- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

Reporter

28 POSTS
0 COMMENTS

  Waraana Sudaan, Miiliyoonota Beelaaf Saaxile

Walitti bu’insi mootummaa Sudaaniifi garee fincilaa Raappid Sapporti Forsi (RSF) gidduutti ji’a Eblaa bara 2015tti uumamee tureen lammilee baay’ee beelaaf saaxileera. Walitti bu’insa kanaan...

   Waancaa Awurooppaa Baranaa Eenyuutu Mo’ata?

Waancaa Awurooppaa waggaa afur dura A.L.Atti bara  2020 gaggeeffameen garee Ingilaandiifi Xaaliyaaniitu waancaaf qaqqabe. Gareen biyyoota lamaanii taphaan wal mo’achuu dadhabanii rukuttaa penaaliitii kennameen...

Safuu: Barmaata Dagaaguu Qabu

Yeroo durii hawaasa gidduutti haala addaatiin beekamuu irra darbuun jiruuf jireenya namootaa guyyuun taasifamu keessatti shoora olaanaa taphachaa turee jira, wal dhabdeen yaadaa namoota...

 Tumsa dhukkuba koleeraa to’achuuf taasifame

Dhukkubni koleeraa baakteeriyaa 'Vibriyoo Koleeraa' jedhamuun kan dhufudha. Yeroo baay'ee nyaataafi bishaan faalameen daddarba. Hanqina qulqullina dhuunfaa, naannoofi mana fincaaniin alatti qulqullaa'uun dhukkubicha fiduu...

  Hojii Misooma Guddina Biyyaa Saffisiisu

Itoophiyaan waggoota 50 oliif qamadii biyya alarraa galchaa turtetti. Qamadii deggarsaan argattu dabalatee bara baraan qamadii kuntaala miiliyoona 15 biyyoota biroorraa galchaa turuutu himama....

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo