- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

ahmed

333 POSTS
0 COMMENTS

Barri Hojii Komishinii Marii Biyyaalessaa Dheereffamuun Himame

Miseensonni Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa Komishiniin Marii Biyyaalessaa bara hojii isaa akka dheeressuuf gaafatanii turuun ni yaadatama. Miseensonni kunneen waggoota sadan darbanitti komishinichi...

Aarsaa  Biyyaaf Kaffalame

Aarsaa  Biyyaaf Kaffalame Xaaliyaaniin haaloo injifannoo Adwaa irratti dhaqqabe bahuuf Itoophiyaa sirna gita bittaa jala galchuuf bara 1928 irra deebi'uun humna ishee guutuu fayyadamtee weerara...

Maxxansa Gaazexaa Hirkoo Guraandala 15/06/2017

Downloadhttps://drive.google.com/drive/folders/1iJS7vA3E6AynxeoZhO_JtC9LpyfPLxID?usp=drive_link

Hojiin Misooma Qabeenya Uumamaa Hirmaannaa Uummata Bal’aan Gaggeeffamaa Jira

Qabeenya uumamaa ittifufinsaafi madaallii naannawaa eege mirkaneessuun dhimma filannoof dhihaatu akka hintaane namuu ni hubata. Ta'us qabeenya uumamaaf xiyyeeffannoo guddaa kennuu dhiisuu irraan kan...

Tiraamp Mariin Booda Chaayinaan Alatti, Qaraxa Kaa’an Guyyoota Soddomaaf Dheeressan

Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp qaraxa haaraa meeshaalee biyyoota Chaayinaa, Meeksikoofi Kanaadaarraa Ameerikaa galanirra kaa’anii turuun niyaadatama. Tiraamp qaraxa dhibbantaa 25 Kanaadaafi Meeeksikoorra, Chaayinaarra immoo...

Konfedireeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa Asxaa Waancaa Afrikaa Bara 2025 Ifoomse

Taphni waancaa kubbaa miilaa Afrikaa 35 ffaan bara 2025 qopheessummaa Morokoon kan gaggeeffamudha. Biyyoonni Afrikaa 24 taphicharratti ni hirmaatu jedhamee eegama. Konfedireeshiniin Kubbaa Miilaa...

Hojiin Misooma Qabeenya Uumamaa Oomishni Akka Dabaluu Taasisaa Jira

Hojiin misomaa qabeenya uumama damee qonnaatiif lafee duugdaadha jechuun ni danda'ama.  Biyyootni hedduun gara diinagdee fooyya'aatti ce'uu kan isaan danda'an, hojii kunuunsa qabeenya uumamaa...

Wabii Fayyaa Hawaasaa Galii Lammiilee Giddugaleeffate

Biyyoonni Baay'een Tajaajila Wabii Fayyaa Hawaasaa qabatamaan hojii irra oolchuun lammiileen baasii xiqqaafi warreen hiyyeeyyii ta’an bilisaan tajaajila yaalaa itti fufaa ta'e akka argatan...

MARII BIYYAALESSAA

Mariin biyyaalessaa yeroo hedduu jijjiiramaan booda kan taasifamuufi sirna siyaasaa jiruun garaagarummaafi rakkoolee biyyi tokko qabdu furuun yoo dadhabamu marii waliigaltee uumuuf taasifamudha. Mariin...

Aadaa Walgargaarsaa Hawaasicha Walitti Hidhaa Jiru

Mammaaksi Oromoo “harki dabareen wal dhiqa” jedhee makmaake akkasumaan miti. Harki inni tokko harka isa biraa tumsuu deggaruufi gargaaruu isaa, caalaa dhumatti ammoo yoo...

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo