- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

Reporter

28 POSTS
0 COMMENTS

Daawwannaan Taphattoota Buleeyyii Afrikaa, Itoophiyaaf Maal Gumaacha?

Tibbana taphattoonni buleeyyiin Afrikaa keessatti maqaa gaarii qaban 'African legends' jedhaman Itoophiyaa daawwataniiru. Taphattoonni Buleeyyii Itoophiyaa  Daawwachuun Biyyattiif Maal Gumaache Taphattoonni kunneen Naayijeeriyaa dabalatee biyyoota...

    Hordoffiin Fayyaa Haadholii Ulfaa,  Jireenya Isaaniitiif Wabiidha

Sadarkaa addunyaatti waggoottan 30 dura biyyoottan du'aa haadholiifi daa'immanii harka shantama qooddatan jaha keessaa Itoophiyaan tokko akka turte qorannoon Dhaabbata Fayyaa Addunyaa ni mirkaneessa....

Meeqoo: Tapha Ijoollee

Afoolli faayidaalee hedduu qaba. Afoola Oromoo keessaa taphni ijoollee isa tokkodha. Taphni ijoollee haala jiruufi jireenya hawaasa tokkoo dhaloota irraa dhalootatti ergaa bifa tapha...

Daangaan Hoj-Maata Mootummaafi Paartii Hanga Maaliittidha?

Mootummaafi paartii siyaasaa gidduutti garaagarummaa guddaatu jira.  Gaheen hojii isaanis gargaridha.  Mootummaan karaa dimookiraatawaa ta'een kan uummataan filamudha.  Paartiin filannoon filatamee mootummaa ta'e immoo...

                Daangaan Mootummaafi Paartii Giddu Jiru  Eegamu Qaba

Siyaasa ammayyaawaa keessatti daangaan mootummaafi paartii gidduu jiru ifaan beekamaafi kabajamaadha. Hojmaatniifi gaheen isaanis kan eegameedha. Itti gaafatamumaafi aantummaan isaan ummataaf qabanis seeraan kan...

Gibirri Walitti Qabamu Maaliif Oola?

Galiin gibiraa guddina dam-daneessaa biyya tokkoof barbaachisaadha. Waa’een gibiraa yoo ka’u, dhimmi misoomaas waan biraa hafu miti. Maddi galii mootummaa inni ijoon gibira lammiilee...

“Sagantaa Ashaaraa Magariisaa Eegalame Sirnaan Hojiirra oolchuun Diinagdee Naannoo Keenyaa Guddisuu Qabna” Bulchaa Olaanaa Naannoo Amaaraa

Bulchaa olaanaa naannoo Amaaraa, obbo Araggaa Kabbadaa sagantaa ashaaraa magariisaa bara kanaa naannichatti eegalchiisaniiru. Pirezidaantichi sagantaan ashaaraa magariisaa madaalli jijjiirama qilleensaa eeguun haala mijataafi...

Nageenya Isaanii Mirkaneeffachuun Hojii Isaanii Arifachiisaa Akka Jiran Jiraatoonni Aanaa Dawwee Haarawaa Dubbatan

Ilmi namaa  hojjetee fedhii isaa guuttachuufi jireenya gammachuun guutame  jiraachuu barbaada.  Kaayyoo ofii galmaan ga’uufis nageenyi jiraachuun dirqama ta'a. Nageenyi bu'uura waan hundumaa waan...

“Sagantaa Ashaaraa Magariisaa Eegalame Sirnaan Hojiirra oolchuun Diinagdee Naannoo Keenyaa Guddisuu Qabna” Bulchaa Olaanaa Naannoo Amaaraa

Bulchaa olaanaa naannoo Amaaraa, obbo Araggaa Kabbadaa sagantaa ashaaraa magariisaa bara kanaa naannichatti eegalchiisaniiru. Pirezidaantichi sagantaan ashaaraa magariisaa madaalli jijjiirama qilleensaa eeguun haala mijataafi...

Balaa Lolaa   Ittisuuf   Hojjetamaa Jiraachuu Bulchiinsi Sab-Lammii Oromoo Beeksise

Bulchiinsa sab-lammii Oromootti jirattootni aanaa Dawaa Caffaa ganda Qalloo, sababa namtolcheefi uumamaatiin balaa lolaaf saaxilamaa turuu himaniiru.  Kanaanis qabeenyaafi lubbuu namaa irratti miidhaan hedduu...

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo