Ijoo Dubbii

       Gufuu Guddinaa Hundeerraa Buqqa’uu Qabu

Malaanmaltummaan faayidaa garee yookiin dhunfaatiif jecha sirnoota,  seeroota,  hojmaataafi qajeelfamoota caabsuudha. Gochi kun ijaarsa sirna dimokiraasii, guddina dinagdeefi hawaasummaa jeequun birmadummaa biyyaa irratti dhiibbaa...

Mirgi Sosocho’anii Hojjechuu Lammiilee Eegamuu Qaba

Biyya tokko keessatti bakkarraa bakkatti socho'anii hojjechuun mirga qofa osoo hin taane jireenya biyya sanaatifis murtessaadha. Ilmi namaa kan jiraatu yoo socho'uun hojjetedha. Nageenyi...

Seenaan Waloo Qabnu Seenessa Waloof Fayyadamuun Tokkummaa Keenya Cimsuu Barbaada

Itoophiyaan biyya afdaneetifi sabdaneetidha. Biyyattiin sabaafi sablammoota 80 caalan of keessaa haammate jirti. Sabaafi sablamootni kunneen seenaa waloo qodattan hedduu ni qabu. Aadaan, amantaan,...

Aadaan Siyaasa Olaantummaa Yaadaaf Dursa Kennu Ijaaruun Haalduree Qaroominadha

Biyyootni guddatan siyaasa ammayaawaa kan hordofanidha.Biyyootni boodatti hafan immoo siyaasa tasgabba’aa kan hin ijaarredha. Hundeen siyaasa qaroome olaantummaa yaadaaf dursa kennudha. Garaagarummaan yaadaa bakka...

Hammattummaa Manni Maree Naannoo Amaaraa Naannolee Biroonis Hojiirra Ooluu Qaba

Itoophiyaan biyyaa afdaneettiifi sabdaneettii taatedha. Naannoleen hundi uummata sabdaneessa ta’e of keessaa qabu. Itoophiyaan caaseffama mootummaafi siyaasa hordoftus biyya sabdaneessummaa qabaniif kan oolu sirna...

  Qabsoon marii filatamuu qaba

Sirnootni mootummaa yeroo yeroodhaan jijjiiraman gaaffiilee bu'uuraa uummatni naannoo Amaaraa kaasaa ture deebii akka hin arganne taasiseera.  Kun immoo walitti bu'insaaf sababa ta'uun isaa...

Milkaa’ina Kaawunsilii Nageenyaatiif Tumsuu Qabna

Naannoo Amaaraatti qaamoleen hidhatanii socho’an gama hundaan miidhaa adda addaa dhaqqabsiisaa jiru. Naannichatti sababa nageenya dhabuutiin, namoomaafi qabeenyarratti miidhaan olaanaa dhaqqabaa jira. Walitti bu'insi...

Dargagootni Sirna Dimookraasii Hubbanoofi Hojiirra Olmaaf Kutannoon Qaban Ijaarasa Sirna Dimookraasii Itoophiyaaf Wabiidha

Sirni dimookraasii siyaasaa ammayyawaa fiduu keessati gahee guddaa taphateera. Yeroo jalqabaaf jechiifi hojiirra olmaan dimookraasii kan ibsame biyya Giriik magaala Ateensi jaarraa 5ffaa keessa...

                Daangaan Mootummaafi Paartii Giddu Jiru  Eegamu Qaba

Siyaasa ammayyaawaa keessatti daangaan mootummaafi paartii gidduu jiru ifaan beekamaafi kabajamaadha. Hojmaatniifi gaheen isaanis kan eegameedha. Itti gaafatamumaafi aantummaan isaan ummataaf qabanis seeraan kan...

Hundi Milkaa’ina Mariichaaf Hojjehuu Qaba

Rakkoolee adda addaa Itoophiyaa keessatti mullatan furuun kan danda’amu walitti dhufanii yoo marii taasisan qofaattidha. Mariin, rakkoolee furuun mallattoo qaroominaati. Marii biyyaalessaa taasifamuurratti uummanni hundi qaama bakka bu’uu...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo