ADDUNYAARRAA

Tirampi Sanadoonni UFO fi Qaamoleen Hinbeekamne Samii Keessa Jiran Akka Bahan Taasisuufi

  Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi sanadoonni waa'ee 'Unidentified Flying Object' (UFO) fi qaamolee eliyaans jedhamanii ejansiiwwan mootummaa akka gadi lakkisan ajaja kennuuf akka jiru beeksiseera....

Ameerikaan Biyyoota 75 Irratti Uggura Viizaa Godaantotaa Labsite

  Ameerikaan lammiilee biyyoota 75'f kenniinsa viizaa godaantotaa yeroo hin murtoofneef dhaabuu ifoomsiteetti. Biyyoota kanneen keessa Itoophiyaa, Eertiraa, Misrii, Somaaliyaa, Sudaaniifi Sudaan Kibbaa biyyoota uggura...

Seera Idil-addunyaafi Dhimma Nikolaas Maaduroo

Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii haleellaa Amerikaan Veenzuweelaa irratti raawwatte balaaleffateera.  Ogeessi olaanaa farra shororkeessummaafi mirga namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii, Ben Saa’ol, haleellaa Amerikaa Veenzuweelaa irratti...

               Finciltoonni M23  Magaalaa Ijoo RDK keessaa bahuu Jalqaban

Gareen finciltootaa M23  magaalaa Uviraa Rippabiliika Dimookiraatawaa Koongoo dhuunfatee ture erga Ameerikaa dhiibbaa taasisteen booda naannawa guutuu gadi dhiisee akka bahu waadaa seenuu isaa...

Rippaablika Dimokraatawaa Koongoofi Ruwaandaa Gidduutti Waliigalteen Nageenyaa Mallatteeffame

  ‎Hoggantoota Rippablikii Dimokraatawaa Koongoofi Ruwaandaa waliigaltee nageenyaa walitti bu'iinsa Koongoo gama bahaa rakkisaa jiru dhaabsisuu kaayyeffate mallatteessaniiru. Waliigalteen nageenyaa kun keessummeessummaa Pirezidaantii Ameerikaa Doonaldi...

Afrikaan Kibbaa Mormiin Boodatti Miidhaaa Saalaa Balaa Biyyaalessaa Ta’uu Labsite

Afrikaan Kibbaa biyyoota haleellaan saalaa baay'inaan itti raawwataman keessaa tokkodha.  Akka Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii jedhutti, Afrikaa Kibbaatti dubartoonni ajjeefaman giddu galeessan kan addunyaa irraa...

Manni Murtii Yakkaa Idil-Addunyaa Hogganaa Finciltoota Yugaandaa Jooseef Koonii Irratti Himata Bane

Manni Murtii yakkaa idil-addunyaa himannaa yakka waraanaa hogganaa finciltoota Yugaandaa Jooseef Koonii irratti bane gama Yugaandaatiin fudhatamummaa argateera. Yugaandonni himata hogganaa (LRA) Jooseef Koonii...

Buufanni Xiyyaaraa Kaartum Irra Deebiin Tajaajila Balalii Jalqabe

Buufanni Xiyyaaraa Idil-addunyaa Kaartum waggoota lamaaf sababa waraanaan tajaajila balalii isaa idilee addaan kutee turuun ni yaadatama. Haata'u malee, bulchiinsi buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa...

Guddinni Dinagdee Biyyoota Sahaaraan Gadii Akka Dabalu Baankiin Addunyaa Beeksise

Itoophiyaa dabalatee biyyoonni Afrikaa Sahaaraan gadii bara kana keessa guddina dinagdee saffisaa dhibbantaa 3.8 ta'e akka galmeessisan Baankiin Addunyaa beeksiseera. Tarkaanfii warri imaammata baasan...

Filisxeem: Biyya Beekamtii Biyyummaa Biyyoota Garaagaraa Irraa Gonfachaa Jirtu

Akkaataa Waliigaltee Monteeviidiyoo bara 1933tti biyya walabaa ta'uuf ulaagaalee afur guutamuu qabantu jiru. Kanneen keessaa Filisxeem ammaaf ulaagaa lama ni guutti. Uummata biyya walabaa...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo