HAWAASUMMAA

Dhukkuba Onnee

Dhukkubni onnee dhukkuboota akka  addunyaatti lubbuu namaa galaafatan keessaa tokkodha. Keessumaa biyyoota guddatan keesssatti rakkoonsaa cimee mul’ata. Kunis biyyoota guddatan keessatti dukkuboonni daddarboon waan...

Cabiinsa Barnootaa Suphuuf Bu’uurarraa Hojjetamaa Jira Akka biyyaatti cabinsi damee barnootaa irratti mudachuun yaadannoo yeroo dhihooti. Kunis rakkoo qulqullina barnootaa eegsisuu dhabuurraan kan madde ta'uutu...

  Barattoonni Gara Manneen Barnootaatti Deebi’aa Jiru

Biyyi tokko lammiilee gama hawaasummaafi diinagdeen ofdanda'oo ta'an kan ittiin horattu barnootani. Gama kanaan milkaa'uuf ammoo daa'imman gara manneen barnootaatti geessuu feesisa. Akkuma beekamu...

Maaalummaa Dhiibbaa Dhiigaa

  Guddinaa Asaffaatiin Dabaluun dhiibbaa dhiigaan addunyaa irraa namoonni hedduun kan miidhaman ta'uutu himama. Kunis waggaatti lubbuu namoota miiliyoona sagalii ol galaafata jedhama. Dhiibbaan dhiigaa akka...

Wabii Fayyaa Hawaasaa Galii Lammiilee Giddugaleeffate

Biyyoonni Baay'een Tajaajila Wabii Fayyaa Hawaasaa qabatamaan hojii irra oolchuun lammiileen baasii xiqqaafi warreen hiyyeeyyii ta’an bilisaan tajaajila yaalaa itti fufaa ta'e akka argatan...

Tumsa Carraa Hojii Qaama Miidhamtootaaf Taasifame

Rakkoon hoj-dhabdummaa kan biyyoota gudataa jiran qofa osoo hintaane rakkoo sadarkaa addunyaalessaatti mudatudha. Baayi'naan hojii dhabdummaaf kan saaxilaman immoo dargaggootadha. Dargaggeessa hoji dhabaa ta’e...

  Qaamolee Bu’a Qabeessummaa Barattootaa Duuba Jiran

Meeshaan jabaa icciitii jiijjiiramaa biyyoota gurguddoo baay'een barnootadha.  Kunis milkaa'uu kan danda'eef dhaloota barnootaan bu'aa gaarii galmeessu oomishuu danda'uun isaaniini. Bu'uuruma kanaan, muuxannoon isaan...

Dhukkuba Kaansarii Harmaa

Kaansariin harmaa gosoota Kaansarii keessaa isa tokkodha. Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa bara 2020 tti dubartoonni miiliyoona 2.3 ta’an kaansarichaan qabamuu kaa'eera. Kanneen keessaa dubartoonni kuma...

Dhukkubni Busaa Maalif Magaalota Keessatti Baballachuu Danda’e?

Afrikaatti dhukkubboota fayyaa ilma namaa daran huban keessaa busaan isa hangafaati. Itoophiyaan biyyoota ardichaa dhukkubichi bal'inaan itti mudatu keessatti eeramti. Haalli teessumma lafaa biyyattii...

                                     Barbaachisummaafi Dhiibbaa Hirribni Fayyaa Namaaf Qabu

Fayyaa bultii dhabuun akkuma hirriba keenya jeequ, hirriba gahaa dhabuunis fayyaarratti dhiibbaa qaba. Hirribni jireenya namaaf murteessaadha. Qaamaafi sammuu boqochiisuufi dandamachiisuu bira darbee sammuu...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo