- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

ahmed

476 POSTS
0 COMMENTS

“Nuti kan Hiine Naayil Osoo Hintaane Abbayyaadha” Ministira Muummee Doktar Abiy Ahmad (Dr)

Gorsaan dhimmoota hawaasummaa ministira muummee Mu’aaze Xibabaat Diyaaqon Daani'eel Kibrat mata duree “Xumura Bara Quucaruu” jedhuun ministira muummee Abiy Ahmad (Dr) waliin Gubaa irratti...

Giddugala Calaqqee Aadaa

Akkuma biqiltuun tokko guddachuuf kunuunsi karaa adda addaa isa barbaachisuutti aadaan hawaasa tokkoos guddachuuf hireen isaa akkuma biqiltuu kanaa ta’uu barbaachisa. Aadaa isa ganamaa...

Marii: Hundee Waliin Jiraachuu

Uummatni  Itoophiyaa daangaafi birmadummaa biyya isaaf arsaa guddaa kan kaffaluufi uummata,  biyya isaaf dursa kan kennudha. Sirna gita bittootaafi weerartootni yeroo adda addaatti  birmadummaa...

Hamaas Waraana Hiikkachuuf Ulaagaa Haal Duree Kaa’e

US, UK fi Gamtaa Awurooppaa keessatti garee shororkeessaa jedhamee kan beekamu gareen Hamaas kaayyoon isaa Filisxeem walaboomte ijaaruu ta'uutu himama. Garichi kanuma dhugoomsuuf kan...

Teekuwaandoo: Tooftaa Amala Fafee Irraa Bilisa Ittiin Ta’an

"Teekuwaandoo" jechi jedhu hiika ''harkaafi miilaan ofirraa qolachuu" jedhu ofkeessaa qaba. Bara durii bineensota miidhaa namarraan geessisan ittiin ofirraa qolachuuf itti dhimma bahamaa akka...

  Marii: Hundee Waliin Jiraachuu

Uummatni  Itoophiyaa daangaafi birmadummaa biyya isaaf arsaa guddaa kan kaffaluufi uummata,  biyya isaaf dursa kan kennudha. Sirna gita bittootaafi weerartootni yeroo adda addaatti  birmadummaa...

Barnoonni Idileen Duraa Cabiinsa Barnootaa Bu’uuraan Jijjiiruuf Gahee Qabu

Barnoonni yoomiifi eessattuu taanaan guddina biyya tokkootiif barbaachisaadha. Meeshaan guddichi guddina roga maraa  biyyoota gurguddoo addunyaa kanaaf argamsiise barnootadha. Kunis milkaa'uu kan danda'eef dhaloota...

Tola Ooltummaan Miidhamtootaaf Dursi Kennamuu Qaba

Hojiin tola ooltummaa,  waliin jireenyaafi tokkummaan biyyaa akka cimu, hariiroon hawaasummaa akka jabaatu, nageenyaafi waliigalteen biyyaa akka uumamu, kaayyoon misoomaas  galma akka gahu, faayidaa...

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo