ODUU

Garee Dhaabbata Faannoo Uummata Amaaraa Waliigaltee Mootummaa Waliin Irra Gahe Ilaalchisee Ibsa Kenne

  Waliigalteen mootummaa naannoo Amaaraafi Dhaabbata  Faannoo uummata Amaaraa gidduutti taasifame ummata keenyaaf abdii uumeera jechuun Kaapteen Masrashaa Saxxeen dubbataniiru. Kaapteen Maasrashaa Saxxee ibsa baasaniin,...

        Dhaloota Naamusaan Ijaaruuf Riiformiin Taasifame

Komiishiniin Naamusaafi Farra Malaammaltummaa Naannoo Amaaraa waltajjii golabaa guyyaa farra malaammaltummaa idil-addunyaa 22ffaa mata duree "Dhaloota Naamusaan, Dhaabbata Hojmaataan" jedhuun kabajaa ture xumureera. Waltajjicharratti Komishinara...

Waajjirri Geejjibaa Magaalaa Baatee Sirna Tajaajila Tikeetii Elektirooniksii Buufata Konkolaataa  Jalqabsise

Sirni tajaajila tikeetii elektirooniksii hojmaata kan ammayyeessudha.  Waajjirri Geejjibaa bulchiinsa magaalaa Baateetis kana hubachuun tajaajila geejjibaa ammayyessuuf hojjechaa jira. Bulchiinsa sablammii Oromoo magaalaa Baateetti...

Biiroon Hojiifi Ogummaa Naannoo Amaaraa Lammiilee Kuma 260’f Carraan Hojii Uumamuu Beeksise

Naannichatti bara baajataa kanatti lammiilee miiliyoona 1 fi kuma 96'f carraa hojii uumuuf hojjetamaa jira. Qaama naannoo Amaaraa kan ta’e Bulchiinsi Sablammii Oromootis dargaggoota...

AMECO’n Dhaqqabummaa Isaa Bal’isuuf Hojjechaa Jira

AMECO Hibir raawwii hojii waggoottan 20 darbaniifi  hojiiwwan fuula duratti raawwataman ilaalchisee  waltajjii marii gahe qabeessoota waliin magaalaa Addis Ababaatti adeemsiseera. Hirmaattootni waltajjicharratti argaman...

Manni Murtii Olaanaa Naannoo Amaaraa Hojii Teeknooloojiin Deeggaruuf Hojjete Dhaabbilee Birootiif Kaka’umsa Kan Horudha

Naannoo Amaaraatti waltajjiin tumsa abbaa seerummaafi qaamolee haqaa mootummaa naannichaan qophaa'e karoora misooma itti fufaafi guddina ceesisaa bara 2018 hanga 2022'f karoorfame hojii irra...

Mirgi Barachuu Barattootaa Kabajamuu Qaba

Biiroon barnootaa naannoo Amaaraa gamaaggama raawwii kurmaana tokkooffaa kan bara 2018 magaalaa Konbolchaatti gaggeesseera. Rakkoolee waqtaawaa dandamachuun kurmaana 1ffaatti raawwiin galmaa'ee fooyya'aa ta'u hirmaattootni ...

Fooramii Xaanaa 11ffaa

Fooramiin Xaanaa Waltajjii Nageenya Afrikaa isa guddaa ta'ee, waggaa waggaan magaalaa Baahir Daaritti kan geggeeffamudha. Waltajjichaan hoggantoonni Afrikaafi qooda fudhattoonni biroo walitti qabamuun rakkoo...

Mana Murtii Fakkeenyummaa Ta’uu Danda’u Ijaaruuf  Hojjetamaa Jira

Yaa'ii abbootiin seeraa mana murtii naannoo Amaaraa magaalaa Baahir Daaritti adeemsifameera. Yaadooleen yaa'icharratti ka'aaniifi mata dureen marii ittiin gaggeeffamaa ture,  beekuumsaafi dandeettii abbootii seeraa...

Mirgi Hulaa Galaanaa Argachuu Sadarkaa Olaanaatti Guddachuu Pireezidaanti Taayyeen Himan

Tibbana sirni baniinsa bara hojii 6ffaa Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataafi bara hojii 5ffaa Mana Maree Federeeshinii gamtaan geggeeffamuun isaa ni yaadatama. Sirnichaan Pireezidaanti...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo