariisaa bara kanaa naannichatti eegalchiisaniiru. Pirezidaantichi sagantaan ashaaraa magariisaa madaalli jijjiirama qilleensaa eeguun haala mijataafi...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo