ODUU

Naannichatti Nageenya Amansiisaa Mirkaneessuuf Hunduu Gaheesaa Bahachuu Akka Qabu Ibsame

    Haala qabatamaa nageenya naannoo Amaaraa ilaalchisee biiroon nageenyaafi callisaa naannichaa, hidhattoota duraanii waamicha nageenyaa fudhatan waliin marii taasiseera. Dhuma Adoolessaa bara 2015 irraa eegalee...

Naannichi Akka Tasgabaa’uu Taasisuu Keessatti Gaheen Hoggansi  Dubartootaa Olaanaa Ture

  Naannichi gara haala tasgaba'aatti akka dhufuu taasisuu keessatti gahee hoggansi dubartootaa olaanaa ture jedhan itti gaafatamaan paartii Badhaadhina damee naannoo Amaaraa obbo Yirgaa Sisaay. ...

Dhaabbilee Hawaasummaa Mancaasuun Uummataaf Yaaduu Dhaabuu Kan Mirkaneessudha

  Aanaa Arxummaa Fursiitti jiraattota kilaastara Fursii waliin mariin geggeeffameera. Gandoonni kilaastarichaa hidhattoota seeraan alaan rakkoof saaxilamaa turan hedduun yeroo ammaa hojii qindoominaa raayyaa ittisa...

Haala Itti fayyadama Keemikaala Farra Ilbisootaa Xiyyeeffannoo Barbaadu

Ogeessonni damee qonnaa, qonnaan bultoonni tajaajila adda addaa damee qonnaaf oolu haalaan itti fayyadamuufi erga dhimma itti bahanii booda maqsuu irratti of eeggannoo gochuu...

         Damee fayyaa foyyeessuuf hojjetamaa jira

‘’Tajaajjilli fayyaa ogummaa qofa osoo hin taane,  hojii hafuuraallee kan of keessatti hammatudha’’ jedhan itti aanaan bulchaa olaanaa naannoo Amaaraa Abduu Huseen(Dr) Biiroon fayyaa...

Godaansi Seeraan Alaa Rakkoo Hawaasummaafi Dinagdee Fidaa Jira

Godaansi seeraan alaa addunyaa keenyaaf bowoo mataa ta'a dhufeera. Namootni biyya isaanii keessatti, hojjatanii jiraachuuf haala mijataa ta'e dhabuutiin, jireenya fooyyaa'a barbaacha biyya tokko...

‘’Sochiin Hojii Qonnaan Bultoota Aanaa Baatee Kanneen Biroof Muuxannoo Kan Ta’udha’’ Ittaanaa Bulchaa Olaanaa Naannoo Amaaraa Abduu Huseen (Dr.)

Ittaanaa Bulchaa Olaanaa Naannoo Amaaraa Abduu Huseen (Dr.)fi hoggantoonnni olaanoo biroon aanaa Baateetti gandoota fuduraafi muduraan misoomsan daawwataniiru. Qonnaan bultuun aanaa Baatee ganda Caqortii...

Rakkoo dhiheessii annisaa Paarkii Agro-Indaastirii j’oota muraasa keessatti furuuf hojjetamaa jira

Paarkiin agroo indaastirii Buree daangaa naannoo Amaaraafi Oromiyaa irratti waan ijaarameef fayyadamummaa hawaasaa lamaaniif gahee guddaa kan qabudha. Korporeeshiniin misooma paarkiiwwan indaastirii naannoo Amaaraa...

Warraaqsi Itoophiyaan haa oomishtuu  bu’aa qabatamaa fida jira

Warraaqsa Itoophiyaan haa oomishtuutti waggoottan sadan darbanitti jijjiiramni qabatamaan galmaa'uu ministeerri Indaastirii Malaakuu Alabal dubbataniiru. Ekispoo Itoophiyaan haa oomishtuu 3ffaan gidduu galli konveenshinii haaraan banameera. Sirna...

Itoophiyaan Hojiiwwan Qonnaatiin Biyyoota Biroof Fakkeenya Ta’aa Jirti

Akkuma beekamu qonni diinagdee Itoophiyaaf dugugguruu lafee dugdaati. Biyyattiin damee kanarraa fayyadamummaa ishee daran guddisuuf hojii hojjetteen bu'aa gaarii galmeessaa jiraachuutu himama. Itoophiyaan hojiiwwan...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo