ODUU

Qonnaan Bultoonni Kuma 488 Ol Misooma Bunaa Irratti Hirmaachaa Jiraachuu Biiroon Qonnaa Naannoo Amaaraa Beeksise

Buna Dhuguun fayyaa namaaf faayidaa hedduu akka qabu ogeeyyiin yaala fayyaa ni ibsu. Bu'aan qorannolee waggoota hedduuf namoota buna dhugan irratti gaggeeffaman akka muldhisanitti:...

Aanaa Baateetti Piroojektootni Misoomaa  Birrii Miliyoona 40 Oliin Ijaaraman Eebbifamuun Tajaajilaaf Banaa Ta’an

Bulchiinsa sablammii Oromoo Aanaa Baateetti piroojektoota  misoomaa adda addaa birrii miliyoona 40 oliin ijaaramaa turan  eebbifamanii tajaajilaaf banaa ta'aniiru. Gaaffii bu'uuraalee misoomaa uummatni aanaa...

Dhukkuba Busaa Naannichatti dabalaa dhufe Qolachuuf hunduu Tumsuu akka Qabu Waamichi Dihaate

Karoora Dhukkuba busaa dhabamsiisuuf karoorfame hojiirra oolchuuf Biiroon Fayyaa Naannoo Amaaraafi Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa naannoo Amaaraa qooda fudhattoota biroo waliin ta’uun ittisa dhibee busaarratti...

Biiroon Hojiifi Leenjii Naannoo Amaaraa kurmaana 1ffaatti Lammiilee Kuma 64 Oliif Carraa Hojii Uumuu Beeksise

Naannoo Amaaraatti bara baajataa 2017 kurmaana tokkoffaatti karoora qabame keessaa lammiilee kuma 64 fi 688 carraan hojii dhaabbataafi yeroo uumamu biiroo hojiifi leenji naannoo...

Fooyya’insi Sharafa Alaa Irratti Taasifame Guddina Dhaabbilee Faayinaansiif Murteessaadha Jedhame

Fooyya'insa imaammata dinagdee gooroo taasifame hodofuun fooyya'insi sirna sharafa alaa irratti baankiin biyyaalessaa Itoophiyaa taasise guddina dhaabbilee faayinaansiif balbala kan bane tarkaanfii murteessaadha jedhan...

Ministeerri Haqaa Raawwii Ce’umsa Haqaa Eegalu Beeksise

Qophiin roodmaappii raawwii ce'umsa haqaa xumuramuun gara hojiitti galuu Ministeerri Haqaa beeksiseera. Ijaarsi dhaabbilee bilisaafi walabaa kan ce'umsa haqaa hojiirra oolchuuf dandeesisaniis yeroo gabaabaatti...

Jijjiirama Dinagdee Gooroo Haala Waliigalaasaa Ilaaluun Barbaachisaa Akka Ta’e Himame

Ministirri Muummee Abiy Ahimad (Phd) yaadama Ida'amuu keenyaan misooma biyyaaf maal gochuu akka qabnu sirnaan madaaluun keenyeerra. Kaayyoon keenya badhaadhina Itoophiyaa mirkaneessuudha jedhaniiru. Adeemsi...

Rakkoolee Nageenyaa Naannoo Amaaraatti Ka’an Furuuf Kutannoo Akka  Qabu Mootummaan Naannichaa Beeksise

Manni maree naannoo Amaaraa yaa'ii idilee 8ffaa bara hojii 3ffaa marsaa 6ffaa adeemsiseera. Yaa'iicharratti  bulchaan olaanaa naannoo Amaaraa  obbo Araggaa Kabbada,  gabaasa raawwii hojii...

Hawaasni, Qaamolee Nageenyaa Waliin Hojjechuun Nageenya Isaa Kabachisaa Akka Jiru Ibsame

Naannoo Amaaraa bulchinsa sablammii Oromoo aanaa Arxummaa Fursiitti haala waqtaawaa nageenya irratti konfiransiin  uummataa adeemsifameera.   Gaaffiin siyaasaa, qabsoo hidhannoodhaan deebi'uu akka hin jirre hubachuun ...

Naannoo Amaaraatti Waamicha Dhihaate Hordofuun Humnoonni Hidhatan Kuma 11 Ol Hawaasatti Makaman

Manni Maree Naannoo Amaaraa raawwii hojii qaamolee raawwachiiftuu bara bajataa 2016 gamaaggamera. Sadarkaa itti aanaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Amaaraatti Qindeessaa Damee Bulchiinsaafi Ittigaafatamaan Biiroo...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo