Ispoortii

            Sochii Ispoortii Sababa Kooviidiin Jalqabee Hanga Har’aatti Fuulla’e

Tibba weerara Kooviid-19 kutaalee biyyattii garagaraa keessatti sochii qaamaa taasisuun waan baratame ture. Gareen hojjettoota Yuunivarsiitii Jimmaa kan sodaan Kooviid-19 walitti fide, erga sodaan...

Dubara Kophee Naxalaan Fiigicha Injifatte

Dargaggeettiin umrii waggaa 30 Meksiikootti bakka Raaramuur jedhamuun beekamutti, dhalattuu gosa buleeyyii kan taate tokko bara faranjootaa keessa jirru kanatti naannawaa sulula qileen marfame...

Teekuwaandoo: Tooftaa Amala Fafee Irraa Bilisa Ittiin Ta’an

"Teekuwaandoo" jechi jedhu hiika ''harkaafi miilaan ofirraa qolachuu" jedhu ofkeessaa qaba. Bara durii bineensota miidhaa namarraan geessisan ittiin ofirraa qolachuuf itti dhimma bahamaa akka...

Ulaagaalee Galmee Bara Dorgommii Haaraa Kilaboonni Guutuu Qaban Ilaalchisee ibsa Kenname

  Ulaagaalee galmee bara dorgommii haaraa kilaboonni guutuu qaban irratti xiyyeeffachuun ibsi Kennameera. Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itoophiyaa ulaagaalee adda addaa guutamuu qaban ilaalchisuun qajeeltoowwan kubbaa...

 Shaampiyoona Atileetiksii Addunyaa Marsaa 20ffaa Hawwiin Eegamu

  Waggoota lamatti altokko biyyoota garaagaraatti kan qophaa’u Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 20ffaan A.L.A Fulbaana 13-21 bara 2025 magaalota Jaappaan, Tokiyoofi Osaakaatti adeemsifamuuf haaldureewwan barbaachisoo raawwatamaa...

Garee Biyyaalessaa Dorgomaa Uumuuf  Xiyyeeffannoon Kennamaa Jira

  Itoophiyaan dorgommii Waancaa Afrikaa hundeessuu keessatti qooda guddaa kan gumaachite ta’uun ni yaadatama. Biyyattiin Waancaa Afrikaa yeroo sadii kan qopheessite yoo ta’u, erga bara...

Dargaggoo Teenisa Minjaalaan Maqaa Biyya Isaa Waamsise

Dargaggoo Daraaraa Makonnin ijoollummaa isaatti abbaafi haadha isaa du'aan dhabe. Barnoota idilee kutaa saddettaffaatti adda kutuufis dirqame. Waggoota torbaaf daandii gubbaa jiraateera. Dargaggoo Wallagga...

Pirojakatii Bishaan Daakuu Abdiin Eegamu

Ispoortiiwwan magaalaan Baahir Daar kanaan dura ittiin beekamtu keessaa ispoortiin bishaan daakuu isa tokkodha.  Waggoota darban keessa atileetonni milkaa’oo dorgomanii naannoofi biyya keenya bakka...

Ispoortiiwwan aadaa: Xiyyeeffannoo barbaadan

Aadaan misoomaafi guddina biyya tokkoo keessatti shoora olaanaa taphata. Gochaawwan aadaa mul’isan haala jireenya ummatichaarratti bu’uureffachuun kallattiiwwan adda addaan mul’achuu danda’u. Kanneen keessaa ispoortiin...

Faayidaa Sochii Qaamaa Torbanitti Sa’aatii Lamaaf Taasisuun Qabu

Torban tokko keessa sa'aatii baay'eetu jiru. Garuu, sa'aatiin lama jireenya namaa jijjiiruu keessatti shoora guddaa akka qabu himu qorattoonni. Namoonni baay'een torbanitti sochii qaamaa...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo