ODUU

Invastimantii Abbootii Qabeenyaa Alaaf Banaman Bu’aa Fidaa Jiraachuun Ibsame

Dameewwan invastimantii abbootii qabeenya  alaaf cufamanii turan banamuunsaanii invastaroonni hedduun gara  Itoophiyaatti akka dhufan taasisuu komishiniin invastimantii Itoophiyaa ibseera. Komishinariin Komishinii Invastimantii Itoophiyaa Zallaqaa...

Oomisha Kuntaalaa Miliyoona 180 ol Argachuuf Hojjechaa Jiraachuu Biiroon Qonnaa Naannoo Amaaraa Beeksise

Naannoo Amaaraatti bara oomishaa 2017/2018tti  oomisha kuntaala miliyoona 187 ol oomishuuf karoorfame hojjetamaa jiraachuj ibsameera. Biiroon qonnaa naannoo Amaaraa naannichatti lafa heektaara miliyoona shan...

  Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa

Biyyi keenya Itoophiyaan biyya seenaa gootummaafi qabeenya uumamaan badhaate ta’uun kan beekamtudha. Seenaan gootummaafi injifannoo kaleessaa har’as misooma waloon dabaalamee badhaadhina Itoophiyaa milkeessuuf hojii...

Dhaloota Naamusa Gaarii Qabu Horachuu Keessatti Gaheen Miidiyaa Olaanaa Ta’uun Ibsame

Lammiileen naamusa gaarii akka qabaatan barsiisuun dhaabbilee miidiyaa irraa eegama. Komishiniin naamusaafi farra malaanmaltummaa naannoo Amaaraa gahee dhaabbileen miidiyaa ijaarsa naamusaafi ittisa malaanmaltummaa irratti...

Bulchiinsichi Ayyaana Iid-Alfaxir Haala Duudhaasaa Eeggateen Akka Kabajamuuf Hojjechaa Jira

Baatiin Ramadaanaa hordoftoota amantaa Islaamaa  biratti baatii addaafi eebbifamaadha. Waqtii kana keessa addunyaarraa hordooftoonni amantichaa osoo lafti hin bari’iin dura irraa jalqabee hanga aduun...

Hirmaannaa Dubartootaaf Xiyyeeffannoon Kenname

Hirmaannaa hunda galeessa dubartootaan jijjiirama saffisaafi itti fufinsa qabu fiduuf xiyyeeffannaan akka hojjetamu qabu ibsame.Guyyaan dubartoota idil addunyaa(march 8) jijjiirama saffisaafi itti fufinsa qabu...

Loltoota Itoophiyaa Akka Kannisaatti Gurmaa’anii Dugda Dhiisuun Addasaanii Rasaasaaf Kennan

Sirnicharratti loltoota Itoophiyaa duraanii dabalatee Waldaan Itiyoo-Kuubaafi miseensonni dippiloomaasii Kuubaa hirmataniiru.Mahaammad Ziyaad Baaree hogganaa Somaaliyaa ture. Bara 1962 fonqolchaan aangoo mootummaa Somaaliyaa dhuunfachuu isaatu...

Barri Hojii Komishinii Marii Biyyaalessaa Dheereffamuun Himame

Miseensonni Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa Komishiniin Marii Biyyaalessaa bara hojii isaa akka dheeressuuf gaafatanii turuun ni yaadatama. Miseensonni kunneen waggoota sadan darbanitti komishinichi...

Aarsaa  Biyyaaf Kaffalame

Aarsaa  Biyyaaf Kaffalame Xaaliyaaniin haaloo injifannoo Adwaa irratti dhaqqabe bahuuf Itoophiyaa sirna gita bittaa jala galchuuf bara 1928 irra deebi'uun humna ishee guutuu fayyadamtee weerara...

Lafa Seeraan Ala Saamame Ture Gara Baankii Lafaa Mootummaatti Deebisiisu Qajeelchi Bulchiinsa Lafaa Bulchiinsa Sablammii Oromoo Beeksise

Bulchiinsi sablammii Oromoo bara baajataa 2017 kurmaanaa 2ffaatti lafa seeraan alaa weeraramee ture heektaara 713 deebisisuuf karoorse hanga ammaatti lafa heektaara 321 deebisisuu qajeelcha...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo